Ogummaa shamarree baadiyyaa

Shamarran baadiyyaa ogeettiifi ko’eettii ta’uusaaniitu himamaaf. Ganama barii kaatee, saawwan elmitee, mana hartee, ciree qopheessitee, buna danfistee akkasumas wantoota maatiif barbaachisan hojjetti. Erga isa ganamaa xumurtee boodammoo laaqanaafi irbaataaf waan ta’u hojjetti.... Read more »

Barattoonni qabxii olaanaa galmeessisan abdii maatii qofa utuu hintaane kan biyyaati

Biiroon Barnoota Oromiyaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12fa bara 2012 sababa weerara vaayirasii koropnaatiin baranatti darbe fudhatanii qabxii 600 ol galmeessisan 152 torban darbe tokkoon tokkoonsaanii qarshii kuma digdama digdama Magaalaa Adaamaatti... Read more »

Fayyadamummaa dargaggootaa dhugoomsuuf xiyyeeffannaan hojjetamuu qaba

Daraggoon utubaa biyyaa, abdii egeree gaachana daangaa, hirkoo gaafa xiiqiiti. Humni kun ganamuma yaada ijaarsaafi misoomaan ijaaramee yoo kunuunfameen alatti qabaafi hordoffii qajeelaa dhabnaan biyyaaf abdii osoo hintaane badii ta’uunsaa waan oolu... Read more »

“Qeerroo jiru Oromoon lammata aangoo siyaasaan hincabu”Dargaggoo Kadir Indaalkaachoo Pirezedaantii waldaa Dargaggoota Oromiyaa

Jaarraa tokkoofi walakkaa oliif Oromoon siyaasaan,dinagdeenfi hawaasummaan Itoophiyaa keessatti mataasaa olqabatee akka hindeemne sirni gabroomfataa Atseewwanii hanga dargiitti biyyattii humnaan bulchaa ture hiraarsaa sabummaafi dhiittaa mirgaa qaqqabsiisaa tureera. Cunqursaa sabummaa isaafi sabaaf... Read more »

Dargaggoo Waasihuun Tafarraa abbaa hojiilee kalaqaa hedduu

Dargaggoo Waasihuun Tafarraa Godina Arsii Lixaa, Aanaa Heeban Arsii, bakka Goljotaa jedhamutti dhalate. Barumsasaa sadarkaa 1fa bakkuma dhalootasaatti kan barate yoo ta’u, sadarkaa 2fa ammoo Magaalaa Nagallee Arsiitti barate. Dargaggoon kun bara... Read more »

Bu’aa ba’ii jireenyaafi karoora Dargaggoo Nigusuu Gammachuu

Natsaannat Taaddasaatiin Dargaggoo Nigusuu Gammachuu Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Jiddaa Ganda Nasirii Koosoo jedhamutti dhalatee guddate. Maatiinsaa ijoollee dhiiraa afuriifi dubaraa shan qabu. Innis maatiisaaf mucaa hangafaati. Maatiin isaa isa barsiisuurra hojii... Read more »

“Eebbifamee guyyaa tokko hojii mootummaa osoo hinbarbaadiin gara kalaqaatti gale” -Dargaggoo Jaalataa Mul’ataa

Bayyanaa Ibraahimiin Yeroo barumsi qofaasaatti hiyyummaa keessaa nama baasuu dadhabee tattaaffii dabalataa gaafatu kanatti, wayita namni barateefi digriifi dippiloomaa qabatee hoji dhabdummaadhaan sammuun isa jeeqamu kanatti, darbee darbee immoo namni hinbaratiniifi ulaa... Read more »

Maastar Naasir: Leenjisaafi Barreessaa Kitaaba Maarshaal Aartii

Tashoomaa Qadiidaatiin Leenjisaa Naasir Shukuriin leenjisaa ispoortii Maarshaal Aartii yoo ta’u dhiheenya kanas kitaaba mataduree ‘KITAABA MAARSHAAL AARTII’ jedhu yeroo jalqabaatiif Afaan Oromoodhaan barreessuun gabaarra oolcheera. Kitaabichi gama qabiyyeetiinis dhimmoota ijoo, seenaa... Read more »

Filannoo baranaafi dargaggoota

Tashoomaa Qadiidaatiin Filannoo jahaffaa baatii Caamsaa dhufu adeemsifamuuf paartiileen galmeessa kaadhimamtootaa xumuranii duula na filadhaa geggeessaa akka jiru. Gaazexaan Bariisaas gaaffiilee, “Filannoon kun keessumaa dargaggootaaf hiika akkamii qaba?, sagantaalee paartiilee akkamitti hubachuu... Read more »

Abdulsalaam Abdulqaadir: Qaxalee biroo ‘A+’ 39fi ‘A’ ja’aan Yunivarsitii Odaa Bultumirraa eebbifame

Natsaannat Taaddasaatiin Abdulsalaam Abdulqaadir Godina Baalee Lixaa Magaalaa Roobee, Ganda Odaa Roobeetti dhalatee guddate. Barumsasaa sadarkaa tokkoffaa mana barumsaa Liiban, sadarkaa lammaffaa ammoo mana barumsaa sadarkaa 2fa Roobeetti barate. Barataan kun gaafdeebii... Read more »