ODPn uummata waliin tarkaanfachuuf ta’ee argamuu qaba

“Ya soogiddaa yoo ofiif jette mi’aayi kanaachi dhagaadha jedhanii sigatu” jedha Oromoon yoo makmaaku. Oromoon harqoota gabrummaa jaarraa tokkoo oliif isatti fe’amee ture ofirraa darbatee mirga abbaa biyyummaasaa qabatamaan mirkaneeffachuuf kaleessa caalaa har’as qabsaa’aa jira.

Qabsoon Oromoo kun ija godhatee ijaan arguuf dhaloonni bilisummaa roorra’aa jiru tokko lama yeroo hintaane keessatti dhaabni hooggansaa saba Oromoo bal’aa bakka bu’ee jiru kun teessuma ho’isuurraa ka’ee gadi bu’uun keessa uummataa dhaggeeffachuun dhibee uummata bal’aa kanaaf dawaa fayyina waaraa fiduufii madaa kaleessaa dagachiisu kennuun dirqama itti laatamedha.

Oromoon dhimma ofiirratti eenyuunuu kan hingaafanneefi qabsaa’ee sirreeffachuu kan danda’u yoo ta’u, dhaabni siif hojjedha jedhee saba kana harkaa ulee bulchiinsaa fudhate dirqama itti laatame ba’achuuf yoomuu caalaa of qopheessuun irra jiraata.

Kun kan ta’eefis “Bishingaan mataashii bantee simbiraaf of laatti” akkuma jedhamu dhaabni Oromoo bakka bu’uun aangoorra jiru ODP qaawwasaa tokko lama jedhee sakatta’uun wawwaannaaf dhibee uummatasaa dhaggeeffachuun afaaniin osoo hintaane ta’ee argamuuf miirri kutannoof itti gaafatamummaa isa harka jiru kun imaanaa dhalootaa akka ta’e hubachuun irra jiraata.

Oromoon ummata ofirra darbee ormaaf jiraachaa jiru ta’us biyyasaa keessatti kabajaaf mirga abbaa biyyummaa dhabuun qarqaratti dhiibamuun amma finiinfamaa jiru kun kutannoo siyaasaa duubatti hindeebineen yoo qolatameen alatti yaaddoo egeree ta’ee mul’achaa jira.

“Al sagaliin heerume akka isa alanaa hinagarre” jette jaartiin dargaggeessatti heerumtee akkuma jedhamu harqootni gabrummaa barootaaf Oromoorratti fe’amaa ture yeroo dheeraa lakkoofsiisus kan har’allee buquusaatti ba’aa ta’uu barbaadu dhagaa gurraachaa ta’aa jira.

Oromoon safuu seeraaf seenaa, kabajaaf, hiluu beekaayii malee galtuu qe’eesaatti mootii ta’uu barbaaddu akka goonfoo ofirraa kaasee achii kaa’uun waan itti ulfaate hinfakkaatu.

Kanumaafii dhaabni imaanaa ummata kanaa baate ODP mirga abbaa biyyuummaafi ummamni Oromoo gonfe kana eegsisuuf duubatti harkifachuun irra hinjiraatu.

Kara deemaan har’a Finfinneen kankooti jedhee nyaara haaddatee gabaa walakkaatti falmu kun mogolee ODP laaffisuun amantaan ummata Oromoofi ODP gidduu jiru akka kirkiruuf shira xaxamaa jiru waan ta’eef xiyyeeffannoon ilaaluun barbaachisaadha.

ODPn aantummaa ummatasaaf qabu qabatamaan agarsiisuuf ibsa ejjennoo tibbana raabsaa kondominiyeemii daangaa Oromiyaa keessatti gaggeeffame mormuun baaseen asan jira jechaa jira.

Ibsa ejjennoo bahe kunis fedhii ummata Oromoofi mirga abbaa biyyummaa kan of keessatti hammate ta’uusaan kan jajjabeeffame yoo ta’u, akkaataa jedhame kanaan hojiitti hiikamuudhaa yoo baate qabsoo inni dhaabichaaf ummata Oromoo gidduutti kaasu gamanumaa tilmaamuun nama hindhibu.

Ibsi kun ba’uusaan walqabatee qaamonni “ani siibeeka ati dhiisi” jedhan gamaaf gamanaa kulkulaa kan jiran yoo ta’u, ejjennoo duubatti hindeebineen dhimma Oromoof waardiyyaa dhaabachuu baannaan dubbiin soogidaa dhufuun isaa hinoolu. Ormi ija baasee biyya saamuuf yeroo kaatutti miira kutannoo hilaa hinqabneen mogolee jalaa butuu baannaan dhaloota egereef yaaddessaadha.

