Oromiyaa jaalannu gibira kanfaluudhaan haa ijaarru

Sagantaan sochii gibiraafi taaksii mataduree, “Dirqama­koo nan bahadha, mirga koos nan gaafadha’ jedhuun Sanbata darbe Oromiyaatti ifatti eegala­meera. Sagantichi waggaa guu­tuuf kan turu yoo ta’u, hanga sadarkaa gadiitti itti fufiinsaan adeemsifama. Kaayyoon... Read more »

Taphicha oromiyaan dursaa jira

Finfinnee: Bulchiinsa magaalaa Finfinneefi Dirree Dawaa dabalatee naannoleen martinuu irratti qooda fud­hachaa kan jiran taphawwan guutuu manneen barnoota Itoophiyaatti Oromiyaan qa­bxii olaanaadhaan dursaa jira­chuusaa beekameera. Taphawwan manneen bar­nootaa sadaffaa kun qophees­summaa naannoo... Read more »

Jijjiiramaafi hudhaalee ijaarsi sirna dimokraasii Itoophiyaa waggaa tokko keessatti

Waggaa tokkoffaa mootummaa haaromsaa ilaalchisuun mariin dhimmoota dimokraasii, imaammata dhimma Alaa Itoophiyaafi dinagdee biyyattii irratti xiyyeeffatan Jimaataafi Sanbata darbe Finfinneetti adeemsifameera. Maricha kan qopheesse Waajjira Ministira Muummee yoo ta’u, qaamolee mootummaa, paartiilee... Read more »

Itoophiyaan Dorgommii qaxxaamura biyyoolessaatif qophii cimaa taasiste

Finfinnee: Dorgommiin qaxxaamura biyyoolessaa wag­gaa lama lamaan biyyoota adda addaatti adeemsifama. Dorgom­miin kun baranas yeroo 43faf boru Deenmaarki, Magaalaa Arihusitti geggeeffama. Dorgommii kanarratti biyy­oota miseensota Waldaa Feder­eeshinii Atileetiksii Addunyaar­raa atileetonni kumaatamatti lakkaa’aman... Read more »

Ispoortii atileetiksii yaaddoo keessa jiru

Finfinnee: Taphawwan olompikii, shaampiyoonaa ati­leetiksii addunyaafi dorgommii qaxxaamura biyyooleessaaf miidhagina olaanaa kan kennu fiigichi fageenyaa dorgommii keessaa akka haqamu ta’usaatti atileetiksiin yaaddoo keessa galeera. Afrikaannoonni, kees­sumattuu Itoophiyaa, Keeni­yaa, Morookoo, Ugaandaa, Taanzaaniyaa, Afrikaa... Read more »

Jijjiiramoota galmaa’aniifi yaaddoowwan furamuu qaban

Imala waggaa tokkoo keessatti jijjiiramootni hawaas-dinagdeefi siyaasaa hedduun kan galmaa’anis haalli nageenya biyya keessaa qixa barbaadamuun dhugoomuu akka hindandeenye hayyootni ni dubbatu. Rakkoon kun daangaa darbaa kan jiru waan ta’eef, osoo walitti... Read more »

Artisti Lammaa Guyyaafi hojiilee aartiisaanii

Artisti Lammaa Guyyaa ogeessota aartii Itoophiyaan horatte keessaa adda durummaan eeramu. Artisti Lammaan bara ammayyammaa kanatti ogeessa fakkii ta’uun ala abbaa, arjaa, goota, waa fageessanii hubatan, garraamii, tasgabbaa’aa, namaafi biyyaaf kabajaafi jaalala... Read more »

Caba siyaasaa wal’aansa barbaadu

Imala waggaa tokkoo keessatti jijjiiramootni hawaas-dinagdeefi siyaasaa, akkasumas ijaarsa sirna dimokraasiifi bu’aawwan gama dippilomaasiin galmaa’an abdii kan namatti horaniidha. Haa ta’u malee, cabni siyaasaa kallattii hundumaan mul’achaa jiran yeroodhaan wal’aansa argachaa waan... Read more »

Bariisaa Bitooteesa 20/2011

Read more »

Pirojektii misooma lageen Shaggar: Bu’aa hoggansa jijjiiramaa

Finfinneen Magaalaa guddittii Oromiyaa, Itoophiyaafi teessoo Gamtaa Afrikaati. Magaalattiin kan hundoofte bara 1879 ta’us, qulqullinni, misoomniifi guddinni magaalattii sadarkaa barbaadamurra hingeenye. Lageen magaalattii keessa yaa’an balfa dhangala’aafi goggoga guuranii yaa’u. Daangaan lageeniis... Read more »