Aangoo aarsaa dhiigaafi lubbuun dhufe naa dabarsiin Juuntummaadha!

Waasihun Takileetiin “Qeerroon hinaadaa lafa garaa hin geenyee,Keessaan tittiifaa caamuu hindandeenyee,haami hinhaamnaa akka isheen hinmagarre goonee” jedhe weellisaan. Kabachiisa olaantummaa seeraa murna juunta ABUT irratti fudhatameen walqabatee haasa’aa kan taasisan Ministirri Muummee... Read more »

Hojii gaariin bu’aa yaada gaariiti

Natsaannat Taaddasaatiin Hojii gaariin bu’aa yaada gaariiti. Yaada gaarii qabaannee hojiidhaan agarsiisuu baannaan yaada gaarii qabaachuun keenya qofti gatii hinqabu. Nama yaada gaarii qabutu waan gaarii raawwata. Waan gaarii hojjennee milkaa’uuf jalqaba... Read more »

Federaalizimii sabdaneessaan ala sirni mootummaa tokkee amala fafeeti

Waasihun Takileetiin Amaloonni fafee kanneen akka tamboo xuuxuu, jimaa qama’uu, gaanjaafi shiishaa xuuxuu, hanna, saamichaafi waliindhahuufaa yoo ta’an, sirna hirkattummaa fiwudaalizimiifi sooshaalizimii Itoophiyaa golgoleessaa tures kan hammatuudha. Amaloonni fafee hirkattummaa babal’isuu, olaantummaa... Read more »

Siyaasa Lagannaafi Baqannaa

“Tarsiimoo qabsoon” Oromoo ittiin beekamaa, ittiinis jeeqamaa dhufe, kan waggoota dheeraa nu waliin ture, har’as “tarsiimoo” qabsoo ta’ee fudhatamee jiru “Siyaasa Lagannaafi baqannaati”. Siyaasni lagannaafi baqannaa siyaasa jibbaafi jibbisiisuurratti hundaa’eedha. Meeshaansaa immoo... Read more »

Biqiltuu dhaabuun lubbuu ofii haaromsuudha

Addunyaarratti ardiin Ameerikaa Kibbaa bosona uumamaan badhaatuudha jedhameeti dubbatama. Bosonichi baldhinaan kan argamu Biraaziil keessatti yoo ta’u,  Boliviyaa, Kolombiyaa, Firaansi Guyaanaa, Surmaan, Peeruu, Ikuwaadoriifi Veenzhuulaa kan daangessuudha. Sulula Amaazoon keessatti baldhinaan kan... Read more »

Heerri hiikamuuf jiru hiika qabaachuu qaba

Afoolli dubbii mi’eessa, dubbii fida, dubbiis fixa ykn guduunfa waan jedhamuufan afoolaan  jalqabee na oofkalchaa. Dur dur bara heerri guutummaatti barreeffamaan hinturretti namoonni mala aadaatiin walbulchaafi dubbii walii waliisaanii xumuraa turan. Adeemsa... Read more »

Dorgommii siyaasa koronaa; aangoo dheereffachuufi qaxxaamuraan qabachuu

Yeroo addunyaan qormaata yeroo jalqabaatiif jaarraa tokko keessatti ishee qunnameen qoramaa jirtu kanatti, wayitii  olaantummaan sadarkaa guddinaa dinagdee lubbuu namaa baraaruu dadhabetti, yeroo qabaataafi dhabaan yoom dhibee kanaan qabamaafi lubbuunis dhabamaaf osoo... Read more »

Koronaa biyya keessaa: Daldaltoota gadadoo ummataan duroomuuf wixxirfatan

Umriikoo keesstti kaniin dhaga’aafi argaa guddadhee ummanni Itoophiyaa gara laafeessa, kan waliigadduufi yaaduu ta’uusaati. Kan qabuu walii qoodee waliin nyaateefi uffate yommuu jiraatudha. Gaddaafi gammachuusaas afaan, saala, qomoofi amantiin osoo wal hinqoodiin... Read more »

Dubartummaan kabaja guddaadha

Guyyaan Dubartoota Addunyaa (‘March 8’) sadarkaa addunyaatti yeroo 109faf, akka Itoophiyaatti ammoo yeroo 44faf bor kabajama. Kabajamuun guyyichaa mirgi namummaafi dimokiraasummaa dubartootaa akka kabajamu taasisuu, kabajaafi faayidaa isaaniif malu akka argatan gochuurratti... Read more »

Walloon qabeenyamoo birmannaa dhabde?

Walloon gosa Oromoo Karrayyuu damee Baareentuuti. Sabboontota Oromoo eenyummaasaaniitti boonan aadaafi duudhaasaanii haalaan eeggataniifi wiirtuu hawwata tuurizimiiti. Darbees haadha gootota kan akka Warqituufaas deessedha. Sabboonummaa Oromoon Walloo qabu dhiibbaa sirnootaaf osoo hinjilbeeffatiin... Read more »