Barattoonni gabaa siyaasa jeequmsaa ta’uurraa of eeguu qabu

Haadha barumsaaf  ijoolleeshee  iddoo birootti ergattee yoom eebbifamee naa gala jechaa osoo eegduu yeroo reeffi  mucaashee fe’amee itti galu arguu caalaa wanti  qalbii  namaa cabsu hinjiru. Ijoollee abdiifi kutannoo barnootaaf qaban galmaan... Read more »

Godaantota dhaabbiin hundeessuurratti muuxannoo Keeniyaafi Ugaandaa

Godaansa akka addunyaatti mudatu miliyoona 7.1 keessaa miliyoonni 3.1 dargaggoota barnoota hinqabne akka ta’e ragaan qorannoo godaantotarratti hojjetame ni mul’isa. Akka Afrikaatti rakkoon hojidhabdummaa kun yeroorraa yerootti waan muudatuuf ardittii keessatti heddummaachaa... Read more »

“Warra hanna baretu ummata gidduutti summii facaasaa jira” -Qeerroo Leellisaa Caalchisaa

Qeerroo Leellisaa Caalchisaa Magaalaa Duukam, Ganda Malkaa Duukam jiraata. Qeerroon kun akka jedhutti, biyya kamittuu hiriira nagaa bahanii yaada ofii ibsachuun miidhaa hinqabu. Hiriira nagaarratti ummatni nagaan bahee sagaleessaa dhageessisee nagaadhaan mana... Read more »

“Waliin caallaa malee, walcaallaan salphina”

Nageenyi bu’uura jireenya hawaas-dinagdeefi siyaasa biyya tokko akka ta’e beekamaadha. Kana mirkaneessuuf ammoo qoodni abbootii Gadaafi amantii, hayyootaa, akkasumas qarreefi qeerroo olaanaadha yoo jedhame dhugaarraa kan fagaatu miti. Keessumaa ammoo qarreefi qeerroon... Read more »

Osuma mortuun mortuu hortuun horti

Tibba tokko qonnaan bultootni lama qe’eerraa fagaatanii  lafa gammoojjii midhaan facaasuu deeman. Inni Tokko Obbo Kilkilee jedhama. Kilkileen gurrisaa duudaadha. Inni biraammoo Abbaa Shaggee jedhama, Gurrisaa ni dhagaha. Guyyaa hojii qonnaarra oolanii... Read more »

Burqaa jaarraa tokkoofi walakka booda

Sanbata darbe ganama barii Finfineetti burqaan jaarraa tokkoofi waggaa 30f duudee ture waan dhoheef ilmaan Kuush malkaa dur itti irreeffachaa turan hora Finfinneetti dhiichisaafi ragadaaa imalaa jiru. Kunis magaalattii miila tokkoon dhaabeera.... Read more »

Araara Oromoofi Finfinneetiif korma qalanne; akka jeedalli hin nyaanne

Abbaa qe’eetu kabaja dhabee qe’eesaarratti keessummaa gara laafinaan simatee qubachiiseen dhiitamee salphate. Warra asheeta shumburaafi baaqelaatiin taphachaa turetu waan liqimsu dhabee lafa dur sanyii itti facaafataa turerratti ormaaf hojii humnaa hojjatees of... Read more »

“Oggaa barsiisaan nuu ramadamu mi’asaa gateettiitti baannee fidna ture”- Obbo Daandanaa Gabramikaa’eel

Fuula Qarreefi Qeerroo maxxansa kanaatiin waa’ee barumsaarratti xiyyeeffachuu barbaadne. Kanaanis barattoonni har’aa bu’aa ba’iin hangafoonni keenya keessa darbaniirraa barachuun biyyaafi lammiisaanii haalota adda addaatiin tajaajilaa itti carrooman akka hubataniif  waan barruu waggaa... Read more »

Dhaamsa hayyuu siyaasaa keessaa

“Qarreefi qeerroon Oromoo qabsoo hadhaawaa taasisaniin warra biyya alaatti baqate ture biyyatti galche, warra mana hidhaatti gadadamaa ture hidhaadhaa baase, siyaasa Oromoo moggaarra ture gara giddugaleessaatti fide. Seenaan kun akkuma Afrikaattuu ta’ee... Read more »

Dargaggummaa gaarii

Dargaggoota ilaalchisuun sagantaan Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiifi ittaanaasaanii Obbo Dammaqa Makonnin keessumummaan hirmaachise Finfinnee, Galma Barkumeetti Qaam’ee 1 bara 2011 geggeeffamee ture. Saganticharratti haasaa kan taasise tajaajilaa Yoonaataan Akliiluu dargaggoota gaarummaa... Read more »