Samaraa: Namni gara lafa dhalootaa, akkoosaa Affaaritti imalu takkaa gaafa dhaqu ta’uu baannaan ,immoo gaafa galu waan tokko sammuusaatti qabachuunsaa waan hinoolle. Daandii sanarratti magaalotni sadii immoo magaalota iddoo biroorraa amala addaatiin... Read more »
Biyya keenyatti shira yeroowwan adda addaatti xaxameen ummanni miliyoona sadii caalu qe’eefi qabeenyasaarraa buqqa’ee rakkoo afaaniin ibsamuu hindandeenyeef saaxilameera. Itoophiyaa, biyya lammiishii mitii kan biraatiifuu ta’uun hawaasa addunyaa biratti beekamtu, ummata aadaawwaniifi... Read more »
Walitti dhufeenyi ummatni Oromoofi Somaalee qaban har’uma kan ijaarame osoo hintaane baroota hedduuf seenaa, aadaa, afaaniifi duudhaasaanii waltaasisuun nagaafi jaalalaan waldanda’anii jiraachaa akka turan ragaaleen seenaa ni ibsu. Haa ta’u malee, waggoota... Read more »
Yaadni gaazexeessummaa nageenyaa duraan dursee kan madde ALA bara 1965 qorataa dhimma nageenyaa lammii Norweey, Johan Gaaltuungi jedhamuuni. Namni kun haalatti oduun alaafi walitti bu’iinsaa gabaasamurratti qorannoo yoo geggeessellee waa’een gaazexeessummaa nageenyaa... Read more »
Bara 1935 Oromiyaa Lixaa, Dambi Doollootti kan dhalataniifi waggoota 30 darbaniif siyaasa Itoophiyaa keessatti hirmaannaa ho’aa gochaa kan turan pirezidaantiin duraanii Mootummaa RFDI, Doktar Nagaasoo Gidaadaa Sanbata darbe umriisaanii waggaa 76 Jarmanitti... Read more »
Hortee Kuush kan ta’an Oromoofi Somaaleen cunqursaa hamaa gita bittoonni dabaree walfuruun irraan gahaa turan ofirraa fonqolchuuf wajjummaa kufaa ka’aa turaniiru. Walqixxummaaf irree tokkoon qabsaa’aniiru. Bilisummaaf waloodhaan dhaabataniiru. Qabsoo kana milkeessuuf Oromoofi... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerliigii Itoophiyaa kan marsaa lammaffaa torban 22fa magaalaa Finfinneefi naannolee adda addaatti adeemsifamaniiru. Walmorkiiwwan adeemsifamanitti kilaboonni shaampiyoonumaaf eegaman mo’amuudhaan fagaachaa jiru. Walmorkiiwwan Kibxata darbe adeemsifamanitti marsaa... Read more »
Ispoortiin ammayyaa biyya keenya kan seene yoomiifi eenyuun akka ta’e ifatti beekamuu baatus walakkaa jaarraa tokkoo ol lakkoofsiseera. Sochiin ispoortii kun yeroo duraatiif kan jalqabame manneen barnootaafi dhaabbilee Raayyaa Ittisaa adda addaatti... Read more »
Finfinnee: Waajirri Fiigicha Olaanaa Itoophiyaa waggaa waggaan dorgommiiwwan gaggeessu keessaa tokko kan ta’e dorgommiin Riilee (Ollee walharkaa fudhu) isa tokko. Dorgommiin kun ALA bara 1995 kan jalqabame yoo ta’u, yeroo 15faf adeemsifameera.... Read more »