Yeroo qabsoo Fincila Diddaa Gabrummaa (FDG) sana namoonni hedduun mormiin Oromoo xiyyeeffannaa addunyaa akka argatuuf gumaacha taasisaniiru. Keessumaa Oromoonni biyya alaa jiraatan gareenis ta’u dhuunfaadhaan haalaa mijateef hundaan dhimmichi gurra mootummootaa akka... Read more »
Bareeessaa Gaaddisaa Birruu Godina Arsii, Aanaa Leemmuufi Bilbiloo, Magaalaa Boqqojjiitti dhalatan. Barumsa sadarkaa tokkoffaa hanga kutaa 8fatti bakkuma dhalootasaaniitti baratan. Barumsasaanii sadarkaa 2fa kutaa 9fafi 10fa ammoo Magaalaa Asallaatti baratan. Kutaa 11fa... Read more »
Magaalaan Amboo qabsoo Oromoo keessatti magaalaa bakka guddaa qabdudha. Godinni magaalattiin keessatti argamtu Shawaan Lixaas qabsoofi gootummaadhaan beekamti. Yommuu ADWUIn aangoo qabatu magaalaa Amboo haala salphaadhaan of harka galfachuun ulfaataa ture. Ummanni... Read more »
Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiiwwan rogawwan maraan hojjetaman keessatti fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf gaaffiiwwan ummataa kamuu osoo hinharcaasiin deebisuuf duraa duubaan tarreessee hojjechaa jira, bu’aawwan guguddoos galmeessisaa jira. Hojiiwwan hojjetamaa jiran kamuu keessatti deeggersi,... Read more »
/Dhaloonni kun labata gama hundaan badhaadheedha jechuun ni danda’ama. Dhaloonni kun barumsa idilees ta’e al idilee barachuuf akka warra durii dhamaatii guddaa isa hinbarbaachisu. Ga’umsasaa mirkaneeffachuufi sammuusaa beekumsaan guutuuf akka idileetti dhaabbilee... Read more »
Ayyaanota guguddoo keessaa hordoftoota amantii Kiristaanaa biratti sirnootaafi duudhaalee gara garaatiin dabaalamuun haala addaatiin kabajamu keessaa tokko ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoosi. Ayyaanni Du’aa Ka’uu dhoksaawwan guguddoo of keessaa qaba. Hordoftoonni amantichaa... Read more »