Ammaan tana biyya keenyattis ta’e kanneen akka keenya guddataa jiran biratti rakkoo guddaa ta’ee ka’aa jiru waa’ee carraa hojiiti. Dhimma kana kan hubatan mootummaan federaalaas ta’e kan naannolee rakkinicha furuuf maloota adda... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Na’imaa Ahmad Mohaammad jiraattuu Godina Arsii Lixaa, Aanaa Adaabbaati. Haadha ijoollee ja’aa yoo taatu hojii horsiisa looniifi raabsaa aannaniirratti hirmaattee hojjetaa jirti. Hojii kanas bara 2012 waldaa baadiyyaarraa ce’uun qarshii... Read more »
Waasihun Takileetiin Sanyii hin nyaatan, hingurgurani kun safuudha akka aadaa Oromootti. facaasanii galchanii bu’aa nyaatu malee mataa hin balleessani. maallaqni hojii uummachuuf arjoomamu kamuu kan itti hojjennee dinagdee keenya humneessinuudha malee kan... Read more »
Firiin qormaata barattoota kutaa 12ffaa bara 2014 baranatti ce’ee haala addaatiin yunivarsitiiwwanitti kenname sadarkaa barnoonni biyya keenyaa irra jiru sirriitti kan agarsiise ta’uu ogeessonni barnootaa ragaa bahaa jiru. Haalli kenniinsa qormaatichaa keessumaa... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Barri 2015 daa’imman gabataa bar-noortaarra jiraniif yeroo qormaatni itti baay’ateefi miirri abdii kutannaa itti heddummaate, maatii barattootaa rifachiisee imaammata barnootaa biyyattii hanga har’aatti hojiirra ture gaaffii hamaa keessa galche, bara... Read more »
Waasihun Takileetiin Akka biyyaattis ta’e akka Oromiyaatti lakkoofsi dargaggootaa yeroorra yerootti dabalaa deemuunifi fedhii hojii wajjin walsimachuu dhabuun hudhaa biyyattii guddaa ta’ee mul’ataa jira. Hudhaa kana furuuf sochiiwwan garagaraa taasifamaa kan turan... Read more »
Yeroo baay’ee namni qofaa dhalata. Qofaa ji’a sagal gadameessa keessa turee, qofaadhumasaa gara biyya lafaatti dhufa. Muraasni carraa qaban garuu gadameessa keessaa kaasee qofummaa achi ofirraa dhiibu. Dukkana gadameessaa waliin ta’anii dabarsu.... Read more »
Liigiin Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa dhiyeenya kana yaa’ii tokkoffaasaa Magaalaa Adaamaatti geggeeffateera. Dambiin ittiin bulmaata liigichaa waggaa lamaafi walakkaaf hojiirra oolu, akkasumas sagantaan liigichaafi gabaasni sochii liigichaa waggaa lamaan darbanii mul’isu yaa’ichaaf dhiyaatee... Read more »
Shamarree Aziizaan abbaashee Obbo Duubee Badhaasoofi haadha ishee Aadde Mohiinaa Gadaarraa Godina Arsii Lixaa, Heeban Arsiitti dhalattee guddatte. Barumsashee hanga kutaa 9ffaatti bakkuma dhalootasheetti baratte. Shamarreen tun yeroo ammaa Magaalaa Adaamaa kan... Read more »
Najaat Reduwaan (PhD) dhalattee kan guddatte Godina Shawaa Bahaa, Magaalaa Mojootti yoo ta’u, barnoota sadarkaa tokkooffaafi lammaffaa bakkuma dhalootasheetti baratte. Bara 2000ttis akaakuu barnootaa appilaayiid keemistiriidhaan Yunivarsiitii Hawaasaa seentee digirii jalqabaashee bara... Read more »