Mariin eegalame dinagdee rakkoo nageenyaatiin miidhame bayyanachiisaa jira

Waldhabdee garaagarummaa siyaasaa akka biyyaatti jiru bu’uura godhatee uumameen hawaasni bahee galuun, daldalee dinagdeesaa cimsuun rakkoo hawaasummaa keessattis walcina akka hinhiriirreef rakkoon nageenyaa hudhaa guddaa ta’ee ture. Rakkoo nageenyaa akka Oromiyaatti mudataa... Read more »

Magaalota Oromiyaatti hojii misooma beelladaa ammayyaa’aa

Imalli badhaadhinaa yaadamarra kan ce’e gocha qabatamaa lammilee maraammartoo hiyyummaa keessaa gara milkaa’inaatti ceesisudha. Imala kana milkeessuuf karoora xiiqii tarkaanfilee haaraan dabaalameen bu’aawwan guguddoon magaalota Oromiyaatti keessatti galmaa’aa jiru. Hojiiwwan inisheetiivii garaa... Read more »

Alergii bunaa ji’a tokkotti raawwiin %176 itti galmaa’e

Itoophiyaan omishaalee addaddaa biyya alaatti erguun sharafa alaa argataa jiraachuun ishee ni beekama. Wantoota biyyattiin alatti ergitu keessaa bunni isa ijoofi barootaaf bu’aa olaanaan irraa argamaa turedha. Bara kanas ji’a onkololeessaa qofa... Read more »

 Wixinee labsii baankotni alaa gara Itoophiyaa akka dhufan affeeru

Dhibee koronaa, rakkoo nageenyaafi hanqinni omishaa dinagdee addunyaa raafama guddaa keessa buusuu danda’aniiru. Gaaga’ama dinagdee dandamachuun gara guddina waaraatti ce’uuf biyyootni adda addaa haala qabatamaa biyyasaaniin tarkaanfiilee garagaraa fudhachuurratti argamu. Riifoormiwwan kunneen... Read more »

 Finfinneetti qophiin ayyaana Qilleefi kenniinsa eeyyama daldalaa maal fakkaata?

Wayita kabajni ayyaanota garagaraa dhiyaatu waa’een gabaa ayyaanaa yaaddoo namoota hedduuti. Gabaa ayyaanaatiin walqabatee fedhiin jiru, dhiyeessiin omishaaleefi gatiin omishaalee walsimuu dhabuun rakkoo ta’uun bubbuleera. Biiroon Daldalaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kabaja Ayyaana... Read more »

 Harargee Bahaa: Godina fakkeenya kenna tajaajila tola ooltummaatiin pirojektota hedduu raawwachuu

Harargeen Bahaa godinaalee Oromiyaan qabdu keessaa tokko yoo ta’u, maqaa kanas kutaa biyyaa dur Harargee jedhamurraa akka fudhatetu himama. Harargeen bahaa kibba-dhihaan Laga Shaabaleefi Bodina Baaleetiin, dhihaan Harargee Lixaan, kaabaan Dirre Dhawaafi... Read more »

 “Shawaa Bahaatti sassaabbii omisha gannaa dhibbantaa 93 raawwaterraa galiin callaa kuntaala miliyoona 19 argame” – Obbo Masfin Tashoomaa

Warraaqsa dinagdee akka biyyaatti eegalame milkeessuuf godinaalee adda durummaan hojiitti seenanii bu’aa caalmaa galmeessisaa jiran keessaa Shawaan Bahaa isa jalqabaati. Makaanaayizeeshinii qonna ammayyaa babal’isuun galteewwan qonnaa bu’uura ta’an waliin gahuun warraaqsa dinagdee... Read more »

 Mandara Qulqullinaa: Jalqabbii Bayyanannaa Itoophiyaa

Mandarri Qulqullinaa Ministeera Daldalaafi Qaxanaatiin ijaarame Sanbata darbe bakka Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) argamanitti eebbifameera. Mandarri kun lafa heektaara 7.2 irra kan qubateefi gamoowwan 20 kan irratti ijaaraman yoo ta’u... Read more »

 Namoonni agarsiisaafi baazaarii guyyaa sabootaa sababeeffachuun qophaa’erratti hirmaatan maal jedhu?

Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa 19ffaa Sadaasa 29 bara 2017 kabajamu sababeeffachuun agarsiifnifi baazaariin daldalaa guyyoota shaniif ture Wiixata darbe eegalee hanga kaleessaatti Wiirtuu Agarsiisa Magaalaa Finfinneetti adeemsifameera. Agarsiisicharratti intarpiraayizoonni 150 ol... Read more »

 Harka tokkoon sanyii gahe sassaabaa, isa hafeen qonna boneetiif qophaa’uu

Damee qonnaatiin bara bajataa xumurame 2016tti guddina waliigalaa 6.8 ta’e galmeessuun kan danda’ame yemmuu ta’u, waliigalaan omishni kuntaala miliyoona 700 ta’u biyyattii keessatti omishuun kan danda’ame ta’uu Pirezidaanti Taayyee Asqasillaasee haasaa baniinsa... Read more »