Natsaannat Taaddasaatiin
Baahirdaar: Itiyoo Telekoom tajaajila ‘4G LTE Advanced’ Finfinnee qofatti kennaa ture babal’isuudhaan tajaajila intarneetii mobaayilii daran si’ataa ta’e kennuuf hojjechaa jira. Torban sadii dura tajaajila ‘4G LTE Advanced’ Riijinii Kibba Bahaa Magaalaa Adaamaafi naannawaasheetti kan jalqabsiise yoo ta’u, dheengadda ammoo kan Riijinii Kaaba Lixaa Magaalaa Baahirdaaritti jalqabsiiseera.
Raawwachiiftuun Hojii Itiyoo Telekoom Fireehiwoot Taammiruu saganticharratti akka jedhanitti, tajaajilli ‘4G LTE Advanced’ Riijinii Kaaba Lixaatti jalqabe jiraattota magaalaa Baahirdaariifi naannawaashee (Dabira Maarqoos, Finoote Salaam, Daangilaa, Injibaaraa, Bureefi Chaaginii)tti tajaajila mobaayilii si’ataa akka argatan kan taasisuudha. Tajaajilli kun namoota kuma 746 fayyadamoo taasisa.
Tajaajilli interneetii mobaayilii wantoota bu’uuraa dhalli namaa barbaadu keessaa isa ijoo ta’uu himanii, tajaajilli kun bakka kamiyyuu ta’amee akka hojjennuufi walquunnamnu waan taasisuuf dhibee koviid-19 ittisuu keessattillee gumaacha olaanaa qaba.
Itiyoo Telekoom tajaajila interneetii si’ataa kennuun fedhii hawaasaa guutuuf hojii ‘4G LTE Advanced’ babal’isuurratti xiyyeeffatee hojjechaa jiraachuu himanii, bara bajataa kanatti magaalonni naannolee biyyattii hedduun tajaajila ‘4G LTE Advanced’ ‘ akka argatan taasisuuf hojjechaa jira. Tajaajila kana babal’isuun ijaarsa guddina dinagdee biyyattii si’eessuu keessattis gahee olaanaa waan qabuuf kubbaaniyyichi qulqullina tajaajilichaa mirkaneessuuf hojiilee hedduu raawwachaa jiraachuu himaniiru.
Itiyoo Telekoom tajaajila ‘4G LTE Advanced’ bara darbe Finfinneetti jalqabe barana gara magaalota naannoleefi zooniiwwan dinagdee fedhii intarneetii olaanaa qabaniitti babal’isuuf hojjechaa jiraachuu kan himan raawwachiistuun hojii tun, tajaajilli kun hojiilee intarneetii fayyadamuun hojjetaman salphisuufi si’eessuu keessatti gumaacha olaanaa kan taasisu ta’uu himaniiru.
Akka Gabaasa raawwiin hojii ji’oota saglan darbaniitti lakkoofsi maamiltoota kubbaaniyyichaa miliyoona 52.7 kan ga’e yoo ta’u, kanneen keessaa interneetii kan fayyadaman miliyoona 24.4 qofadha. Itoophiyaan biyyoota Sahaaraan gadii keessaa baayina maamiltoota mobaayiliis ta’e interneetii fayyadamaniin sadarkaa duraarratti argamti.
Itiyoo Telekoom hojii waliinga’iinsaafi humna neetwoorkii guddisuufi qulqullinasaa mirkaneessuurrattis xiyyeeffatee hojjechaa jira kan jedhan Dubree Fireehiwoot, tajaajila neetwoorkii ‘5G’ akka addunyaatti bara 2020 jalqabe bara 2022 Itoophiyaatti jalqabsiisuufis karoorfatee hojjechaa jiraachuu eeraniiru.
Obbo Indaalee Balaw Magaalaa Baahirdaaritti, Komiishinii Tekinoloojii Saayinsiifi Quunnamtii Odeeffannoofi Ogeessa Viidiyoo konfiransiiti. Akkasaan jedhanitti, magaalattiitti keessumaa yeroo tajaajilli ‘2G’ ture tajaajili interneetii mobaayilii baay’ee dadhabaadha. Tajaajilichi erga ‘3G’tti guddatees harkifataafi ciccitaadha ture. Tajaajilli ‘4G LTE Advanced’ magaalattiitti jalqabuunsaa tajaajila interneetii daran si’ataa akka argataniif kan isaan fayyadu ta’uu himu.
Hojiisaaniitiin ‘Viidiyoo Konfiraansiifi zuumii’ waan fayyadamaniif tajaajilli ‘4G LTE Advanced’ magaalatiitti jalqabuunsaa faayidaa guddaa akka qabu himaniiru.
Gaazexaa Bariisaa Bitootessa 25/2013
For a limited time, Sephora is offering new beauty deals each day with savings of up to 50% off! Even better, you can score FREE shipping on any order when you use promo code FREESHIP at checkout! Get ready to make a statement with our collection of liquid eyeliners. From quick-dry options to smudge-proof picks, these products will take your eye looks to new heights. Our Lab experts’ top liquid pick, this lasted six hours in their tests and was a hit with consumers. “It goes on easy — not too wet, so it’s hard to make mistakes — and stays on all day without smudging,” one said. Tests showed that it provides vibrant color and lasts all day without smudging or smearing. Our Lab testers loved how this defined their eyes and stayed in place all day. The only debatable downside: Some found it hard to wipe off — even with makeup remover!
https://wiki-stock.win/index.php?title=Massage_sports_near_me
This sun serum is designed to elevate your skincare routine to new heights, ensuring your skin stays shielded, radiant, and youthful. Cosmetic Love is the leading Korean beauty store offering Korean cosmetic products from the most popular Korean brands like Etude House, Tony Moly, Missha, Skinfood, etc. They promise to supply high-quality and genuine products as they purchase directly from Korean official retail shops and brand manufacturers. On the Cosmetic Love website, there is a guideline designed especially for those who want to make a wholesale order so make sure you check it out before purchasing. This post contains affiliate links. By clicking on an affiliate link, I receive a commission at no extra cost from you, but it helps supporting this blog. For more information see full disclosure here.