Gareen kubbaa miilaa dargaggoota Itoophiyaa qophii jalqabe

Finfinnee: Waancaan kubbaa miilaa Afrikaa 25ffaan dargaggoonni umrii 20 gadii irratti hirmaatan ALA ji’a Waxabajjii bara 2025 magaalota Afrikaa Kibbaatti adeemsifama. Waancicharratti hirmaachuuf biyyoonni Afrikaa 48 zooniiwwan jaharraa ramaddii 12n qoodamanii tapha... Read more »

 Fiigicha, “Nageenyi Hundaaf, Hundis Nageenyaaf” boru Magaalaa Ambootti

Finfinnee: Fiigichi mataduree Nageenyi hundaaf, Hundis Nageenyaaf jedhuun sadarkaa Naannoo Oromiyaatti boru akka gaggeeffamu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenya Oromiyaa ibse. Daarektarri kominikeeshinii biirichaa Obbo Buzaayyoo Taklee ibsa dhimmicha ilaalchisuun dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »

 “Qilleen ayyaana abaarsi seexanaa dhala namaarra ture itticabeedha” – Luba Kitilaa Balaay Mokonnon

Ayyaanni Qillee bifa amantaanis aadaanis waggaa waggaan kan kabajamu yoo ta’u, guyyaa abaarsi uumamarra ture itti cabee walabummaan ittimirkanaa’e waan ta’eef waaqaaf galata, lafaaf nageenya gooftaan nuu dhalate ergaa jedhu kan of... Read more »

BARIISAA SANBATAA Sadaasa 29 Bara 2016

Read more »

BARIISAA Sadaasa 15 Bara 2016

Read more »

BARIISAA SANBATAA Caamsaa 12 / 2015

Read more »

“Humnooti qabsoo hidhannoo gaggeessan faayidaa ummataaf jecha qabsoo karaa nagaa filachuu qabu” – Obbo Araarsoo Biqilaa (Hayyuduree ABO)

Finfinnee: Humnooti qabsoo hidhannoo filatan faayidaa ummatasaaniif jecha haalduree tokko malee qabsoo karaa nagaa filachuu akka qaban hayyu dureen ABO, Obbo Araarsoo Biqilaa beeksisan. Sababa qabsoo hidhannootiin miidhaa ummatairra ga’aa jiru balaaleffataniiru.... Read more »

Tarkaanfii olaantummaa seeraa fudhatamaa jiruun kan fayyadamaa jiru ummata bal’aadha!

Mootummaan olaantummaa Seeraa kabajuufi kabachiisuuf dirqama heeraafi seeraan kennameef qaba. Dirree siyaasaa bal’isuuf jecha rakkooleen osoo jiranii garaa bal’achuufi obsaan deemamaa turameera. Sababa kanaan miidhaan guddaan lammiileerra gaheera. Qabeeyyi baay’eenis akka barbadaa’u... Read more »

Qajeelfama ittisaafi to’annaa koviid-19

Namni waan koviid-19 Hindi gochaa jiru arge hammeenya vaayirasichaa hubachuun isa hindhibu. Biyyattiitti dhalli namaa akka balaa harca’aa jira. Guyyaatti namoonni kuma dhibbootaan lakkaa’aman vaayirasichaan qabamaa; baay’een isaaniimmoo lubbuu dhabaa jiru. Ogeessonni... Read more »

.

Read more »