“Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo akkuma jirutti jira” -Yuuba Bayyanaa Sanbatoo

“Gumichi moggaasaafi hoggansa haaraadhaan hojiisaa eegaleera. Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa Finfinnee: Tokkummaan Gumii Abbootii Gadaa Oromoo Waxabajjii  bara 2006tti kan hundaa’e yoo ta’u, kaayyoonsaas Oromiyaa hundaaf mijattu uumuu, tokkummaa Oromoof sirna Gadaa... Read more »

Lammiilee Gujii Lixaafi Geedi’oorraa buqqa’an deebisuuf sochiin eegalame

Finfinnee: Lammiilee godina Gujii Lixaafi Geedi’oorraa buqqa’an  marsaa marsaadhaan qe’eesaaniitti deebisuuf sochiin eegalamuu Komishiniin Oggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksise. Komishinarri ittaanaan komishinichaa Obbo Garramawu Oliiqaa ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Milkaa’ina dippilomaasummaa Beejingitti argame

Finfinnee: Foramii, ‘Belt and Road’ jedhamu yeroo lammaffaaf  Beejingi, Chaayinaatti Ebla 17-19/2011tti adeemsifamaa jirurratti gaggeessitootni biyyoota Awurooppaa kibba baha, Eeshiyaafi Afrikaa 40 ta’an hirmaataniiru. Ministirri Muummee Mootummaa RFDI Doktar Abiyyi Ahmadiifi qondaaltotni... Read more »

Abdiin keenya jaalalaafi tokkummaan yoo hojjenne dhugooma

Finfinnee: Jijjiirama Itoophiyaa keessatti mul’achaa jiru ittifufsiisuufi abdii fuuldura keenya jiru dhugoomsuuf jaalalaafi tokkummaan waliin hojjechuun barbaachisaadha.  Misoomaafi guddina dinagdee si’eessuufis nageenya biyyattii mirkaneessuun dhimma xiyyeeffannaan irratti hojjetamuu qabu ta’uu abbootiin amantii... Read more »

Istaadiyoomiin ammayyaa qe’ee Wallaggaa miidhagse

Finfinnee: Istaadiyoomiin hundagaleessaafi Wiirtuu Dargaggoota Wallaggaa waggoota 10 dura ture namoota dhuunfaan  kan karoorfame ture. Ka’umsisaas dargaggootni humna omishaa ta’an sochiiwwan ispoortii adda addaarratti hirmaachuun jireenyasaanii akka fooyyeffataniif kan yaadame yoo ta’u,... Read more »

Taphni guutuu Oromiyaa har’a xumurama

Naqamtee: Taphni guutu Oromiyaa qopheessummaa Komishinii Ispoortii Oromiyaatiin waggaa waggaadhaan adeemsifamu yeroo 25faf Ebla 6 bara 2011 irraa eegalee Magaalaa Naqamteetti adeemsifamaa ture  har’aa xumurama. Istaadiyoomii ammayaa Wallagaatti  akaakuuwwan ispoortii 20n adeemsifamaa... Read more »

Abdii Itoophiyaa: Atileetota guddatootaafi dargaggootaa

Finfinnee: Itoophiyaan addunyaarrattis ta’u Afrikaattii walmorkiiwwan ispoortii hedduudhaan hirmaachaa turte. Isaan keessaa qabxii olaanaa galmeesisaa kan jirtu atileetiksiidhaani. Kanaaf ammoo ragaa kan ta’u walmorkiiwwan biyyoolessaarratti waltajjiiwwan atileetiksii kan atileetonni Itoophiyaa  irratti hinrmaanne... Read more »

“Nuti ulfina maatiifi firoota keenyaaf hinqabne saboota biroof qabna”-Jiraattota Magaalaa Naqamtee

Qaamoleen tokko tokko ergamaafi faayidaa siyaasa dhuunfaasaaniitiif jecha fageenyarra taa’anii, “Ummanni Wallaggaa nama hinjaalatu, saboota biroofis ulfina hinqabu” jechuun wayita walharkaa fuudhanii hadheessan nidhagahamu. Dhuguma Oromoon Wallaggaa saboota biroo akka ofiisaatti hinjaalatuu?... Read more »

Misooma ibsaarratti hammas xiyyeeffatamuu qaba

Waggaa tokko darbetti keessumaa gama siyaasaatiin biyya keenyatti jijjiramoonni hedduun galmaa’aniiru. Dameewwan dinagdee mootummaa qofaan qabamanii turan gara dhuunfaatti naannessuunis tarkaanfiilee fudtaman keessatti kan eeramuudha. Yeroo bulchiinsa mootummaa haaromsaa Dorkar Abiyyi Ahmadiin... Read more »

Waamicha misoomaa Magaalaa Sulultaa

Oromiyaan qabeenyaa humna namaafi uumamaatiin badhaatuu yoo taatuu, hanga ammaa misoomaarra hinoolle.   Biyyattii keessa humna namaa ogummaa garagaraatiin leenji’eefi qabeenya uumamaa jiru misooma walirraa hincinneetti jijjiiruun eegalamuus hanga barbaadame akka hintaane ragaaleen... Read more »