Dhaamsa Bariisaa
Biyyi tokko guddina dinagdee yaadde milkeeffachuuf, lammileen ishee nagaan ba’anii galuuf nageenyi murteessaadha. Keessumaa biyyoonni tattaaffii guddachuu keessa jiran xiyyeeffannaan isaanii inni ijoo nageenya qabaachuudha; yoo nagaan jiraate waa hundi waan jiruuf.... Read more »
Biiroon Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa rakkoo bishaan dhugaatii Magaalaa Yaa’abal’oo furuuf xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jira. Baay’inaa ummata magaalattii yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufeen hanqinni bishaan dhugaatii humnaa ol dabaleera jedhu Hojigaggeessaan Dhaabbata... Read more »
ALA Guraandhalli 8 bara 1957 seenaa kubbaa miilaa Afrikaa keessatti iddoo olaanaa qaba; guyyaa Sudaan, Itoophiyaan, Misiriifi Afrikaan Kibbaa qaama kubbaa miilaa ardittii hogganu hundeessuuf Kaartuumitti mariif taa’an. Mari’ataniis Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa... Read more »
Akkuma aadaan ofii adda ofiiti jedhamu aadaan maalummaafi eenyummaa saba tokkoo ibsuu keessatti shoora olaanaa qaba. Jiruufi jireenya ummata Oromoo keessatti walittidhufeenya uumaafi uumamaa wajjin walqabatee walitti hidhamiinsi aadaan achii dhuftee waliin... Read more »
Ummanni Oromoos ta’e sabni kamuu nagaa barbaada. Nagaa isaa mirkaneeffachuufi injifannoo argates tikfachuuf bu’aa ba’ii hedduu bu’ee ba’ee aarsaa hedduus kaffalaa jira. Mootummaan Naannoo Oromiyaas Qe’ee Oromootti qilleensi nagaa akka bubbisuuf mareefi... Read more »
Kabajni Irreecha baranaa ayyaana tokkummaa, jaalalli hammattummaafi bareedinni ummata Oromoo dirreerratti daran ittimul’ateedha. Gaafa jala bultii Ayyaana Hora Finfinnee Qeerroofi Qarreen walkakaasuun uffata aadaatiin faayamanii Oromiyaa kallattiilee afranirraa Finfinneetti imaluun dhiichisaa bulan.... Read more »
Gaafa nageenyi jiru akka ardiifi samii bal’ata; gaafa dhabame ammoo akka qaawwa lilmoo dhiphata” jedha Oromoon. Nagaan waantota hundaa ol ta’uu ibsuuf. Aadaa, duudhaafi Gadaa Oromoo keessattis waantota hunda kan dursu dhimma... Read more »
Ummanni Oromoofi Sabaafi Sablammoonni biyya keenyaa hundi baga booruu gannaa hoofkaltanii taliila birraatti bahuun guyyaa kabaja ayyaana Irreecha hora Finfinneefi hora Harsadii bara 2017 nagaan geessan jechaa ayyaanichi kan nagaa, kan tokkummaafi... Read more »
Ummanni Oromoo ummata aadaa, safuu, sirna, seeraafi heera ummaticha bira darbee addunyaa kana boonsu hedduu qabu keessaa Ayyaanni Irreechaa isa tokko. Irreechi ayyaanota Afrikaa guguddoo jiran keessaa isa tokko yoo ta’u biyya... Read more »
Irreechi mallattoo nageenyaa, araaraafi obbolummaati; ibsituu abdiifi hawwii gaariiti; duudhaa galateeffannaa Oromooti; calaqqee sirna Gadaati; mallattoo tokkummaafi eenyummaati; waltajjii tokkummaafi miidhagina sabaafi sablammootaati; guyyaa haaromsaa, abdiifi ce’umsaati. Akkasumas Irreechi araara, galata, kadhannaadha,... Read more »