Bu’aalee hoggansa jijjiiramaatiin argaman ittifufsiisuudhaan biyya ceessisuu

Itoophiyaatti sirna dimokraasiifi walqixxummaa ijaaruuf saboonni, sablammoonniifi ummatoonni Itoophiyaa qabsoo waggoota dheeraa fudhate taasisaniiru.  Qabsoo sirnoota dhufanii darban waliin taasifame kanatti Oromoon adda durummaan fuuldura bu’ee hogganeera.  Biyya kanatti otoo kan gararraafi... Read more »

Biyya ceessisuuf yaada qe’ee keessaarraa gara biyyaatti

Rakkooleen jireenyaa lafa kanaa daran walxaxoodha. Walxaxni kun keessumaa biyyoota akka keenyaa rakkoolee hawaasummaa, dinagdeefi siyaasaatiin duubatti hafanitti daran baay’ata. Kana biratti ammoo qajeelummaafi bal’isanii yaaduun tokko tokko namaarraa eegamu jiraachuu dhabuun... Read more »

Milkaa’in pirojektii Wancii Dandiif hunduu harka harkaan Pirojektota yaadrimee jijjiramaa Ministiri Muummee Doktor Abiyyi Ahmadiin bocamanii hojjetamaa jiran sadii keessaa pirojektiin Ikkoo Turizimii Wancii Dandii Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaafi Godina Shawaa Kibba... Read more »

Ciniinsuurra dhalarratti xiyyeeffachuu

 Haalli ammaan tana biyyi keenya keessa jirtu yeroo ciniinsuu fakkaata. Diinonni biyyattiif ciisanii bulanii hinbeekne oduu jettejettee hafarfamurraa ka’uun biyyattiifi ummatashii nagaa dhorkuuf waan kutatanii kaka’an fakkaatu. Kanaanis karaa guddinaafi misoomaa biyyattiin... Read more »

Imalli eegalame siyaa’inaan ittifufuu qaba

 Lolli Adwaa injifannoo sabootaafi sablammoota Itoophiyaa maraa ta’uurra darbee kan ummata gurraachaa ykn Afrikaa ta’uun dhugaa irra deddeebiin ibsameedha. Addatti ammoo Oromoon lola Adwaa keessatti addadurummaadhaan lolee injifannoo guddaa galmeessiseera. Kana jechuun... Read more »

Adwaa: Asxaa ulfinaa, bilisummaafi tokkummaa biyyaalessaa

 Imala saamichaafi qoqqoodannaa dachii Afrikaa Awuroppaanotaan eegalametti turtee kan makamte, Xaaliyaan ALA bara 1869 kara kaampaanii Rubaantiinoo jedhamuun buufata doonii Asab qabattee Itoophiyaa koloneeffachuuf carraaqxeetti. Korri Barliin gaggeeffamee waggaa 11 booda ALA... Read more »

Filannoon hunda injifataa taasisu akka geggeeffamuuf

Itoophiyaafi ummatoonnishii baatii Caamsaa dhufu hojmanee guddaa tokko qabu, hojmanee egereesaanii murteessu, lammiileen abdiidhaan eeggatan, filannoo waliigalaa marsaa jahaffaa. Filannichaaf Paartii Badhaadhinaa biyya bulchaa jiru dabalatee paartiileen morkattootaa danuun garanumaa qophii eegalaniiru.... Read more »

Ammas qindoominni murteessaadhuma

Ammaan tana Oromiyaatti hojiin misooma dinagdeefi hawaasummaa kan yeroo kamuu caalaa hordoffii cimaadhaan raawwatamaa jira. Gaaffiifi fedhii misoomaa ummata naannichaa kan yeroo dheeraaf ture deebisuuf guddaan karoorfamee xiqqaarraa eegaluun, karaa walitti hidhamiinsa... Read more »

Deggarsichi hojmanees of keessaa qaba

Wixatniifi Kibxanni darban sadarkaa Oromiyaatti taatee seenaqabeessa tokko galmeessanii darbaniiru; seenaa hiriira deggarsaa hoggansa mootummaa jijjiramaa, Doktar Abiyyi Ahmadiin durfamuuf. Hiriira kanarratti ummanni naannichaa miliyoona danuutti lakkaa’amu dhaadannoowwan keessoo koo naa ibsa... Read more »

Rakkoo waloo waliin hiikuun milkaa’ina badhaadhinaatiif

Ummanni Oromoofi Somaalee ummattoota jireenya hawaasimmaafi seenaa qabsoo walfakkaataa qabaniidha. Daangaa dheeraa kiiloomeetira kuma tokkoofi 800 kan waliiqoddatan ta’uusaaniitiin ummanni naannolee lamaanii seenaa waliin jireenya waggoota dheeraa waliin qaba. Ta’us sirna duraan... Read more »