Guddina ispoortii biyyaa keessatti qooda miidyaalee

Adaamaa: Dhaadannoo, ‘Ispoortiin fayyummaaf’ jedhamaniifi kkf yeroo mara dhageenya. Dhugummaa dhaadannoo  kanaa mirkaneeffachuuf ammoo bakka sochiin ispoortii itti adeemsifamutti goruu gaafata. Bakka sochiin  ispoortii itti hin beekamnetti baalawwan sammuu hadoochaniifi haala dargaggoota... Read more »

Addunyaan kan warra dubbisaniiti

Namni uumama kan kaleessaa irraa baratu, har’a irra taa’ee ammoo boriif yaaduufi karoorfatuudha. Namni yeroo qaroominni hinbabal’annettiyyuu gogaa duugee halluudhaan seenaa kaleessaa barreessee dhalootaaf dabarsaa tureera. Dubbisuufi barreessuun dhala namaaf daran murteessaadha.... Read more »

Maqalee 70 Indartaan waancaaf abdii yoo qabaatu Dadabit sigigaachuuf

Finfinnee:Walmorkiin kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa lammaffaa torban 23fa Dilbata darbe magaalota adda addaatti itti fufee yoo oolu, barana shaampiyoonichatti kan makame kilabni Maqalee 70 Indartaa waancaa liigichaa fudhachuuf... Read more »

Shaampiyoonaan atileetiksii Itoophiyaa adeemsifamaa jira

Finfinnee: Qopheessummaa Federeeshina Atileetiksii Itoophiyaatiin waggaa waggaan kan adeemsifamu shaampiyoonaan atileetiksii Itoophiyaa kan baranaa Kibxata darberraa eegalee Istaadiyoomi Finfinneetti adeemsifamaa jira. ALI bara 1963 irraa kaasee osoo addaan hincitiin hanga har’aatti adeemsifamaa... Read more »

“Qalma hoolota lamaa: Tokko waadaaf kaan jaalalaafi” -Abbaa Gadaa Dabaloo Hiikaa

Haala kanaan dura seenaa keessatti takkaa hinbeekamneen Gadaan jibbaa faca’e saba barootaaf waldanda’ee gaddaafi gammachuu waliin hirmaachaa ture kan gaddisiise fakkaata. Hunduu mudannoo balaafamaa saboota gidduutti qaqqabuun wareegama qaalii lubbuufi qabeenya baasise... Read more »

Maqaafoo Qe’ee (Asoosama gabaabaa)

Kutaa 3fa Anumaa Qocaatti nagaa dhaammatee ofirra garagaluu Gogor’iin akka fuullee (marayyaa) ijaa ‘giph’ natti jette. Ergan ishee argee bubbuleera. Eddii laga Abbayyaatti nagattee baqattee ijji koo ishii hinargine. Suutan mil’adhe. Miillishee... Read more »

Hariiroo obbolummaa Oromaalee hundee tokkummaa Gaanfa Afrikaa

“Tokko ta’aa jamaa, waliin ta’uun ammaa, Kan darbe waliif dhiisaa jamaa Wal hinmiidhu haadhonii Dhaamsi Kuushota alanaa, Abbootiifi haadholiin Araara waliif kadhaa rabbirraa!”  jechuun waltajjii hariiroo obbolummaa Oromaalee  tibbana Adaamaatti adeemsifamerratti Artisti... Read more »

Guyyaa Walabummaa Pireesii Addunyaa, biyya farra pireesii turtetti

Biyya waan barbaadde dubbachuu dhiisii yaaduunis nama gaafachiisu. Yoo heeyyamamee dubbachuuf  yoo carraan argame immoo  yoom, eessaafi haala kamiin dubbachuu  akka qabdu kan murteessu  abbicha osoo hintaane mootummaa ture. Gaazexeessitoota  gocha kana... Read more »

Wixinee fooyyessa shalaggii qoodinsaafi bulchiinsa galiiwwan wajjummaa

Bulchiinsa Heera keeyyata 96fi 97 jalatti aangoon gibiraafi taaksii mootummaa federaalaa akka ittaanutti tumameera. Keeyyata xiqqaa Mootummaan Federaalaa meeshaalee alatti ergamaniifi galanirratti shuura gumrukii, taaksiifi kafaltiilee biroo ni buusa, walitti qaba. Mindeeffamtoota... Read more »

Qonna Oromiyaa ceesisuuf kallattiin xiyyeeffannaa kaa’ame

Finfinnee: Misooma qonnaa bu’uura dinagdee biyya keenyaa ta’e ceesisuuf kallattii kaa’ameen hojiitti seenamuu Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise. Waltajjii marii qonnarratti jijjiirama fiduu kaayyeffatee waajjira Pirezidaantii BMNOtti kaleessa gaggeeffamerratti Hogganaan biirichaa... Read more »