Kibxata tare paarlaamaan biyya kanaa, kan yeroosaa xumuruuf ji’oonni muraasti qofti isa hafe, walgahee ture. Ministirri muummichaa Doktar Abiyyi Ahimad walgahii kanarratti dhihaatanii gaaffii dhihaataniif deebii kennaniiru. Hawaasnis gaaffilee ka’aniifi deebii kenname... Read more »
Ka’umsa qabsoo siyaasa Oromootiif diinni jalqabaa sirna nafxanyaa ta’uun beekamaadha. Qabsoon karaa gurmaa’eefi hingurmoofneen gaggeeffamaa tures ka’umsisaa sirnicha balleessuu ture. Oromoo qabsoof dammaqsanii of cinaa hiriirsisuuf akka ragaa qabatamaatti (factual cause) dhimma... Read more »
Addunyaarratti akaakuuwwan ispoortii adda addaa kan gaggeeffaman ta’uun ni beekama. Isaan martinuu akkuma amalasaaniitti dirreewwan addaddaafi galmoota filatamanitti kan adeemsifaman yoo ta’u, kanneen keessaa ammoo ispoortiin kubbaa miilaa tokko. Ispoortiin kun Awurooppaa,... Read more »
Namoota akaakuu sadiitu jiru jedhama. Namoota barri dhufu maal fidee dhufa jedhanii yaadda’an; warra bara dhufurratti hojjetanii qopheeffataniifi warra bara dhufu callisanii eeggatantu jiru. Namootni dhalootarratti hojjettan egeree biyyaafi ofiisaanii gadi fageessanii... Read more »
Akka qorannoowwan gara garaa mul’isanitti namni yeroo dhalatu hamaa ta’ee hindhalatu, nama ta’ee dhalata. Deemsa keessa gaariittis ta’e hamaatti ni harkifama. Namni akka fakkeenyaatti ilaallu gaarii yoo ta’e borii keenyarratti dhiibbaa gaarii... Read more »
Jijjiiramni si’aayaan Afaan Oromoo eddii qubee Laatiniin ABC… jedhamee baratamuu eegalee agarsiisaa jiru daran jajjabeessaadha. Guddina Afaan kun yeroo gabaabaa keessatti agarsiise Oromoof gonfoo injifannoo ta’ee kan tajaajiluufi Oromoon eenyummaasaatiin akka boonu... Read more »
-Galmeessi barattootaa kuma 32fi 970rra gaheera Finfinnee: Kutaalee Magaalaa Finfinnee hunduma keessatti manneen barnootaa mootummaa 488 ta’an keessaa 113 keessatti barnootni Afaan Oromootiin kan kennamu ta’uusaa Biiroon Barnoota Magaalaa Finfinnee beeksise. Hogganaa... Read more »
Olompikii Siidiinii ALA bara 2000 yeroo 27ffaaf adeemsifame irraa kaasee leenjisummaadhaan olompikoota shanirratti hirmaateera.Olompikoota Landaniifi Riyootti leenjisaa garee Atileetiksii Itoophiyaa ta’uunis durseera. Olompikootaa alatti garee biyyaaleessaa dursuun meedaaliyaawwan 365 ol akka argaman... Read more »
Samaraa: Namni gara lafa dhalootaa, akkoosaa Affaaritti imalu takkaa gaafa dhaqu ta’uu baannaan ,immoo gaafa galu waan tokko sammuusaatti qabachuunsaa waan hinoolle. Daandii sanarratti magaalotni sadii immoo magaalota iddoo biroorraa amala addaatiin... Read more »