IJOO DUBBII
Biyyi keenya yeroo kamuurra daandii jijjiiramaa abdachiisaarra arreedaa jirti. Erga Jijjiiramni sirnaa biyya keenyatti adeemsifamee as dameelee hundaan milkaa’inoonniifi jijjiiramoonni lakkaa’aman dameelee hundaan galmaa’aniiru; galmaa’aas jiru. Jijjiiramoonni kunneen damee siyaasaa, dinagdee, hawaasummaafi... Read more »

Tibbana Boorana, Areeroo Gooroo, Arda Jilaa Badhaasaatti, sirni walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Oromoo Booranaa marsaa 72ffaan akkuma amalasaa karaa nagaafi milkaa’inaan bakka keessummoonni guguddoon biyya keessaafi alaa argamanitti adeemsifameera. Sirni walharkaa fuudhiinsa... Read more »

Har’i akka moggaasa warra faranjiitti Maarchi 8 ykn Bitootessa 29, Guyyaa Dubartoota Addunyaati. Guyyaan kun sochii qabsoo hunda hammataa dubartoonni taasisaniifi bu’aasaa yaadachuuf; dadammaqsawwan babal’oo adeemsisuudhaan dhimmoota dubartootaan walqabatanirratti hawaasaaf hubannoo uumuuf,... Read more »

Seenaa Itoophiyaanotaa keessatti injifannoowwan lama yoomillee hindagataman. Injifannoowwan kunneen kan diina weerartuurratti akkasumas hiyyummaarratti taasifamanidha. Injifannoowwan kanneen kan walfakkeessu lammileen biyyattii addaddummaa ilaalcha siyaasaa, afaanii, amantii, sabaafi eenyummaa malee sagalee tokkoon kan... Read more »

Ijaarsi Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiya erga eegalamee waggoota 14 lakkoofsiseera. Pirojektiin guddaan kun humnaafi dandeettii ummattoota biyyattiitiin kan ijaarame yoo ta’u, kan waadaan tokkummaa ummattootaa itti haaroomee akkasumas itti cimeedha. Dhugoomuu pirojektii... Read more »

Itoophiyaan hundeessa Gamtaa Afrikaatiifis ta’e erga hundaa’ee booda cimina gamtichaatiif biyyoota ardichaa kuun wajjin ta’uun waan guddaa gumaachiteetti. Teessoo gamtichaa waan taateefis walga’iiwwan raawwachiistuu hojiifi dura bu’ootaa waggaa waggaadhaan adeemsifaman haala miidhagaadhaan... Read more »

Itoophiyaan hundeessa Gamtaa Afrikaatiifis ta’e erga hundaa’ee booda cimina gamtichaatiif biyyoota ardichaa kuun wajjin ta’uun waan guddaa gumaachiteetti. Teessoo gamtichaa waan taateefis walga’iiwwan raawwachiistuu hojiifi dura bu’ootaa waggaa waggaadhaan adeemsifaman haala miidhagaadhaan... Read more »

Dhimmi bulchiinsa gaarii yaadrimee barbaachisummaansaa jaarraa 20ffaa keessa cimee bahedha. Yaadrimeen bulchiinsa jedhamu umrii dheeraa kan qabu, guddina qaroomina dhala namaa wajjin kan tureefi babal’ataa dhufe yoo ta’u; tooftaa ykn mala aangoo... Read more »

Pirezidaantiin Paartii Badhaadhinaafi Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahmad (PhD) yaa’ii 1ffaa paartichaarratti ergaa ittaanu dabarsanii turan. Paartiin Badhaadhinaa dhiibbaa ummataatiin, hoggantoota jijjiirama barbaadaniifi gargaarsa Rabbiin dhalate. Badhaadhinni Itoophiyaa qofatti otoo hintaane Afrikaarrattis... Read more »

Qonnaan bulaan keessumaa waggoota muraasaa as sululoota xiyyeeffannaan misoomsuudhaan, isa misoomse kunuunsuudhaan abbummaadhaan eegee qabuudhaan bakkichatti kanniisaa horsiisaa, kuduraafi muduraa omishaa jira. Hojichaan lafti qonnaa, bosonaafi dheedichaan manca’ee faayidaa ala ta’ee ture... Read more »