“Hojii aartiitiin ummata Oromoorra kan darbe qabeenyan horadhe hinqabu” – Artisti Tasammaa Galataa

Artisti Tasammaa Galataa bara Afaan Oromoon hojjechuu mitii dubbachuunuu akka yakkaatti fudhatamaa turerraa kaasee waggaa 30 oliif guddina aadaa, aartiifi Afaan Oromoo keessatti ogummaasaatiin shoora guddaa nama taphateedha. Har’a garuu gootni doorsisawwan... Read more »

 “Itoophiyaan Afrikaa bahaa keessaa bakka invastimantii mijataa ta’aa jirti” – Doktar Zallaqaa Tamasgeen

Waantota guddina dinagdee biyya tokkootiif murteessoo ta’an keessaa dameen invastimantii isa ijoodha. Invastimantiin biyya keessaas ta’e alaa fedhii omishaa guutuurra darbee galii argamsiisuufi carraa hojii bal’aa uumuun dinagdee biyyaa kallattiidhaan utuba. Akkasumas... Read more »

 Hojiilee guguddoo omishaafi omishtummaa qonnaa guddisuuf bara omishaa 2016/17 Oromiyaatti raawwataman

Biiroon Qonna Oromiyaa bara 2016 damee qonnaatiin hojiilee guguddoo dinagdee naannichaas ta’e biyyattii olkaasuu danda’an hedduu raawwateera. Bara omishaa 2016/17 gargaaramummaarraa gara omishuutti kallattii jedhu qabachuun dameelee qonnaa hunda keessatti hojiileen omishaafi... Read more »

 Dargaggoonni waa’ee nageenya waaressuurratti maal jedhu?

Dargaggummaan umrii murteessaa ofiifis ta’e biyya ofiif waardiyyaa dhaabachuun wabii itti ta’an yoo ta’u, keessumaa gaafa xiiqii ga’umsaan diina dura dhaabatee walabummaa biyyaa kabajuufi kabachiisuun dhaloota utubaa biyyaa ta’edha jechuun ni danda’ama.... Read more »

 ‘ICC’n hoggantoota Afrikaa adamsuuf malee haqa Afrikaa kan kabachisiisu waan hintaaneef, ardittiin mana murtii mataashii qabaachuun dirqama” -Obbo Teewdiroos Geetaachoo

Sochiin turizimii torbee lamaan darbanitti ayyaanota guguddoo akka Gubaa Masqalaafi Irreechaatiin eegalame, torbee turizimii Oromiyaatiin dabaalamee, yaa’ii Ministiroota Ittisaa Afrikaa simatee, walga’ii Dargaggoota Afrikaa damee wabii nyaataa mirkaneessuu isa jalqabaatiin hordofamee yaa’ii... Read more »

 Qophii duree baallii walharkaa fuudhuu Gadaa Booranaa

Akkuma aadaan ofii adda ofiiti jedhamu aadaan maalummaafi eenyummaa saba tokkoo ibsuu keessatti shoora olaanaa qaba. Jiruufi jireenya ummata Oromoo keessatti walittidhufeenya uumaafi uumamaa wajjin walqabatee walitti hidhamiinsi aadaan achii dhuftee waliin... Read more »

 Mariidhaan nageenya waaressuu

Ummanni Oromoos ta’e sabni kamuu nagaa barbaada. Nagaa isaa mirkaneeffachuufi injifannoo argates tikfachuuf bu’aa ba’ii hedduu bu’ee ba’ee aarsaa hedduus kaffalaa jira. Mootummaan Naannoo Oromiyaas Qe’ee Oromootti qilleensi nagaa akka bubbisuuf mareefi... Read more »

 “Galmeewwaan 80 ol mana murtii idileetti dadhabaman mana murtii aadaatiin furreerra” – Mana Murtii Aadaa Matahaaraa Dirree Gobbuu

Finfinnee: Warri Fantaallee warra Gadaan bulu gadadoofi jibbaaf bakka hinqabne, waldhabdee akka tasaa isaan mudatu furachuuf mana murtii idilee caalaa Jaarsa biyyaaf warra dursa kennuudha. Manni murtii aadaa cancala hawaasummaatiin hidhamee as... Read more »

 Dhaloota garaasaarra biyyasaa jaalatu uumuuf hojjechuun barbaachisaadha

Finfinnee: Dhaloota garaasaarra biyya jaalatu uumuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu hoggantoonni olaanaan Naannoo Oromiyaa ibsan. Hoggantoonni kunneen kabaja guyyaa Alaabaa 17ffaa ilaalchisuun turtii Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin akka jedhanitti, biyya kan guddisu, birmadummaa... Read more »

 Birmadummaa aarsaan argame dafqaan ittifufsiisuun dirqama hundaati

Adaamaa: Itoophiyaan birmadummaa aarsaa lubbuu, dhiigaafi lafeetiin argatte wabii midhaan nyaataatiin of danda’uudhaan itti fufsiisuu akka qabdu Hoggantootnifi Hayyootni sektaroota garagaraa beeksisan. Tajaajilli Oduu Itoophiyaa marii qooda fudhattoota garaagaraa hirmaachise mataduree, “Birmadummaa... Read more »