Day: March 15, 2019
Lakkaawwiin ummataafi manaa misooma hawaas-dinagdeefi siyaasaa biyyattiin hordofaa jirtu fooyyessuutiin jireenya lammiilee jijjiiruuf qophii taasifamu keessatti gahee olaanaa kan qabuudha. Kaayyoonsaa inni guddaanis dhimmoota bulchiinsaa, filannnoo, qophii karooraa, hordoffiifi deggarsaa, akkasumas qorannoo... Read more »
Amboo: Hayyoonni Doktar Biraanamasqal Abbabaa Sanyiifi Doktar Milkeessaa Miidhagaa jedhaman, Afaan Oromoo afaan hojii mootummaa federaalaa yoo ta’e faayidaalee ijoodha jedhan tarreessaniiru. Qabxiilee 25 isaan tarreessan keessaas mirga alloogummaa, mirga namtokkee, walqixxummaa... Read more »
Piroofesar Mararaa Guddinaa Finfinnee: Paartiin Madrak ji’oota sadan darban keessatti hoggansasaa jabeeffatee deebisee ijaaruuf yaaluusaafi hojii mootummaan hojjetaa jiru keessattis hanga ta’e qooda fudhachaa jiraachuu Pirezdaantiin Madrakiifi Durataa’aan Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO)... Read more »
Finfinnee: Kaampaaniin Sheerii Odaawarraaqsa dinagdee Oromiyaa akka tumsuuf hundaa’uyyuu gurgurtaan sheerii akkaataa karoorfameen deemaa akka hinjirre kaampaanichi beeksise. Hogganaan Kaampaanii Sheerii Odaa, Obbo Isheetuu Zallaqaa ibsa Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka... Read more »
– Barreessituufi Qabsooftuu mirga namoomaa Seenaa Jimjimoo Finfinnee: Qabsoo yeroo dheeraa booda jijjiiramni akka biyyaatti dhufullee ammayyuu gaaffiileen Oromoo hedduu akka hindeebine Barreessituufi Qabsooftuun Mirga Namummaa, Seenaa Godaanaa Duulaa Jimjimoo Gaazexsaa Bariisaatiif... Read more »
-Dhaabbatichi Diinshoorraa Tumsaatti erga geeddaramee kaappitaallisaa dachaan dabaleera Finfinnee: Dhaabbanni qabeenya ODPn gaafa qabsoo hidhannoo keessa ture horateen akka hundeeffame himamu Diinshoon, hojiilee hawaas-dinagdee mootummaadhaan raawwatamuu hindandeenyerratti hirmaachuu kaayyeffatee hundeeffame. Keessumaa misoomaafi... Read more »
Doktar Abiyyi Ahmad TOI: Sanadiin waadaan itti galame Itoophiyaa hamaarraa kan oolchuufi kan ceesisu ta’uunsaa mirkanaa’uu akka qabu ministirri muummee Doktar Abiyyi Ahmad dubbatan. Ministirri muummee kana kan dubbatan sirna mallattoo waadaa... Read more »