“Doktar Abiyyi waggaa tokkotti dheebuu bilisummaa waggoota dhibbaa nu baaseera” -Jiraattota Magaalaa Amboo

Ambo: Waggaa tokkoon dura nama qalbifatee ilaaleef daandiin biyyattiin irra imalaa turte qarqara hallayyaa dhaabbachuunsheefi bittinnaa’uuf guyyoota lakkaa’achaa turuunshee ifaadha. Egereen biyyattii dukkanaa’ee boruufi iftaan kufittii jedhamee osoo eegamuu wanti hin yaadamne... Read more »

Warshaan Bishaan Amboo tajaajila hawaasaatiif qarshii miiliyoona 6.2 arjoome

Ambo: Waggoota 80n dura nama dhuunfaatiin naannawa warshaadhaaf keessummaa taatetti kan hundaa’e warshichi, waggoota dheeraa naannichatti hojjataa tureen garuu bu’aasaa bira darbee ummata naannawaatiif wanti buuse hinturre. Yeroo dheeraadf warshicharraa waa fayyadamuun... Read more »

“Hawaasni diyaaspooraa jijjiiramoota galmaa’an ija gaariidhaan” -Ambaasaddar Abdulmannaan Sheekaa

Finfinnee: Seenaa Itoophiyaa keessatti hoggantootni biyyattii  haqummaan, amanamummaafi qajeelummaan gaggeessaa akka hinturre ragaaleen ragaaleen adda addaa ni eeru. Sirnoota darban keessa gaggeessitootni Itoophiyaa hundarra eenyummaa (seenaa, aadaa, afaaniifi duudhaa) sabootaa, sablammootaafi ummattoota... Read more »

“Obsi mootummaa olaantummaa seeraatiin utubamuu qaba” -Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa

Finfinnee: Bitootessa 18 bara 2010 ummanni Itoophiyaa taatee tokko baruuf gurra qeensee miidiyaa dhaggeeffachaafi ilaalaa ture. Inni kaan miidiyaalee hawaasummaafi bilbilaan odeeffannoo walgaafata. Ciniinsuu guyyoota 17 obbaafachuufis sa’aatii dhumaarra ture. Gaazexeessitoonni miidiyaalee... Read more »