Sagantaan sochii gibiraafi taaksii mataduree, “Dirqamakoo nan bahadha, mirga koos nan gaafadha’ jedhuun Sanbata darbe Oromiyaatti ifatti eegalameera. Sagantichi waggaa guutuuf kan turu yoo ta’u, hanga sadarkaa gadiitti itti fufiinsaan adeemsifama. Kaayyoon... Read more »
Finfinnee: Bulchiinsa magaalaa Finfinneefi Dirree Dawaa dabalatee naannoleen martinuu irratti qooda fudhachaa kan jiran taphawwan guutuu manneen barnoota Itoophiyaatti Oromiyaan qabxii olaanaadhaan dursaa jirachuusaa beekameera. Taphawwan manneen barnootaa sadaffaa kun qopheessummaa naannoo... Read more »
Waggaa tokkoffaa mootummaa haaromsaa ilaalchisuun mariin dhimmoota dimokraasii, imaammata dhimma Alaa Itoophiyaafi dinagdee biyyattii irratti xiyyeeffatan Jimaataafi Sanbata darbe Finfinneetti adeemsifameera. Maricha kan qopheesse Waajjira Ministira Muummee yoo ta’u, qaamolee mootummaa, paartiilee... Read more »
Finfinnee: Dorgommiin qaxxaamura biyyoolessaa waggaa lama lamaan biyyoota adda addaatti adeemsifama. Dorgommiin kun baranas yeroo 43faf boru Deenmaarki, Magaalaa Arihusitti geggeeffama. Dorgommii kanarratti biyyoota miseensota Waldaa Federeeshinii Atileetiksii Addunyaarraa atileetonni kumaatamatti lakkaa’aman... Read more »
Finfinnee: Taphawwan olompikii, shaampiyoonaa atileetiksii addunyaafi dorgommii qaxxaamura biyyooleessaaf miidhagina olaanaa kan kennu fiigichi fageenyaa dorgommii keessaa akka haqamu ta’usaatti atileetiksiin yaaddoo keessa galeera. Afrikaannoonni, keessumattuu Itoophiyaa, Keeniyaa, Morookoo, Ugaandaa, Taanzaaniyaa, Afrikaa... Read more »
Imala waggaa tokkoo keessatti jijjiiramootni hawaas-dinagdeefi siyaasaa hedduun kan galmaa’anis haalli nageenya biyya keessaa qixa barbaadamuun dhugoomuu akka hindandeenye hayyootni ni dubbatu. Rakkoon kun daangaa darbaa kan jiru waan ta’eef, osoo walitti... Read more »
Artisti Lammaa Guyyaa ogeessota aartii Itoophiyaan horatte keessaa adda durummaan eeramu. Artisti Lammaan bara ammayyammaa kanatti ogeessa fakkii ta’uun ala abbaa, arjaa, goota, waa fageessanii hubatan, garraamii, tasgabbaa’aa, namaafi biyyaaf kabajaafi jaalala... Read more »
Imala waggaa tokkoo keessatti jijjiiramootni hawaas-dinagdeefi siyaasaa, akkasumas ijaarsa sirna dimokraasiifi bu’aawwan gama dippilomaasiin galmaa’an abdii kan namatti horaniidha. Haa ta’u malee, cabni siyaasaa kallattii hundumaan mul’achaa jiran yeroodhaan wal’aansa argachaa waan... Read more »
Finfinneen Magaalaa guddittii Oromiyaa, Itoophiyaafi teessoo Gamtaa Afrikaati. Magaalattiin kan hundoofte bara 1879 ta’us, qulqullinni, misoomniifi guddinni magaalattii sadarkaa barbaadamurra hingeenye. Lageen magaalattii keessa yaa’an balfa dhangala’aafi goggoga guuranii yaa’u. Daangaan lageeniis... Read more »