
Tibba kana jecha taaksii eksaayizii (Excise Tax) jedhu dhaga’uun haaraa miti. Mootummaan oomishaalee garagaraarratti taaksii dabaluuf wixinee qopheessee qaamolee garagaraa mariisisaa akka jirus hubannaa hamma ta’e ni qabna. Garuu oomishoota akkamiirratti, maaliif,... Read more »

Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa teknolojiiwwan qonnaa adda addaa baasuu, madaqsuufi babal’isuudhaan akkasumas sanyiiwwan midhaanotaafi beelladootaa omisha fooyya’aa kennan qorannoodhaan baasee qonnaan bulaa biraan gahuudhaan omishaafi omishtummaa qonnaa guddisuuf tattaaffii cimaa taasisaa jira.... Read more »

Aadaa kanaan dura tureen mootummaan aangoorra jiru umrii aangoosaa dheereffachuuf jedhee hojii dur hojjechuu qabu kachachalummaan bira darbuun wayita filannoon jala ga’u maqaa misoomaan oliif gadi fiiga. Kun Itoophiyaaf haaraa miti bara... Read more »

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi erga gara aangootti dhufaniin as haala dinagdee biyyattiin keessa turte fooyyessuuf sochiilee adda addaa wayita taasifaman mul’atu. Haaluma kanaanis, biyyoota Arabaafi Awurooppaa irraa deeggarsaafi liqaa maallaqaa argachuun danda’ameera.... Read more »

Ijaarsi kun maaf harkifate? Rakkoo sharafa alaati, hojiin kun maaf hinhojjatamne? Rakkoo sharafa alaati, meeshaan kun maaf hinbitamne? Hanqina sharafa alaati. Kun maaf hintaane? Rakkoo shara alaati. Sun hoo maaf hintaane sunis... Read more »

Yaada ka’umsaa Akka seera labsii invastimantii Itoophiyaa lak. 280/2002tti, tarsiimoon guddina waliigala dinagdee biyyattii sirna gabaarratti qofa xiyyeeffataa ture rifoormii gaggeeffameen misooma invastimantii biyya keessaafi alaa akka hammatu taasifamuunsaa kan yaadamuudha. Itoophiyaa... Read more »

Adaamaan magaalota Oromiyaa guddina saffisaarra jiran keessaa ishee tokko. Magaalattiin giddugala indastirii, tuurizimiifi konfiraansii waan taateef sochii daldalaa guddaatu keessatti adeemsifama. Qorannoon dhiyeenya kana taasifame tokko akka ibsutti, guyyaatti namoota kuma 65... Read more »

Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa teknolojiiwwan qonnaa adda addaa baasuu, madaqsuufi babal’isuudhaan akkasumas sanyiiwwan midhaanotaafi beelladootaa omisha fooyya’aa kennan qorannoodhaan baasee omishaafi omishtummaa qonnaa guddisuufi jiruufi jireenya qonnaan bultootaa fooyyessuuf tattaaffii cimaa taasisaa... Read more »
Dhiyeenya kana Ministeerri Maallaqaafi Itoophiyaatti Manni Marii Waldaalee Daldalaafi Dameeleesaa hawaasa daldaltootaafi qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin dhimmoota dinagdee Itoophiyaa fooyyessuuf gargaaranirratti Finfinneetti mari’ataniiru. Maricharratti rakkooleen guddina dinagdee biyyattii mudataniifi malootni furmaataa adda... Read more »

Torban darbe aggaammii xiinxalaa siyaasaa Jawaar Mohaammadirratti taasifame balaaleeffachuun kutaalee Oromiyaa hedduu keessatti mormii cimaatu adeemsifame ture. Mormiin kun bifa jijjiirrate qaamonni ajandaa dhokotaa qaban adeemsichatti waan makamaniif miidhaan heddu qaqqabeera. Qabeenyi... Read more »