“Yeroo kamuurra tokkummaa cimsuufi waltumsuun barbaachisaadha”- Aadde Xayyibaa Hasan

Waaqshuum Fiqaaduutiin

Dubartummaafi hoggansa, bu’aa ce’ii jireenyaafi haala yeroo ilaalchisee Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa Daarektara olaanaa Ittaantuu Dhaabbata Godaantotaafi Godaantota Deebisanii Dhaabuu Federaalaafi Pirezidaantii Ittaantuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa, Aadde Xayyibaa Hasan wajjin turtii taasiseera.

Turtichaanis, “Hoggansi ammaa kun rakkoo waggoota dheeraa waliin Itoophiyaa simachuunsaa hubatamuu qaba. Rakkoon rogawwan maraa har’a biyyattiitti mudachaa jiru rakkoo dhaloota ce’ee as ga’e waan ta’eef guyyaa tokkotti kan furamu miti. Sanas ta’u rakkoo hamaa keesaa taa’anii guddina dinagdeefi jijjiirama abdachiisa galmeessisuun danda’ameera” jedhu.

BARIISAA SANBATAA Bitootessa 2 Bara 2015

Recommended For You

3 Comments to “ “Yeroo kamuurra tokkummaa cimsuufi waltumsuun barbaachisaadha”- Aadde Xayyibaa Hasan”

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *