Dhaamsa Bariisaa
Qillensi torbee kanaa bitaa malee mirga bubbisuun akka gaaraatti waan itti ulfaate fakkaata. Oduu ijoon torbee kanaas waan gaarii liqimsee isa gadhee hafarsee ummata biyyattii mogolee buusee qalbii cabse. Waggoottan shanan darbanitti... Read more »
Hojiin ogummaa kamuu duudhaa mataa isaa qaba. Ogummaan Raayyaa ittisaas saayinsaawaa waan ta’eef duudhaa hojii isaa ittiin gaggeefatu miidhagaa ta’e qaba. Kanaafuu raayyaan ittisaa sochii isaa guyya guyyaa keessatti duudhaa isaa eeggatee... Read more »
Akka naannoo Oromiyaattis ta’e Itoophiyaatti ijaarsi pirojektoota adda addaa qulqullinaafi yeroo qabameef keessatti xumuramanii tajaajilaaf ooluu dhabuun rakkoo ummata biratti komii guddaa eemee jiruudha. Pirojektoonni adda addaa akka ijaaramaniif dhagaan bu’uuraa isaanii... Read more »
Shamarreen maqaanshii Kiristiinaa jedhamu al tokko maallaqa guddaa festaalii gurraachaan hidhamee bu’e oggaa lafatti argitu ijashii amanuu hindandeenye. Maallaqni kun mindaashii waggoota 20f hojjettee argattu caala. Maallaqa kana eenyu akka gate ni... Read more »
Tattaaffii baroota dura Afaan Oromoo guddisuuf taasifame keessaa tokko gaazexaa Afaan Oromootiin maxxanfamu qabaachuudha. Kanaafis waggaa 42 dura maxxanfamuu kan eegale Gaazexaan Bariisaa adda durummaan eerama. Dhugaa dubbachuuf gaazexaan Bariisaa ummanni Oromoo... Read more »
Barataa cimaa qormaata kutaa 10fa Roobii darbe xumurame fudhate tokko akkuma barame qormaanni akkami jedheen gaafadhe. Innis, “Gaariidha. Akkan sodaadhe miti. Garuu qormaata barumsa lamaatu xiqqoo natti ulfaate” jedhee naa deebise. Anis... Read more »
Bariisaa jechuun ifa ykn barii lafaa jechuudha. Moggaasni kun hacuuccaafi dukkana Oromoofi waansaarra bara sana ture qeequuf bor ni bari’a yookiin dukkanatti hinhafnu ergaa jedhu of keessaa qaba. Bariisaan bara 1967 yeroo... Read more »
Gaazexaan Bariisaa bu’aalee maxxansaa Dhaabbbata Pireesii Itoophiyaa keessaa tokko yoo ta’u afaan, aadaafi duudhaa ummata Oromoo beeksisuufi dagaagsuu keessatti gahee guddaa taphateera, taphataas jira. Bariisaan bara 1967 yeroo Afaan Oromoo barreessuu mitii... Read more »