Adaamaa: Dhaadannoo, ‘Ispoortiin fayyummaaf’ jedhamaniifi kkf yeroo mara dhageenya. Dhugummaa dhaadannoo kanaa mirkaneeffachuuf ammoo bakka sochiin ispoortii itti adeemsifamutti goruu gaafata. Bakka sochiin ispoortii itti hin beekamnetti baalawwan sammuu hadoochaniifi haala dargaggoota... Read more »
Namni uumama kan kaleessaa irraa baratu, har’a irra taa’ee ammoo boriif yaaduufi karoorfatuudha. Namni yeroo qaroominni hinbabal’annettiyyuu gogaa duugee halluudhaan seenaa kaleessaa barreessee dhalootaaf dabarsaa tureera. Dubbisuufi barreessuun dhala namaaf daran murteessaadha.... Read more »
Finfinnee:Walmorkiin kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa lammaffaa torban 23fa Dilbata darbe magaalota adda addaatti itti fufee yoo oolu, barana shaampiyoonichatti kan makame kilabni Maqalee 70 Indartaa waancaa liigichaa fudhachuuf... Read more »
Finfinnee: Qopheessummaa Federeeshina Atileetiksii Itoophiyaatiin waggaa waggaan kan adeemsifamu shaampiyoonaan atileetiksii Itoophiyaa kan baranaa Kibxata darberraa eegalee Istaadiyoomi Finfinneetti adeemsifamaa jira. ALI bara 1963 irraa kaasee osoo addaan hincitiin hanga har’aatti adeemsifamaa... Read more »
Haala kanaan dura seenaa keessatti takkaa hinbeekamneen Gadaan jibbaa faca’e saba barootaaf waldanda’ee gaddaafi gammachuu waliin hirmaachaa ture kan gaddisiise fakkaata. Hunduu mudannoo balaafamaa saboota gidduutti qaqqabuun wareegama qaalii lubbuufi qabeenya baasise... Read more »
Kutaa 3fa Anumaa Qocaatti nagaa dhaammatee ofirra garagaluu Gogor’iin akka fuullee (marayyaa) ijaa ‘giph’ natti jette. Ergan ishee argee bubbuleera. Eddii laga Abbayyaatti nagattee baqattee ijji koo ishii hinargine. Suutan mil’adhe. Miillishee... Read more »
“Tokko ta’aa jamaa, waliin ta’uun ammaa, Kan darbe waliif dhiisaa jamaa Wal hinmiidhu haadhonii Dhaamsi Kuushota alanaa, Abbootiifi haadholiin Araara waliif kadhaa rabbirraa!” jechuun waltajjii hariiroo obbolummaa Oromaalee tibbana Adaamaatti adeemsifamerratti Artisti... Read more »
Biyya waan barbaadde dubbachuu dhiisii yaaduunis nama gaafachiisu. Yoo heeyyamamee dubbachuuf yoo carraan argame immoo yoom, eessaafi haala kamiin dubbachuu akka qabdu kan murteessu abbicha osoo hintaane mootummaa ture. Gaazexeessitoota gocha kana... Read more »