“Mootummaan gaafa Oromoon dubbatus na’uu qaba” – Seenaa Jimjimoo

Qabsoo Fincila Diddaa Gabrummaa waggaa lamaan dura Oromiyaa keessatti fniinee ture keessatti Oromoon biyya alaa jirus haala danda’ameen dhiibbaa uumuuf socho’aa tureera. Keessumaa seerri mirga namoomaa ‘HR’ kan Itoophiyaa akka hinraggaaneef qabsoon... Read more »

Doktar Sheek Muhaammad Rashaad: Abbaa Qubee Afaan Oromoo

Doktar Sheek Mohammad hayyuu guddaafi sabboonaa Oromoo afaan, seenaafi aadaa saba isaaniif hedduu gumaachaniidha. Waan isaan sabaaf gumaachan keessatti barruulee, suur-sagaleelee (‘audio visuals’) hiikaalee, dokumentootaafi hojiilee kan biroo hedduutu argamu. Sabboonummaa ummata... Read more »

ODPn uummata waliin tarkaanfachuuf ta’ee argamuu qaba

“Ya soogiddaa yoo ofiif jette mi’aayi kanaachi dhagaadha jedhanii sigatu” jedha Oromoon yoo makmaaku. Oromoon harqoota gabrummaa jaarraa tokkoo oliif isatti fe’amee ture ofirraa darbatee mirga abbaa biyyummaasaa qabatamaan mirkaneeffachuuf kaleessa caalaa... Read more »

Imaammata alaa tika biyyaalessaa wajjin walsimsiisuu

Imaammata biyya alaa Itoophiyaan hordofaa jirtuufi tikni biyyaalessaa walsimachaa waan hinturreef, dhimmootni sodaa nageenyaan walqabatanii imaammata biyya alaa keessatti hammatamaniifi osoo hinhammatamiin hafan kan fooyya’an ta’uu Doktar Abiyyi Ahmad wayita ambaasaddaroota biyyattii... Read more »

Dhimma Finfinneetiif furmaata kennuun nageenyaaf wabiidha

Oromoo saba bal’aa ta’e kana walirratti kakaaftee diina walii taasifte. Tokkummaasaa diiguudhaan irratti of tuultee gadi qabdee mataarra teesse. Kabaja namummaa uumamaan argate dhorkatte, kumaatama ajjeeftee, kumaatama qaama hir’uu gootee beektota ija... Read more »

Jechi ‘keenyaa’ baay’ate orma keenyatti boochise

“Goda marqaa jennaan ijoolleen fal’aanaan yaate” jedha Oromoon. Jaarraa 21fa kana keessa nama miti horiin marga dheedduyyuu kansaaf kan ormaa adda baasee beeka. Jaarreen sarabayii, ‘waan hundumaa keenya’ jedhan kanaa garuu hooda.... Read more »

Qoraattii dhoqqee keessaatiin waraanamuu hinqabnu

Yeroo hedduu wanta riphee nama miidhuu danda’u alaalatti arganii irraa of ittisuun ni ulfaata. Sababiinsaas waan biraa jala miliqee ykn walfakkaatee, gaarummaa olgatee waan dhufuuf. Fakkeenyaaf bofti summaa’aan daggala keessatti kan nama... Read more »

Oromiyaatti sagantaan dadammaqsa kaffaltii gibiraa boru jalqabama

Finfinnee: Oromiyaatti sagantaan dadammaqsa kaffaltii gibiraafi taaksii mataduree, “Dirqama koo nan bahadha, mirga koo nan gaafadha” jedhuun borurraa eegalee waggaa guutuuf kan adeemsifamu ta’uu Abbaan Taayitaa Galiiwwan Oromiyaa ibse. Daarektarri abbaa taayitichaa,... Read more »

Yunivarsiitiin Metropolitiyaanii Kotobee Afaan Oromoo barsiisuu eegaluufi

Finfinnee: Yunivarsiitiin Metropolitiyaanii Kotobee bara 2012 irraa kaasee Afaan Oromoo barsiisuuf qophii gochaa jiraachuu beeksise. Pirezidaantiin yunivarsiitichaa, Doktar Birhaanamasqal Xannaa ibsa Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, yunivarsitiinsaanii yeroodhaa yerootti hojmaatasaa... Read more »

“Amaaraa ta’uu keenya yaadanneetuu hinbeeknu” -Dhalattoota saba Amaaraa Wallagga jiraatan

Shaambuu: Yeroo ammaa biyya tana keessa gabaan akka siyaasaatti ho’e tokkollee hinjiru. Daldala siyaasaa biyyattiitti geggeeffamaa jiruun yeroo heddu kan fayyadamu murna siyaasaa muraasa yemmuu ta’u, kan itti miidhamu garuu daldaloota osoo... Read more »