YAADA

Dhimma Ameerikaafi Iraan yeroo tokko qorraa yeroo kaan immoo ho’aa addunyaaf bowwoo erga ta’ee oolee buleera. Iraan omisha Niwukilarii gaggeessaa jirti jechuudhaan yeroo mara kan himattu Ameerikaan, ofiisheetii niwukularii hidhattee Iraaniin immoo... Read more »

Gaafa Addunyaan waa’ee dimokiraasii quba hin qabnetti, yeroo qaroominni ammayyaa hin jirretti Ardii dukkanooftuu keessaa sirni ifaa Gadaan mul’ate. Sirna bulchiinsaa haaraafi dimokiraatawaa ta’e kana ummattoota addunyaatiif kan gumaache ummanni ardii dukkanooftuu... Read more »

Filannoo biyyaalessaa barana Itoophiyaatti adeemsifamu sababeeffachuun Abbaan Taayitaa Birodkaastii Itoophiyaa, Yunivarsitiin Finfinneefi ‘UNESCO’n wajjummaan dhiyeenya kana Adaamaatti gaazexeessitoota miidiyaalee gara garaa irraa walitti babba’aniif leenjii kennaniiru. Filannichi naga qabeessa, dimokraatawaafi bilisa gochuu... Read more »

Erga Finfinneen hundooftee kaasee qonnaan bultootni Oromoo, keessa magaalittiifi naannawaashii jiraatan boqonnaas ta’e itti quufinsa argatanii hinbeekan yoo jedhame dubbii arbeessuu hinta’u. Ummatni Oromoo bu’uureffamuu magaalattii dura ture eenyummaasaa jechuunis seenaa, aadaa,... Read more »

Namni badhaasa noobeelii eegale lammii Suwiidiniifi ‘Alfred Nobel’ jedhamu ogeessa keemistirii yoo ta’u, ofiisaatiif nama nagaa ta’uyyuu, ogummaansaa guddaan meeshaalee dhuka’oo hojjechuu waan ta’eef eebbaafi dhaadhessa dandeettii isaan gitu hinarganne. ALA bara... Read more »

Shaampiyoonaa paartiilee siyaasaa, isa walakkaa xumuraa bira darbee nuusa xumuraatti seenaa jiru, kan guyyaa geebaatiif ji’ootni muraasni hafan, guyyaa geebaa guyyaa eebbaa! Gaafa isa dorgomicha mo’ateef gammachuu isa mo’ameef immoo gadda guyyaa... Read more »

Boora’uun nageenyaa keessumaa waggoota lamaa sadii as manneen barnootaas ta’e dhaabbilee barnoota olaanaa naannolee adda addaa keessatti argamanitti mul’ataa jiru biyya raasaa jira. Hunkuramaa jiraachuun dhaabbilee barnootaa kun maatiis ta’e barattoota sadarkaa... Read more »

Haalli amma siyaasaa Itoophiyaa keessatti argaa jirru seenaan ofirra deebi’aa waan jiru fakkeesseera. Kunis bara ‘Zamana Masaafinti (Era of the Princes)’ jedhanii kan moggaasaniin walfakkaata. Zamana Masaafinti keessa wanni tahe Oromoo Walloottu... Read more »

Federaalizimiin sirna bulchiinsa mootummaa keessaa tokko yoo ta’u, biyya tokko keessatti sirna ummatni ofumaan of bulchuudha. Itoophiyaa dabalatee biyyootni addunyaa hedduun sirna kana hordofu. Gariin ammoo sirna mootummaa tokkummaawaatiin geggeeffamu. Biyyoonni sirna... Read more »
Wantoota namootnifi gareewwan hedduu motummaa ADWUI ittiin qeeqan keessaa inni tokkofi guddichi “siyaasa eenyummaa nutti fideefi biyya gosaan adda qoode” kan jedhuudha. Jarri kun akkas jechuusaaniitiif sababa mataasaanii kan qaban ta’us, dhugaa... Read more »