Labsiin haasaa jibbiinsaafi odeeffannoo sobaa walitti bu’iinsa eenyummaa ittisa

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’ootaUmmataa Kamisa  darbe walga’ii ariifachiisaa jalqabaa geggeeffateen labsii haasaa jibbiinsaafi tamsaasa odeeffannoo sobaa lak.1185/2012n qophaa’e sagalee caalmaan raggaasiseera. Kunis walitti bu’iinsota eenyummaarratti xiyyeeffatanii mudachaa jiran kan ittisu ta’uu... Read more »

“Gaaffiin caasaa Baale Bahaa gara gaaffii misoomaatti ce’eera” – Obbo Abdulhakim Aliyyii

Gindhiir: Godina tokko garuu haala qilleensaafi teessuma lafaa gara garaa, ummata tokko haala jiruufi jireenya adda addaa keessa. Inni tokko lafa qabbannisaa halkan dhiisii guyyaan nama hollachiisutti ho’aafi aduu abjoota. Inni kuun... Read more »

“Salaaleerraan aadaan badde galte”

Finfinnee: Akka afoola maanguddoota Salaaleetti waggoota 150 dura yommuu Gadaan Maccaafi Tuulamaa yaa’iisaa taa’u, Gadaa akka fuudhuuf namni ergamee ture. Bakki yaa’iichaas fagoo waan tureef miilaan imaluun dirqama. Namni ergame kunis imaanaa... Read more »

“Mirga waloofi dhuunfaa walcinaa deemsisuun dirqama” -Doktar Roobsan Margoo

Finfinnee: Sirna federaalizimii dhugaa keessatti mirga waloofi dhuunfaa walcinaa eeguufi eegsisuun dirqama ummataafi mootummaa ta’uusaa barsiisaafi qorataan barnoota garaagarummaa Doktar Roobsan Margoo ibsan. Saayinsii barnoota garaagarummaa keessatti mirga waloofi dhuunfaa walcinaa eeguufi... Read more »

“Tiraaktaroota ‘METEC’ rakkoo qulqullinaa osoo qabanii raabseef gatiin hinkaffalamu” -Obbo Dhaabaa Dabalee

Finfinnee: Qonna ammayyaa babal’isuuf jecha bu’aaleen teknooloojii gara garaa qonnaan bultootaafi dargaggootaaf raabsamaa kan turan yoo ta’u, isaan keessaa tiraaktaroota ‘METEC’ liqaan  raabsamaa ture isa tokko. Tiraaktaroonni liqaan qonnaan bultootaafi dargaggoota gurmaa’anii... Read more »

Pirojektii bishaan dhugaatii Nageellee xumuramuu dadhabe

Finfinnee: Pirojektota bishaan dhugaatii waggoota kudhan dura bocamuun bajata guddaadhaan ijaarsisaanii jalqabame keessaa kan Nageellee tokko yoo ta’u, hanga har’aattuu hinxumuramne. Jiraattotni magaalittiis pirojektiin baasii qarshii miliiyoona 300n laga Gannaaleerraa harkifamee ijaaramuuf... Read more »

Balaan lolaa laga Awaashiin dhaqqabu furmaata waaraa barbaada

Waliso: Lolaa gannaa dhangala’a laga Awaashiin waggaa waggaan mudatuun hawaasni qe’eefi qabeenyasaarraa buqqa’u tokko lama miti. Bakkeewwan balaa lolaa kanaan hubaman keessaa godina Shawaa Kibba Lixaa aanaan Iluufi Daawoo akka fakkeenyaatti ka’u.... Read more »

“Ummanni jibbiinsaan badhaadhee jaalalaan hiyyoome hinjiru” -Doktar Abiyyi Ahmad

Dubaay: “Ummanni jibbiinsaan badhaadhee, jaalalaan hiyyoome hinjiru; biyyi adda ba’uun mo’ate, tokko ta’uusaatiin akeeknisaa fashalaa’ees seenaa keessatti mul’atee hinbeeku. Hawaasni hattummaafi dhibaa’ummaan ulfaate, gaarummaafi tattaaffiidhaan kasaares hinjiru” jedhan Ministirri Muummee Mootummaa RFDI,... Read more »

“Harkifachuun ijaarsa daandii Walisoo-Amboo madda komii ta’aa jira” -Bulchaa Godina Shawaa Kibba Lixaa

Walisoo: Ijaarsi daandii Walisoo-Amboo eegalamuu dhabuusaatiin har’as rakkoo nageenyaa ta’aa jiraachuu Bulchiinsi Godina Shawaa Kibba Lixaa beeksise. Bulchaa ittaanaan godinichaa, Obbo Taayyee Guddisaa ibsa torban darbe addatti Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin, ijaarsi daandichaa... Read more »

Pirojektii nageenyaa ummattootaa caalaatti cimsu

Diillaa: Ummatni Gujiifi Geedi’oo ilmaan hortee Kuush yoo ta’an, ummatoonni lamaan gaa’elaan, dhiigaan, daangaadhaan, hariiroo hawaasdinagdeetiin walitti hidhamanii jaalalaan baroota dheeraaf waliin jiraachaa kan turaniifi jiraniidha. Ummattoonni lamaan sirna Gadaatiin bulu. Sirni... Read more »