Waggaa lamatti saatalaayitota lama horachuu: Agarsiiftuu imala milki waggoota sadeenii

Bayyanaa Ibraahimiin Waggoottan muudamniifi muddamni itti baay’atan, kan gaddaafi gammachuun keessa wal make eenyu akka gaddatti jiruufi eenyu immoo akka gammachutti jiru adda baasuun itti nama dhibe baroota murteessoo isa walkeessoo. Haalotni... Read more »

Biyya qabeenya beelladaa qabdurraa fayyadamuun gaara itti ta’e: Itoophiyaa

Bayyanaa Ibraahimiin Itoophiyaan biyya uumaan lageeniifi haroowwan hedduun qabduufi ummannishee guututti bishaan dhugaatii qulqulluu hinarganne, jal’isiin omishuun hafee rooba waggaa eeggattu, humna ibsaa gahaa maddisiisuu dadhabdee kutaan biyyattii harki caalu dukkana keessa... Read more »

Yuniyeenii Omishtoota Kuduraafi Muduraa Maqii Baatuu maal hojjetaa jira?

Saamraawit Girmaatiin Obbo Kumasaa Guddinaa Gaggeessaa Hojii Yuniyeenii Omishtoota Kuduraafi Muduraa Maqii Baatuuti. Yuniyeenichi bara 1994 kan hundaa’e yoo ta’u, waldaalee miseensa 12 hojii jallisiirratti hojjetanii kuduraafi muduraa omishaniifi qonnaa bultoota 527... Read more »

Qaamota sadeen jijjiirama barnootaatiif dhamaan dhama’an

Kutaa 3fa Maxxansa keenya lamaan waa’ee dhimma eebba manneen barumsaa Godina Baalee, Aanaa Harannaa Bulluq Bakkaayeefi Bulluq dhaabbanni mitimootummaa tokko ijaaree eebbisiiseefi isaan walabatan biroo isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Kutaan xumuraas... Read more »

Ijaarsa daandii Dambi Dolloo-Muggii-Dollaa rakkoolee hawaas dinagdee hedduu furu

Natsaannat Taaddasaatiin Oromiyaan lixaa torban Dilbata darbee cidha cimaarra oole; cidha eebbaafi jalqabsiisa daandii pirojektii daandii Ministirri Muummee Mootummaa RFDI Doktar Abiyyi Ahmad, Ministira Muummee Ittaanaafi Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin, Giifti... Read more »

Addunyaa saffistuu, saffisa olaanaadhaan

 Saamraawiit Girmaatiin “Haa ga’u nagaan koo onneerraa madde, gaara qaxxaamuree, dachaa bu’ee, laga ce’ee…” jechuun bara xalayaan fira, maatiifi jaalalleefi hiriyaaf ergamaa ture sana dafanii odeeffannoo waljijjiiruun akkam rakkisaa ture laata? Osoo... Read more »

“Siyaasa biyyattii haalduree tokko malee fayyisuu baannaan dinagdeenis hinfayyu” -Doktar Guutuu Teessoo

Saamraawiit Girmaatiin Qaala’insi jireenyaa Itoophiyaa yeroodhaa yerootti dabalaa dhufuus inni dhiheenya kana dabaluu gatii bobo’aa wajjiin walqabatee uumame garuu namoota hedduu kan hadheeffachiiseefi yaaddessedha. Sababa gatiin bobo’aa dabaleen wanti hindaballe tokkollee hinjiru.... Read more »

Qaala’insa gabaa tarsiimoo sirriittin to’achuu gaafata

Takkaalliny Gabayyootiin Akkuma addunyaattuu qaala’iinsi gabaa biyya kamuu keessatti kan mudatu waan ta’eef hangas mara akka ta’insa haaraatti fudhatamee yaaddoo jireenyaa keessa kan nama galchu akka hintaane hayyootni dinagdee irratti waliigalu. Kana... Read more »

Misoomni sululaa guddina dinagdee utuba

 Takkaalliny Gabayyootiin Itoophiyaatti hojiin misooma sululaafi kunuunsa qabeenyaa uumamaa bara 2004rraa kaasee kan jalqabame yoo ta’u, hanga har’aatti misooma qonnaa si’eessuutiin guddina dinagdee waliigalaa biyyattii utubaa akka jiru mirkanaa’eera. Keessumaa ammoo omishaafi... Read more »

Haala mijataa osoo qabanii qamadii alaa galchuu dhaabuuf…

Bayyanaa Ibraahimiin Qonni biyyoota guddataniifi guddachaa jiranitti bu’ura dinagdee cimaa ta’uun lammiilee biyyaatiifis carraa hojii bal’aa uuma. Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuun omishni waggaa waggaatti omishamu biyya nyaachisee irraa hafuun sharafa alaa hedduus... Read more »