Kunis “dhoqqeen miilaaf jibban mataadhaan nama geessi” akkuma jedhamu kan har’a suuta suuta qe’ee dhaaluuf kaatan kunneen boru namoota dhiiga Oromummaa qaban seecca’anii qe’ee abbaaf haadhasaarraa godaansisuunifi ilmaan deegaa taasisuun waan oolu miti.

Ibsi ejjeennoo bahe kun ormi madaalliisaa beekuu akka qabu kan godhe ta’us ODP duubatti akka harkifatuufi amantaa ummanni dhaabicharratti qabu akka laaffatuuf shirri xaxamaa jiru keessaaf alaan deggarsa argachaa jira.

Yeroo kanammoo ODPfi ummatni Oromoo harka walqabatee sagalee tokkoof ejjennoo tokkoon murtee duubatti deebi’uu hindandeenye murteeffachuun irra jiraata.

Kana malees dhaabni maqaa Oromoon socho’ullee dhimma Oromoof Oromummaaf aarsaa kaffalaa kan jiru yoo ta’u, warraqsa gama kanaan jalqabamee jiru kana keessatti garaagarummaa siyaasaan osoo wal hinugguriin an siif jira waliin jechuu qaba.

Har’a Oromoon qe’eesaa keessatti akka lammii lammaffaatti boquusaa gadi qabee deemuun dhaabachuu mala. Gadi qabaaniifi miirri jibbaa Oromoorratti darbatamaa jiru kun akka ijoollee haadha hiyyeessaa abbaan fedhe bakkeetti dhaanu maal goonaadhaan kan bira darbamu taanaan fala hinta’u.

Oromoon akka kaleessaa ololaaf waadaa sobaan afanfajaa’ee bulu jira jedhanii yaaduun of goowomsuu yoo ta’u, ODP ummataaf jiraachuuf kan jedhe ta’ee argamuufi of ilaaluun barbaachisaadha.

Keessumattuu hoggantoonni garaasaaniif bulan ormaaf gingilchuun Oromoorratti habaqii kaasaa jiran ammallee suuqa taa’anii shira ergamtummaan warraaqaa jiran hedduu waan ta’aniif ODP’n harcaatota sakatta’uun seeratti dhiheessee komii hawaasa bal’aaf deebii aagaa ta’ee argamuutu fala.

Walumaagalatti, ODP gahumsa qabuun gara fuulduraatti deemee caalee argamuuf gaaffii Oromoon jaarraa tokkoof gaafachaa jiran kana akkasin godha jedhee waadaa yoomi laataa galuurra ejjennoo duubatti hindeebineefi fedhii ummata Oromoo eegsisuun hojiitti hiikee argamuun dirqamadha.

Ejjennoo duubatti hindeebineefi hinkirkirre qabaachuunsaa  Ormaaf abdii kutannaa Oromoof immoo gala injifannoo ta’ee waan tajaajiluuf ODPn isa jedhe ta’ee argamuun irra jiraata.

Waasihun Takileetiin

Bariisaa Bitootessa 6/2011

Recommended For You

27 Comments to “ODPn uummata waliin tarkaanfachuuf ta’ee argamuu qaba”

  1. определите среднюю плотность земли, определите среднюю плотность сливочного масла к чему снится потерянный ребенок, к чему снится ребенок мальчик замужней женщине карты таро звезды и
    луна значение
    гуманитарии и технари
    тест ответы, тест гуманитарий технарь
    или химбио roland dj-505, купить dj пульт

  2. ангел хранитель по имени человека, православные ангелы-хранители по дате
    рождения сонник крабы живые гадание онлайн на таро будем ли вместе
    солнце и марс во льве у женщины просто расклад таро
    на отношения, расклад на чувства мужчины таро схемы

  3. усі руни та їхнє значення, слов’янські
    руни обереги та їхнє значення любовний
    гороскоп для стрільців на наступний тиждень
    сонник весільний головний убір чай матча протипоказання, чай матча: користь для жінок

  4. замовляння від пристріту читати для дитини
    коли народилися знаки зодіаку за роками
    до чого уві сні сняться кішки які кусають і дряпають приснилося, що друг осліп,
    якщо уві сні стала сліпою

  5. жаңбырлы күз текст, сені ойлап мейрамбек & мадина бұрыштар атауы, сүйір бұрышты үшбұрыш дегеніміз не толкын толкын елнур наурызбек, елнур наурызбек – толкын толкын
    текст песни еңбек ырыстың бұлағы перевод,
    адал еңбек шығарма

