Hojiin damee kamiinuu hojjetamu seektara dhuunfaa yoo hinhirmaachisne bu’aa qabeessa hinta’u. Mootummaan qofaasaa waantota hunda hojjete galmaan ni ga’aa jechuunis rakkisaadha. Kanaafi ammaan tana mootummaan seektaroota garagaraarratti haala namoonni dhuunfaa hirmaachuu danda’an... Read more »
Omishaafi oomishtummaa qulqullinaafi lakkoofsaan dabaluuf itti fayyadamni sanyii filatamaafi guddistuu callaa murteessaa ta’us hanqina wajjin walqabatee rakkoo mudatuun bu’aaan callaarraa eegamu gadi bu’uunsaa kan oolu miti. Bu’aan callaa lakkoofsaafi qulqullinaan gadi bu’uunsaammoo... Read more »
Baay’ee sirbameefiira; utubaa dinagdee madda galii biyyaa, mul’istuu qabeenyaa, inni omishe kan itti duroomu inni funaane kan itti hundee godhatu ture, bunni. Dur dur qonnaan bulan omisha bunaasaarraa gatiifi itti quufiinsa argate”... Read more »
Akkuma beekamu bara 2008 irraa eegalee sababa rakkoo nageenyaa akka biyyaatti mul’achaa tureen dameen dinagadee hanga raawwatamuu qabuufi hanga karoorfame hinraawwatamne. Amma garuu haalli jiru gaarii waan ta’eef carraa jirutti fayyadamuun bara... Read more »
Dhuma jaarraa 19fa qabeenyi bosona Itoophiyaa %30 ture. Qabeenyi bosonaa kun lafa qonnaa babal’ifachuuf, cilee gubuufi qoraaniif jecha seeraan ala cirameefi gubamee dhumee %3 irra gahee ture. Qabeenya bosonaa kana seeraan ala... Read more »
Ammaan tana biyya keenyatti hojiin dhaabiinsa biqiltuu bal’inaan geggeeffamaa jira. Hojii kana keessatti biqiltuuleen faayidaalee adda addaatiif oolanis xiyyeeffannaa argataniiru. Biqiltuun dhaabamaa jiru keessumaa bunaaf faayidaa guddaa qaba. Ganna kana godinaalee Qeellam... Read more »
Barri bajataa 2011 kan rakkooleen siyaasaa hedduu itti mul’atan ta’us hojiilee gama dinagdeetiin hojjetaman hindhaabanne. Kana jechuun rakkoon ture dhiibbaa hingeesisne jechuu osoo hintaane rakkoo kam keessattiiyyuu hojiin fayyadamummaa biyyaafi lammiilee mirkaneessuu... Read more »
Dur gaafa daa’imman turretti wayita haadholiin teenya gabaa deeman wanti itti dhaamannu hedduu ta’us, karameellaan garuu isa hangafa. Eessumniifi adaadaan, akkasumas firoonni dhihoon biroon yemmuu keessumummaa dhufan kiisasaanii keessaa karameellaan hindhabamu. Akka... Read more »
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wiixata darbe walga’ii ariifachiisaa gaggeesseen baasii bajata waliigalaa mootummaa federaalaa qarshii biliyoona 386.95 raggaasiseera. Kana keessaa baasii bajata idileetiif qarshii biliyoona 109.9, kaappitaalaaf qarshii biliyoona 130.71, deggarsa... Read more »
Harargeen akkuma gootota siyaasaa gabrummaafi cunqursaa sirnoota darbanii ittiin falmaa turaniin beekamtu gootota misoomaa hiyyummaa waliin wal’aansoo walqabanii injifatan hedduu horachaa jirti. Kanneen keessaa Kaaliid Sabiit tokko yoo ta’u, harka duwwaarraa ka’uun... Read more »