Diyaaspooraatti sirnaan fayyadamanii qabeenya ofii godhachuu barbaachisa

Addunyaan walkeessa jirti. Kan biyya ittidhalatee handhuurame dhiisee biyya biraa qe’ee godhatee jiruufi jireenyasaa geggeessu kumaa kitila. Lammiileen sababoota adda addaatiin biyya ittidhalatan dhiisanii biyya biraa deemuun dhala godhatanii, qabeenyaafi beekumsa horatan... Read more »

Injifannoon tokkummaa lammiileetiin hinargamne hinjiru

Itoophiyaan sirna bittaa moototaafi atseewwanii akkasumas Dargiifi ADWUI keessummeessuun seenaa hedduu dabarsiteetti. Sirnoonni kunneen seenaa mata mataasaanii ittiin yaadaman qabu. Kan as dhihoo yoo ilaalle mootummaan ADWUI olaantummaa shororkeessaa ABUTiin biyyattii bulchaa... Read more »

Azmaarii gaafa farsoo Oromoo gaafa qabsoo

Baratu bade jennaan malee dur dur kan sirbu, kan geeraru, kan jeekkaru, kan filatu kan dibatu, lootii kan rarraaftu, goota ijji barbadaa qal’oo mudhiin zinnaaraa kan dhukaasee hindhabne, isa adda dhaabatuufi isa... Read more »

Qe’ee abbaan hineegganne ulfina hinqabu…

Oromoon Waaqatti dhihoo jira, saba yoo kadhate Waaqni dhagahuuf, biyya Waaqni battalatti rakkinasaa furuufiidha. Namoonni Oromoo jaalanna jettan, kanneen dallantanii biyya alaa jirtan, kan dallantanii bosona jirtan, kanneen dallantanii biyya jirtan gara... Read more »

Carraan Itoophiyaa badhaateefi kabajamtuu uumuu lammiileeshii harka jira

Akkuma beekamu biyyi keenya Itoophiyaan waraana birmadummaa ishee eegsisuuf jecha dirqamtee itti seente keessa jirti. Waraanni nurratti baname garee tokkoon qofa akka hintaane taateewwan waraanicha keessatti mul’atan ragaadha. Duula baandota keessaafi humnoota... Read more »

Beekamtii seenaqabeessa goota ofiitiif kenname

Akka aadaa Oromootti ilmi hanga waggaa torbaafi saddeet ga’utti maqaa masootiin waamama. Maqaan masoo kun kan baay’ee wajjin deemu miti. Gaafa moggaasni maqaa gahu iddoowwan tokko tokkotti ilma hangafaatiif ayyaana ilaalanii moggaasu.... Read more »

Yaadota qoqqoodoo faccisaa gara fuulduraatti

Itoophiyaan ijoolleeshii goototaan ni kabajamti. Itoophiyaatti qormaata ta’uun ni yaalama ta’a; moa’chuun garuu kaleessas hindanda’amne; har’as hinta’u; borus hindanda’amu. Guyyoota 15f adda waraanaatti duulanii Roobii darbe akkuma gara waajjirasaaniitti deebi’aniin ergaa seenaqabeessa... Read more »

“Wareegama kamuu kaffaluun birmadummaafi kabaja biyya keenyaa ni eegsifna” – Jiraattota Magaalaa Amboo

Wareegama barbaachisuu kamuu kaffa luun birmadummaafi kabaja biyya keenyaa ni eegsifna jedhan dargaggoonni, abbootiin Gadaa, abbootiin amantii, abbootiin qabeenyaa, haadholiin Siinqee, qeerroofi qarreen magaalaa Amboo. Akka dargaggoonni magaalattii jedha nitti, Itoophiyaa abbootiin... Read more »

Abbichuu nagaa nagaa

“Abbichuu nagaa nagaa qarreerra hinmarmaarinii; achittuu fayyaa nagaa qoreen sin waraaninii”. Walleen kun ummata Oromoo biratti daran beekama, jaalatamas. Artistoonni Oromoos ummatarraa fuudhuun mimmi’eessanii sirbaniiru, isa kanaafimmoo Artisti Abbabachi Daraaraa maqaa dhahuun... Read more »

Duula injifannoodhaan dabaalamaa jiru

Mootummaan Itoophiyaa Ministira Muummee Doktar Abiyyiin hogganamu ummanni biyyattii ammaan tana waraana otoo hinjaalatiin ittiseenan adeemsasaa jiru. Rayyaan Ittisaa Itoophiyaa (RIB) Ministira Muummeefi Ajajaa Waliigalii Humnoota Waraanaa, Doktar Abiyyin adda waraanaatti hogganamu... Read more »