Waltajjiileen marii nageenya waaraaf bu’uura

Naannolee saglanifi bulchiinsota magaalaa lamaan Itoophiyaan qabdu keessaa akka Oromiyaa marii ummataatti kan amanu hinjiru. Duudhaan marii sirna Gadaa keessatti muuxaneeffamee baroota qaari’ee as gahe kun ammaan tanas ilmaan abbaa Gadaatti ce’ee... Read more »

Doktar Nagaasoon waa’ee Gaazexaa Bariisaa akkana jedhanii turan

Bara 1935 Oromiyaa, Lixaa Dambi Doollootti dhalatanii barumsa hanga digrii sadaffaatti hordofuun biyyasaanii haqummaafi alloogummaan ministirummaafi pirezidaantummaan kan tajaajilan Doktar Nagaasoon Ebla 19 bara 2011 addunyaa kanarraa du’aan boqochuun sirni awwaalchaasaanii Dilbata... Read more »

Akka baraatti buluu Doktar Nagaasoorraa haa barannu

Jireenya keenya keessatti haalonni hedduun akka nu mudatan beekamaadha. Gaddaafi gammachuu, argachuufi dhabuu, fayyaan buluufi dhukkubsachuu, jaalatamuufi dhiibamuu, jajamuufi arrabsamuu, hammatamuufi dhiibamuun nu madata. Garuu baay’een keenya yommuu waan gaariin nuuf ta’u... Read more »

Marii hariiroo obbolummaa cimsuu Oromiyaatti

Mariin hariiroo obbolummaa cimsu Kibxata darberraa eegalee sadarkaa godinaafi maagaalota guguddooti jalqabe guyyaa dheengadda sadarkaa aanaaleetti itti ittifufuun kaleessa ammoo gandoota naannichaatti gegeeffameera. Marichaan duudhaa gaggaarii waliin jireenyaa ummattoota walitti hidheefi tokkoomsee... Read more »

“Hudhaa walta’iinsaafi qindoominaatiin shakkamtoota hunda to’annoo jala oolchuun hindanda’amne”-Aadde Mufiriyaat Kaamil

Finfinnee: Ministeerri Nageenyaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa, bara hojii arfaffaa, walga’ii idilee 48fa Kibxata darbe taa’amerratti gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii miseensootaaf dhiheesseera. Ministirri ministeerichaa Aadde Mufiriyaat Kaamiil gabaasa  dhiheessaniiru; gaafiileefi... Read more »

Buqqaatonni kuma 875 qe’eesaaniitti deebi’an

Finfinnee: Rakkoo nageenyaa bakkeewwan garagaraatti mudateen lammiilee qe’eefi qabeenyasaaniirra buqqa’an keessaa kumni 875 gara q’eesaaniitti deebi’uu Ministeerri Nageenyaa ibse. Ministirri ministeerichaa Aadde Mufriyaat Kaamil gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii Kibxata darbe miseensota... Read more »

“Malaammaltummaa ittisuuf qindoominni dhaabbilee dimokraasii bittinnaa’aadha” -Qorannoo

Finfinnee: Akka biyyaalessaatti rakkoolee guguddoo Itoophiyaa mudachaa jiran keessaa malaammaltummaan isa ijoo yoo ta’u, kutaalee hawaasaa hunda miidhuun namootni muraasni qofti qabeenyi ummataatti seeraan ala akka fayyadaman kan taasisu ta’uu hayyoonni ni... Read more »

Leegaasii Doktar Nagaasoon labataaf dabarsan

Finfinnee: “Doktar Nagaasoo Gidaadaa Soolan waliin bultii dhaabbannee waggoota 35f jiraanneerra. Waggoota kanneen keessatti akka abbaa warraatti qofa osoo hintaane akka obboleessaafi hiriyaa gaariitti waliin yeroo dheeraa dabarsine.” “Doktar Nagaasoon, hayyuu siyaasa... Read more »