Shaampiyoonaan liigii pirimeerii bor itti fufa

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa erga xumuramee torban sadii ta’eera. Shaampiyoonichi addaan citusaatti kilaboonni liigichaa dafee akka itti fufu gaafachaa turanis Koreen Liigii Federeeshinii Kubbaa Miilaa... Read more »

Gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa tapha michumaatti mo’e

Finfinnee: Taphni Olompikii 32fa Jaappaan Tokiyootti, adeemsifamu waggoota lamatu isa hafa. Waggoottan kanneen keessatti biyyoonni miseensoota Koree Olompikii Biyyooleessaa akaakuwwan ispoortii adda addaan hirmaachuuf qophaa’aa jiru. Itoophiyaanis taphicharratti hirmaachuuf qophiilee adda addaa... Read more »

Akkaadaamiin Leenjii Kubbaa Miilaa Amboo xiyyeeffannaa barbaada

Amboo: Dhaloota haaraa kunuunsa taasifamuufi qabu keessaa inni tokkoo qaama cimaafi sammu ifaa akka horatuutti gaaddisa ispoortii jalatti walitti qabuun leenjiisuun barbaachisaadha. Sochii misoomaa damee ispoortii kanaa fiixan baasuuf qaamnni tokko jiraachuu... Read more »

Dargaggoota teknolojiitti madaqan horachuuf BLTOn caalaatti hojjechuu qaba

Adaamaa: Itoophiyaan humna namaa beekumsa, dandeettiifi muuxannoon misoome horachuuf  tattaaffii olaanaa taasisaa turteetti. Humni namaa %80 damee BLTOtti kan leenji’u yoo ta’u, harki digdamni ammoo dhaabbilee barnoota olaanaa seenuun akka baratan taasifamaa... Read more »

Itoophiyaa dabalatee biyyootni hedduun Xiyyaara ‘Boeing 737 Max 8’ fayyadamuu dhaaban

Finfinnee: Dilbata darbe Finfinnee irraa gara Naayroobiitti balali’aa kan ture xiyyaarri daandii qilleensaa Itoophiyaa lakkoofsi balalii isaa ‘ET 302’ ta’e ‘Boeng 737 Max 8’ kufee caccabuun lubbuun namoota 157 darbuun isaa ni... Read more »

Itoophiyaafi Faransaay dhimmoota adda addaarratti waliin hojjechuuf walii mallatteessan

Finfinnee: Pirezidaantiin Faransaay, Imaanu’eel Maakroon daaw’annaa hojii guyyoota lamaa Itoophiyaatti taasisuun Roobii darbe gara Naayroobii qajeelan. Pirezidaantichi Ministira Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyy Ahimad waliin dhimmoota fooyyessa faayinaansiifi diinagdee, kunuunsa hambaalee, ijaarsa dandeettii... Read more »

BBOn barana barsiisota kuma 46 oliif qoramaata eyyama ogummaa kan kennu ta’uu ibse

Finfinnee: Biiroon Barnoota Oromiyaa (BBO) Bitootessa 9 bara 2011 barsiisota kuma 46 oliif qormaata eeyyama ogummaa kan kennu ta’uu beeksise. Itti Aanaa biirichaa Obbo Alamaayyoo Asaffaa ibsa dheengadda   gaazexeessitootaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Bariisaa Bitootessa 6/2011

Read more »

Barattootni Oromiyaa sadarkaa ardiifi addunyaatti dorgomoo ta’aa jiraachuun ibsame

Asallaa: Barattoonni Oromiyaa sadarkaa biyyaa, ardiifi addunyaatti dorgomanii milkaa’aa kan jiran ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Hoogganaan biirochaa, Doktar Tolaa Bariisoo sirna eebbaa Mana Barumsaa Qophaa’inaa Saaguree Godina Arsii, Aanaa Digaluufi Xiijjoo... Read more »

Biyya duroomte ijaaruun warraaqsa dinagdee finiinsuu gaafata

Finfinnee: Hayyootnii, xiinxaltootni siyaasaa, artistootni, abbootiin qabeenyaa, qeerroofi qarreen, qabsaa’otni siyaasaa, hoggantootni paartilee siyaasa Oromoo, bakka bu’ootni bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaafi keessummoonni waamichi taasifameef biroon Dilbata darbe sa’aatii 2:30 irraa kaasee galma... Read more »