Indastiriin Qonna Qindaa’aa Bulbulaa barana hojii eegala

Wayinisheet Kaasaatiin

Finfinnee: Paarkiin Indastirii Qonna Bulbulaa (Bulbulaa Agroo Intigireetid Industiriyaal Paarki) ijaarsisaa xumuramee barana hojii akka eegalu Korporeshiniin Misooma Paarkota Industirii Oromiyaa beeksise.

Daarektarri korporeeshinichaa, Obbo Sisaay Gammachuu Wixata darbe akka jedhanitti, Industiriin Qonna Qindaa’aa Paarkii Bulbulaa baasii qarshii biliyoona 10 oliin ijaaramaa kan jiru yoo ta’u, barana guutummaatti xumuramee hojii eegala.

Paarkichi Finfinneerraa fageenya kiiloo meetira 180 irratti Shawaa Bahaa, naannawa Magaalaa Baatuutti kan argamu yoo ta’u, barana hojii eegaluun lammiilee kuma 70 hanga 100f carraa hojii akka uumus himaniiru.

Paarkicharraa fayyadamoo kan ta’an saayitoonni jaha kanneen akka Maqii, Shaashamannee, Adoolaa, Baalee Roobee, Itayyaafi Oolancitii ta’uus eeranii, lammiileefi qonnaan bultoonni naannaawichaas fayyadamtoota akka ta’an ibsaniiru.

Paarkii kana galteefi leecalloowwansaa kallattiin qonnaan bulaarraa fudhatee gara warshaa geessuunsaa paarkota kaanirraa adda taasisa kan jedhan Obbo Sisaay, omishawwansaas gabaawwan biyya keessaafi alaatiif kan dhiyeessu ta’uu dubbataniiru.

Gaazexaa Bariisaa Mudde 10/2013

Recommended For You

16 Comments to “Indastiriin Qonna Qindaa’aa Bulbulaa barana hojii eegala”

  1. Pingback: look what i found
  2. Pingback: autoevakuト…ija
  3. Pingback: UOD
  4. Pingback: find more
  5. Профессиональный сервисный центр по ремонту бытовой техники с выездом на дом.
    Мы предлагаем:ремонт крупногабаритной техники в москве
    Наши мастера оперативно устранят неисправности вашего устройства в сервисе или с выездом на дом!

  6. Pingback: Join now and win
  7. Pingback: 1xbet
  8. Профессиональный сервисный центр по ремонту техники в Екатеринбурге.
    Мы предлагаем: Сколько стоит ремонт холодильников Korting
    Наши мастера оперативно устранят неисправности вашего устройства в сервисе или с выездом на дом!

  9. Предлагаем услуги профессиональных инженеров офицальной мастерской.
    Еслли вы искали ремонт кофемашин philips адреса, можете посмотреть на сайте: ремонт кофемашин philips в москве
    Наши мастера оперативно устранят неисправности вашего устройства в сервисе или с выездом на дом!

  10. Pingback: 1xbet

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *