
Jaarraa tokkoofi walakkaa oliif Oromoon siyaasaan,dinagdeenfi hawaasummaan Itoophiyaa keessatti mataasaa olqabatee akka hindeemne sirni gabroomfataa Atseewwanii hanga dargiitti biyyattii humnaan bulchaa ture hiraarsaa sabummaafi dhiittaa mirgaa qaqqabsiisaa tureera. Cunqursaa sabummaa isaafi sabaaf... Read more »

Dargaggoo Waasihuun Tafarraa Godina Arsii Lixaa, Aanaa Heeban Arsii, bakka Goljotaa jedhamutti dhalate. Barumsasaa sadarkaa 1fa bakkuma dhalootasaatti kan barate yoo ta’u, sadarkaa 2fa ammoo Magaalaa Nagallee Arsiitti barate. Dargaggoon kun bara... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Dargaggoo Nigusuu Gammachuu Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Jiddaa Ganda Nasirii Koosoo jedhamutti dhalatee guddate. Maatiinsaa ijoollee dhiiraa afuriifi dubaraa shan qabu. Innis maatiisaaf mucaa hangafaati. Maatiin isaa isa barsiisuurra hojii... Read more »

Bayyanaa Ibraahimiin Yeroo barumsi qofaasaatti hiyyummaa keessaa nama baasuu dadhabee tattaaffii dabalataa gaafatu kanatti, wayita namni barateefi digriifi dippiloomaa qabatee hoji dhabdummaadhaan sammuun isa jeeqamu kanatti, darbee darbee immoo namni hinbaratiniifi ulaa... Read more »

Tashoomaa Qadiidaatiin Leenjisaa Naasir Shukuriin leenjisaa ispoortii Maarshaal Aartii yoo ta’u dhiheenya kanas kitaaba mataduree ‘KITAABA MAARSHAAL AARTII’ jedhu yeroo jalqabaatiif Afaan Oromoodhaan barreessuun gabaarra oolcheera. Kitaabichi gama qabiyyeetiinis dhimmoota ijoo, seenaa... Read more »

Tashoomaa Qadiidaatiin Filannoo jahaffaa baatii Caamsaa dhufu adeemsifamuuf paartiileen galmeessa kaadhimamtootaa xumuranii duula na filadhaa geggeessaa akka jiru. Gaazexaan Bariisaas gaaffiilee, “Filannoon kun keessumaa dargaggootaaf hiika akkamii qaba?, sagantaalee paartiilee akkamitti hubachuu... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Abdulsalaam Abdulqaadir Godina Baalee Lixaa Magaalaa Roobee, Ganda Odaa Roobeetti dhalatee guddate. Barumsasaa sadarkaa tokkoffaa mana barumsaa Liiban, sadarkaa lammaffaa ammoo mana barumsaa sadarkaa 2fa Roobeetti barate. Barataan kun gaafdeebii... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Fooziyaa Jamaal Abdallaa jedhamti. Kan dhalattee guddatte Godina Harargee Lixaa Aanaa Boosee Magaalaa Bookee Xiqqootti. Barumsa ishee sadarkaa tokkoffaafi lammaffaas naannawaadhumasheetti barattee xumrte. Barnootasheetiinis sadarkaa keessa ba’aa turte. Qormaata biyyaalessaa... Read more »

Saamraawiit Girmaatiin Yeroo baay’ee eebba barattoota yunvarsiitiirratti qabxii olaanaa galmeesisuun kan badhaafaman dhiirota. Darbee darbee garuu shamarran qaxaleefi jabduun warreen kaaniif fakkeenya ta’anis ni mul’atu. Nutis barreeffama kanaan eebbifamtuu qaxalee qabxii 3.9... Read more »

Charinnat Hundeessaatiin Gotota oggaa injifannoon Adwaa ka’u maqaansaanii dha’amu keessaa tokko Dajjaazmaach Gabramaariyaam Gaarii Godaanaa isa tokko. Gootni kun bara 1874 Shawaa Kibba Lixaa; Sadan Sooddootti dhalate. Carraa bara sanaa warrisaa abbootii... Read more »