Sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Abbaa Gadaa 75ffaa Gujii

Sirna Guraandhala 13 bara 2016 haala ho’aadhaan Me’ee Bokkootti adeemsifameen baalliin Michilleerraa gara Harmufaatti kan ce’e yoo ta’u, Jaarsoo Dhugoo abbaa Gadaa 75ffaa ta’anii abbaa Gadaa duraanii, Jiloo Maandhoorraa aangoo fudhataniiru.

BARIISAA SANBATAA Guraandhala 16 Bara 2016

Recommended For You