“Fardeen Oromoo kaleessa gaarreen Adwaa raasan har’a madda galii ta’uu qabu” -Dargaggoota Dandii

Nama biyya Ameerikaarraa dhufee Akaakoo Mana Abbichuutti ilmaan qonnaan bulaa gombisaafi tapha fardaa tolaan leenjisu tokko waliin walargee waa’ee seenaa gootota Oromoofi fardeensaanii Adwaarratti galmaa’e haasa’aa turre. Ani ardii Awurooppaa waggaa dheeraan... Read more »

 “Alaabaan keenya Kiristoosi, isaaf hojjenna afaanuma beeknuun isa waaqeffanna”

– Hangafa Faarfattootaa Diyaaqoon Firaanol Moosisaa  “Wayyaan cuuphaaf hintaane haaciccitu” jedhama, guyyichi guyyaa hafuuraan lammata dhalachuu, guyya qulqullaa’uu yoo ta’u, keessumattuu qeerroofi qarreef gama hafuuraanis ta’e aadaan guyyaa addaa nama bultiif ta’u... Read more »

Biyyi dargaggootaaf hintaane…

Dhalli namaa akka nama tokkootti jiraachuuf wantootni bu’uuraa kanneen akka nyaataa, uffataafi bakki jireenyaa isa barbaachisu. Wantootni bu’uuraa dhala namaaf barbaachisan kunneen yoo tattaafatanii hojjetan qofa argamu. Hojii mootummaas ta’e dhuunfaa argachuun... Read more »

Ikoo Turizimii Haroo Wancii-Dandii: Pirojektii fayyadamummaa dargaggootaas mirkaneessu

Haroon Wancii Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Kibba Lixaa, Aanaa Wancii, Ganda Wanciitti Finfinneerraa karaa Magaalaa Walisoo ykn Magaalaa Amboo kiiloomeetira 140-150 fagaatee argama. Haroon kun gaarreen bosona uumamaa uffataniin marfamee argama. Haalli... Read more »

 “Dargaggeessi hojii hinqabne, nageenya eegsisuuf hamilee hinqabaatu” – Birhaanuu Baqqalaa

0Liigiin Dargaggoota Ergama Nageenyaafi Badhaadhina Itoophiyaa kan hundaa’e bara 2011 yoo ta’u, kunis heera keeyyata 57 bu’uura godhachuun gurmii dargaggootaa isa guddaa akka biyyaatti hundaa’eedha. Biyya keenyatti nageenyi waaraa akka uumamuufi tasgabbiin... Read more »

 “Yeroo kaan lubbuu kennu ani dhiiga kennuun daran salphaadha” -Dargaggoota dhiiga arjooman

Dargaggoo Kaasaahun Geetaachoo jiraataa magaalaa Finfinnee, naannawa Jamoo jedhamuu yoo ta’u, dargaggoota sagantaa Kibxata darbeetiin dhiiga arjooman keessaa isa tokko. Sagantaa arjooma dhiigaa Liigiin Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinnee qopheesserratti kanneen hirmaatan keessaa... Read more »

 Moodeel Saadaam Qaasiim: Qeerroo Oromoo moodeelingiidhaan waltajjii idiladdunyaarratti injifate

Yeroo baay’ee gaafa dorgommii miidhaginaa ykn moodeelingii jedhamu sammuu keenya keessa kan dhufu shamarree dheertuu, qal’oo mudhii soonsaa, fuula toleettiifi gaafa deemtu miilashee waljalaa dabarsaa deemtuudha. Dorgommiiwwan miidhaginaa yeroo baay’ee qophaa’anis shamarran... Read more »

 Leencoo Fiqruu: Dargaggeessa jabaa suursagaleewwan muuziqaa Afaan Oromoo duubaan jiru

Muuziqaawwan Afaan Oromoo dhiheenya ba’an walaloofi yadaloon, meeshaan muuziqaafi qulqullinni suursagaleesaanii daran dinqisiifamuufi indastirii muuziqaa Oromoo sadarkaa tokko fuulduratti tarkaanfachiisan ta’aa dhufuun walnama hingaafachiisu. Keessumaa ergaan sirboota keessa jiru sammuu namaa keessatti... Read more »

 Dargaggoota daboodhaan midhaan waliisassaabanii, aadaa abbootasaanii haaressaa jiran

Dur dur Oromoon gaafa hojiiwwan gara garaa kophaasaa namni tokko hojjachuu hindandeenyeef aadaa walgargaarsaa marsaa marsaadhaan nama miseensa hawaasa sanaa ta’e hunda bira qaqqabu fayyadamee hojiiwwan muddamsiisoo hojjatataa ture. Aadaan walgaarsaa yeroo... Read more »

 “Balicha booda tarii Waaqayyoo isan miila lamaan dhabe miila tokkoon naa kennuufi, jedheen of amansiise” -Gaazexeessituu Firehiwoot Taammiruu

Jiruu keenya guyyuu keessatti waan nu mudatu hinbeeknu. Karoorfannee bakka akkanaan ga’ee, kana hojjedheen dhufa jennee malee akkamitti akka oolluufi hojjennu waan beeknu hinqabnu. Yeroo tokko tokko akka jennetti akka yaadnetti oollee... Read more »