Takkaalliny Gabayyootiin Hubannoo hawaasni bal’aan waa’ee miidhamtoota qaamaarratti qabu hanga har’aattuu daran gadaanaa waan ta’eef mirgi bobba’insa hojii dameelee hundarratti qaban haalaan hojiirra oolaa hinturre. Kana sirreessuuf labsiin lakkoofsa 568/2000 bahus waajjiraalee... Read more »
Tashoomaa Qadiidaatiin Ganama Dilbataa, Sadaasa 27 bara 2013 sa’aatii 1:30 adda baba’iin Bishooftuu ummata magaalattii, atileetotaafi keessummoota adda addaatiin marfamteetti. Afaan Saba adda addaatiin sirboonni nama bashannansiisan waltajjiirraa darbaa jiru. Murtee kennitoonni,leenjistoonniifi... Read more »
Marid Nugusee Tulluu Yunivarsitii Saayinsiifi Teknolojii Finfinneetti barsiisaa ‘Software Engneering’ ta’ee tajaajilaa jira. Digrii tokkoffaa Yunivarsitii Jimmaarraa bara 2005 Saayinsii Komputaraatiin, digirii lammaffaa ammoo Raashiyaa, Magaalaa Moskoo, Yunivarsitii ‘National Science and Technology’... Read more »
Waldaaleen Intepiraayizii Maayikroofi Xixiqqaa (IMX) hedduun waggaa waggaan gurmaa’anii damee hojiilee gara garaarratti bobba’u. Isaan keessaa milkaa’anii gara abbaa qabeenyaatti kan ce’an garuu muraasa. Waldaalee hedduun utuu hinmikaa’in hafu ykn nidiigamu. Maddootniifi... Read more »
Waldaan Misooma Oromiyaa (WMOn) manneen barnootaa bultii addaa iddoowwan lamaa qaba. Tokko kan Magaalaa Adaamaa, kan lammataa ammoo Magaalaa Bishooftuutti argama. Kan Adaamaa kutaa 11fafi 12fa yoo barsiisu, kan Bishooftuu ammoo 9fafi... Read more »
Guddinni Saayinsiifi teknoloojii dhaloonni har’aa roga maraanuu itti fayyadamaa jiru akka tasaa guyyaa tokkotti kan argame miti. Roga dinagdeenis ta’e hawaasummaadhaan qorannaafi yaalii bara dheeraatiin boodadha, guddinni kun kan argame. Guyyaarraa gara... Read more »
Dur ilaalchi hawaasni dubartootaaf qabu baay’ee gadaanaa ta’uusaarraa kan ka’e mammaaksa, “Dubartootni golaa olitti” jedhuun dandeettiifi gahumsisaanii ibsamaa tureera. Ilaalchi gadaanaafi qoqqoodinsi kutaalee hawaasa maraan dubartootarra gahaa ture ammoo keessumaa akkuma biyyoota... Read more »
Yunvarsitiin Jimmaa torban har’aa barattoota sadarkaa digirii tokkoffaa, lammaffaafi sadaffaatiin leenjisaa ture kuma sadiifi 139 kan eebbisiise yoo ta’u, isaan keessa 254 doktorota fayyaati. Lammileen biyya Somaalee Laandii 11fi Ruwaandaa lamas eebbifamtoota... Read more »
Barataa Waannaa Taayyee Ayyaanaa Yunivarsitii Ambootti barataa Fiiziksii waggaa sadaffaa barana eebbaaf qophaa’aa jiru yoo ta’u, dhiyeenya kana dorgommii ‘Ethiopian Physical Society Award’ mo’achuudhaan doolaara 175 badhaafameera. Barataan kun damee barumsa Fiiziksiitiin... Read more »