  6. блок активных навыков рейд, порядок
    несения службы на посту маршруте патрулирования физикалық және коллоидтық химия тест,
    қоқанбаев коллоидтық химия қабілет
    және нышан, қабілет нышандар және темперамент лаборатория сызганова, сызганова резидентура

  7. Pingback: chatroom
  8. тәуелсіздік алғаннан кейінгі жетістіктер, тәуелсіздік жетістіктері баяндама типы телекоммуникационных сетей, телекоммуникационные сети примеры история казахстана в 5 томах скачать бесплатно, история казахстана в 5 томах том 3 жас тамырдың ұзаруы
    аймағы жасушалары есебінен
    болады, тамыр қандай қызмет атқарады

  9. бунеева 3 класс упражнение для работы дома работа на дому в самаре для женщины видео как
    научиться читать профсоюз надомных работников фрилансеров

  10. фриланс биржа для проектировщиков
    увольнение на испытательном сроке
    смотреть фильм иван васильевич меняет профессию онлайн
    бесплатно без рекламы 1973 монтаж электропроводки в деревянном доме цена за работу

  11. ауа райы атырау рп5, ауа райы жанбай ағартушылық пайда
    болған ел, жаңа заман тарихының басты
    ерекшелігі неде ғылыми білімнің құрылымы слайд,
    ғылыми зерттеу жұмысының мақсаты мен
    міндеттері сочинение на тему человек должен быть маленьким, как воспитывать детей без крика

  12. Pingback: h07vvh6-f
  13. equilibrador
    Dispositivos de balanceo: importante para el rendimiento uniforme y efectivo de las máquinas.

    En el mundo de la tecnología actual, donde la productividad y la fiabilidad del aparato son de alta importancia, los equipos de equilibrado tienen un tarea vital. Estos equipos especializados están creados para equilibrar y fijar partes giratorias, ya sea en maquinaria de fábrica, automóviles de desplazamiento o incluso en aparatos de uso diario.

    Para los técnicos en mantenimiento de equipos y los profesionales, trabajar con sistemas de calibración es crucial para proteger el funcionamiento suave y fiable de cualquier mecanismo giratorio. Gracias a estas soluciones modernas innovadoras, es posible limitar sustancialmente las movimientos, el estruendo y la esfuerzo sobre los cojinetes, mejorando la tiempo de servicio de elementos caros.

    También significativo es el rol que tienen los aparatos de ajuste en la atención al usuario. El soporte especializado y el reparación permanente usando estos equipos facilitan brindar servicios de alta nivel, incrementando la satisfacción de los clientes.

    Para los dueños de negocios, la inversión en unidades de equilibrado y dispositivos puede ser importante para optimizar la efectividad y rendimiento de sus equipos. Esto es particularmente trascendental para los dueños de negocios que gestionan pequeñas y pequeñas emprendimientos, donde cada punto cuenta.

    Además, los aparatos de ajuste tienen una extensa utilización en el sector de la fiabilidad y el control de nivel. Facilitan detectar probables errores, reduciendo mantenimientos onerosas y perjuicios a los dispositivos. Además, los información recopilados de estos equipos pueden utilizarse para mejorar sistemas y incrementar la exposición en sistemas de consulta.

    Las áreas de uso de los sistemas de ajuste comprenden variadas industrias, desde la manufactura de transporte personal hasta el seguimiento del medio ambiente. No influye si se trata de importantes producciones productivas o pequeños espacios hogareños, los dispositivos de calibración son fundamentales para garantizar un rendimiento productivo y sin presencia de detenciones.

  14. GLOBAL BUSINESS ELITE YOUR WHOLESALE SUPPLIER OF AGRICULTURAL AND INDUSTRIAL COMMODITIES

    We are a global company providing food, ingredients, agricultural solutions and industrial products that are vital for living. We connect farmers with markets so they can prosper. We connect customers with ingredients so they can make meals people love. And we connect families with daily essentials  from eggs to edible oils, salt to skincare, feed to alternative fuel. https://globalbusinessltd.co.uk/

    Global business elite
    copper cathode
    aluminium wire scrap
    scrap processor
    scrap cpus
    waste paper scrap
    fridge compressor scrap
    cable scrap
    scrap copper wire
    waste paper for sale
    ceramic cpu scrap
    icumsa 100
    cpu scrap
    wholesale sugar suppliers uk
    scrap processor
    scrap central processing units
    occ paper scrap
    occ waste paper scrap
    nut prosper globe
    ocopper cathode specifications
    sachet water filling and sealing machine
    insulated copper wire scrap
    waste paper supplier
    recycled copper wire
    copper scrap wire
    occ waste paper suppliers in uk
    processor gold recovery
    waste paper supplier
    ccopper wire scrap millberry

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *