Day: March 29, 2019
Baatiin Bitootessaa bara darbee ummata Itoophiyaa jalqabuma gaafa ADWUIn walga’ii taa’erraa eegalee ji’a ciniinsuu ture jechuun ni danda’ama. Wayita sana biyyattiin garanaa garasii rakkoolee adda addaa keessa seentee garmalee raafamaati kan turte.... Read more »
Finfinnee: Bara darbe ji’a Bitooteesaa keessa ADWUIn walga’ii dhaaraafi obsa fixachiisaa adeemsisuun isaa ni yaadatama. Walga’iin kanaanis durataa’aan dhaabichaa filatamee Bitootessa 24 bara 2011 Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatiin ministira muummee ta’ee... Read more »
Finfinnee: Yaadota fiixee addaddaarra jiran walitti dhiyeessuufi araarsuuf hojjetamuu akka qabu Ministirri Muummeen Doktar Abiyyi Ahmad ibsa kaleessa gaazexeessitootaaf kennaniin beeksisan. Gaaffin dhimma Finfinneerratti ka’u akkamiin misoomsinee waliin fayyadamuu dandeenya kan jedhu... Read more »
Finfinnee: Ji’i Bitootessaa dhaaba siyaasaa Oromoo waggaa 29 har’aa hundaa’e tokkoof seena qabeessaa. Dhaabni kun keessumaa waggoota 28 darbaniif hanga bal’inaafi fedhii ta’uu baatus hojiilee siyaas-dinagdeefi hawaasummaa hojjetaa tureera. Baranammoo maqaa haaraafi... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan waggoota 15n darban keessa guddina dinagdee saffisaafi ittifufiinsa qabu galmeessisaa turteetti. Kanaanis sadarkaa biyyaatti hanga hiyyummaa dhibbantaa 69rra kan ture gara dhibbantaa 29tti hir’isuun jireenya lammiilee fooyyessuun danda’ameera. Guddinni dinagdee... Read more »
Finfinnee: Kabajni waggaa 8fa hidha guddicha haaromsa Itoophiyaa sadarkaa ijaarsichi qabatamaan irra gahe ummatatti himuun kan geggeeffamu ta’uu haggeessaan hojii hidichaa beeksisan. Gaggeessichi hojii Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa Injinar Kiflee Horroo ibsa... Read more »
Finfinnee: Guyyaa hundeeffama waggaa 29fa ODP oggaa kabajnu injifannoowwan haaraaf of qopheessuun akka ta’u dura taa’aan paartichaafi Ministira Muummee Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Guyyaa hundeeffama waggaa 29fa ODPfi gamaaggama raawwii... Read more »
Korichi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti kan mudaman bakka Doktar Warqinaa Gabayyahu, Obbo Umar Huseen bakka buuseera. Walga’ii gaggeeffame ilaalchisee ittigaafatamaan Waajjira Koree Giddugaleessaa ODP Doktar Alamuu Simee bu’uura jijjiiramaa waggaa tokkoo keessatti kaa’ameen... Read more »
Rakkoo naannawa daangaa Oromiyaafi Amaaraatti mul’atu qindoominaan kan hojjetamu ta’uun ibsame. Hoggansi Biirolee Bulchiinsaafi Nageenyaa naannolee lamaanii har’a Magaalaa Baahir Daaritti dhimmicharratti ibsa waloo kennaniiru. Ibsicha kan kennan ittigaafatamaa ittaanaa Biiroo Bulchiinsaafi... Read more »
Finfinnee: Oromiyaanis ta’ee akka biyyatti qabeenya beeyladaa qabdurraa haalaan fayyadamuu dhabuudhaan lamaansaaniituu komii jalaa hinbaane. Loon muraasaafi faayidaa guddaa kennuu danda’an hafee loon hedduu faayidaa muraasa kennuu danda’an bal’inaan jiraachuun immoo seenaa... Read more »