Tola ooltummaa: Hojii jaalalli ummataafi biyyaa qabatamaan ittiin ibsamu

Tola ooltummaan hojii gaarummaa bilisaan kennamu, aadaa waltumsuufi walbira dhaabachuu cimsuudha. Tola ooltummaan jaalala ummataafi biyya keenyaaf qabnu hojii qabatamaan kan ittiin ibsamuudha. Hojiin tajaajila lammummaa hanqina jiru furuun hawaasa fayyadamaa taasisa.... Read more »

 Waadaa gochaan dabaalame

Ergaan, “Oromiyaa ni misoomsina, Itoophiyaa ni utubna, gaanfa Afriikaa ni tasgabbeesina” jedhu yeroo hunda haasaa Kabajamoo Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa keessatti dhaga’amuudha. Biyya rakkoo walxaxaa keessummeessitutti waadaan akkasii namoota... Read more »

 Misooma koriidarii seenaa magaalattii madaaluufi aadaa hojii haaraa uume

Hojiin Finfinnee miidhagsuufi magariisa uwwisuu keessumaa waggoota shanan darbanitti raawwatame amma ija godhatee mul’achuu eegaleera. Magaalattiitti hojiilee misoomaa waggoota shanan darban keessa Finfinneetti raawwataman keessaa kanneen akka Paarkiiwwan Tokkummaa, Inxooxxoo, Michummaa, Pirojektii... Read more »

 Dargaggoo: Anniisaa Jijjiiramaa, utubaa biyyaafi abdii egeree

Umriin dargaggummaa waa hunda jechuunis ifa hubattummaan guutameefi rakkoof furmaata ta’uudha. Akkasumas yeroo egeree ofiitiif, hawaasaafi biyyaaf bu’aa buusuuf humna ho’aadhaan bu’uurri itti kaa’amuudha. Dargaggummaan dubbisuufi gaafachuudha. Yeroo galaan egeree ittigalaafatamuudhas. Dargaggummaan... Read more »

Mari’ataatu daandii dheeraa waliin imala

Tulluu waldhabdee barootaa dhidhimsuuf Itoophiyaan marii biyyaalessaaf onnattee ka’uunshee Itoophiyaanotatti abdii jireenyaa horeera. Bu’aa ce’ii hedduu booda boqonnaan marichaa Finfinneetti gara ajandaa marii walitti qabuutti ce’uunsaa magaalattii carra qabeettii ishee taasisa. Garaagarummaa... Read more »

 Milkaa’ina funaansa galteetiif

Seenaa Itoophiyaa keessatti waldhabdeewwan keessumaa kan siyaasaa mariidhaan furuurra humnaan furuuf yaaluutu caalee mul’ata. Addummaan yaadamaafi waliigaltee dhabuunis akkasuma. Kanaafis otoo fagoo hindeemin taateewwan dhiyeenya kana uumamanirraa hubachuun nidanda’ama. Seenaa gootummaa jedhamee... Read more »

 Sosochii omishtoota dadammaqse

Erga yaadamniifi kaka’umsi, ‘Itoophiyaan haa omishtu’ jedhamu, eegalamee as, sosochiin indastirii manifaakchariingii manifaakchariingii akka biyyaatti jalqabame daran jajjabeessaadha. Indastirii manifaakchariingii akka toora xiyyeeffannoo tokkootti qabachuufi dilbiifi carraawwan gama kanaan jiran adda baasanii... Read more »

 Labsii nageenyaa Naqamteerraa labsame

Ummata bira dhaqaniis ta’e gara waajjirasaaniitti affeeranii mariisisuun, yaadota biyya ceessisan, maddisiisuun harkaafi sammuu qulqulluudhaan hojiirra oolchuun, biyya qarree diigamaarra turte baraaruun, hawaasa seenessa qeenxeetiin burjaajii adda addaa keessa ture yaadasaa jijjiiruun,... Read more »

 Du’aa ka’uu: Fakkeenya jaalalaafi garraamummaa

Akka amantaa Kiristaanaatti fannoo booda otoo du’aa ka’uun jiraachuu baatee amantichi hinjiraatu ture. Imalli dhumaa Yesuus lafa kanarratti taasise seenaa gaddisiisaa ta’ee hafaayyu. Abdiin dhala namaas nidukkanaa’a ture. Garuu du’aa ka’uun misiraachoo... Read more »

 Dhaloota kanaaf ajandaan waggaa 50 nagaa waaraa ta’uu qaba

Itoophiyaan seenaa mootummaa bara dheeraa keessatti garaagarummaa siyaasaa, waldhabdeefi walitti bu’iinsota karaa nagaa, mariifi waldhaggeeffachuun hiikuurratti muuxannoo hinqabdu. Akka carraa ta’ee siyaasnishee siyaasa yeroo hunda zeeroorraa jalqabuudha. Biyyanatti kan barame kan humnaan... Read more »