Dubbistootaa, maxxansa keenya torban darbeetiin kutaa tokkoffaa barreeffama kanaa isiniif dhiyeessuun keenya ni yaadatama. Maxxansa kanaan ammoo kutaa lammaffaasaa dhiyeessineera. Bariisaa: Mee haaloota akkanaa keessa dabartanii amma sadarkaa ministeerummaa akkasumas koree raawwachiistu... Read more »
Nageenyi nama dhuunfaaf, maatiifi biyyaaf murteessaadha. Yoo nageenyi hinjirre namni ba’ee galuu, hojjetee ofiifi maatiisaa jijjiiruu akkasumas, humna qabu dugugee fayyadamuun biyyasaatiif waa gumaachuu hindanda’u. Walumaagalatti nageenyi mana keessatti, manaa alatti, bakka... Read more »
Waggoota kurnan lamaan darban keessa warraaqsa siyaasaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa tureen lubbuun lammiilee hedduun darbeera; gaaga’amni qabeenyaafi xiinsammuu qaqqabes tokko lama miti. Ta’us, injifannoon cululuqaa gama siyaasaan argame hunda gammachiiseera. Warraaqsicharraa kan... Read more »
Heerri Itoophiyaa bara 1987 ragga’ee hojiirra jirurratti keeyyata keeyyataan mariin irratti adeemsifameera. Qabxiilee sadarkaa wixineetti marii bal’aan irratti adeemsifaman keessaa keeyyanni 49 (5) isa tokko. Keeyyatichi, “Naannoo Oromiyaa dhiyeessii tajaajilaa ykn haala... Read more »
Biyyi keenya eddii imala jijjiiramaa Ministira Muummee, Dorkar Abiyyi Ahmadiin durfamu eegaltee kunoo waggaa tokko guutuuf jetti. Yeroo kana keessatti waantonni ni ta’u jedhamanii hin yaadamne hedduun galmaa’aniiru. Gaazexaan Bariisaas dhimmuma kanaan... Read more »
“Ya soogiddaa yoo ofiif jette mi’aayi kanaachi dhagaadha jedhanii sigatu” jedha Oromoon yoo makmaaku. Oromoon harqoota gabrummaa jaarraa tokkoo oliif isatti fe’amee ture ofirraa darbatee mirga abbaa biyyummaasaa qabatamaan mirkaneeffachuuf kaleessa caalaa... Read more »
Oromoo saba bal’aa ta’e kana walirratti kakaaftee diina walii taasifte. Tokkummaasaa diiguudhaan irratti of tuultee gadi qabdee mataarra teesse. Kabaja namummaa uumamaan argate dhorkatte, kumaatama ajjeeftee, kumaatama qaama hir’uu gootee beektota ija... Read more »