“Arkiteekchariin daawitii aadaa, seenaafi hawaasaati” -Arkiteekti Seenaa Eliyaas

Saamraawiit Girmaatiin Arkiteekti Seenaa Eliyaas dhalattee kan guddatte Godina Wallagga Lixaa, Magaalaa Najjootti. Barnootashees sadarkaa tokkooffaadhaa hanga lammaffaatti achumatti baratte. Barnootatti jabduu kan turte Seenaan bara 2006 gara Yunvarsiitii Saayinsiifi Teknolojii Adaamaa... Read more »

Dargaggoo Zarihun Ayyaanoo: Liistiroo abbaa dippiloomaa

Waasihun Takileetiin Daalattii (Araat Kiiloon)wiirtuu teessuma mootummaa Federaalaa taate guyyaa guyyaan dargaggoota dhaabbilee barnoota olaanaarraa eebbifamanii hojii barbaadanis simattee keessumeessaa ooltuudha. Dargaggoonni adda baba’ii Daalattii kanatti walgahan hedduunsaanii hojii barbaaddota waan ta’aniif... Read more »

Birmannaa waamicha biyyaatiif owwaannaa dargaggoota Finfinnee

 Tashoomaa Qadiidaatiin Itoophiyaan seenaa ummatoota gurraachotaa keessatti bakka olaanaa akka qabdu beekamaadha. Biyya birmadummaashee kabachiistee turte waan taateef. Durii kaasee humnoonni alaa yeroo adda addaa weerara isheerratti aggaamaa turan. Haata’u malee tokkummaafi... Read more »

“Bara dhufutti carraa hojii miliyoona 1.5tu uumama” -Karoora Mootummaa Naannoo Oromiyaa

Saamraawiit Girmaatiin Biyyi dargaggoota gama maraan fayyadamaa hintaasifane guddina akeekkatte bira ga’uu hindandeessu. Sababnisaa dargaggoonni humna ho’aa waa omishuufi kalaquu danda’aan waanta’eef akka motora sochooftuu dinagdeetti fudhatamu. Humna kana haalaan itti fayyadamuu... Read more »

Hawwii Xilaahun, Biraazilitti dippilomaatii ‘USA’

Waasihun Takileetiin Adduyaan kun buburreedha, kaan simattee miidhagsitee milkaa’inaan boonsiti, kaanimmoo cunqursitee sakaallaa hiyyummaatiin gaaditee gidirsiti. Kan milkaa’e; kan dhidhiitatee warraaqee, sakaallaa deegaafi hiyyummaa ciree keessaa baha. Kaan ammoo faallaa kanaatiin guyyaa... Read more »

Dargaggoo Geetuu Yaasiin: Kophee haxaa’uurraa gara omishuutti

Saamraawiit Girmaatiin Dureessi beekamaan addunyaa Biilgeet “If you are born Poor it’s not your mistake, but if you die poor it’s your mistake” jedha. Kana jechuun “Hiyyeessa taatee dhalachuun dogoggorakee miti; hiyyeessa taatee du’uun garuu dogoggorakeeti”... Read more »

Rattaa Tasfaayee: Barataa qaxalee ‘A+’ 41fi ‘A’ torba fiduun waancaa badhaafame, mindeeffame

Saamraawiit Girmaatiin “Namni gaafa dhalatu sammuu qulqulluu qabatedhuma dhalata malee sammuu cimaa ykn dadhabaa qabatee hindhalatu” jedhu hayyoonni xiinsammuu. Dhugumammoo waan qabatamaadhaan jiru yoo ilaalle haala itti fayyadama keenyatu ciminaafi dadhabina keenya... Read more »

Waldaa dinagdee dargaggoota aangessuurratti xiyyeeffatee hojjechaa jiru

Natsaannat Taaddasaatiin Waldaan Dargaggoota Caffee Hojii Gamtaa Waliigalaa erga hundaa’ee beekamtii argatee waggaa tokko ta’eera. Waldichi hiyyummaa hir’isuu, carraa hojii dargaggootaaf uumuu, dargaggoota dinagdeen aangessuu, omishaalee qonnaa gabaaf dhiyeessuun qaala’ina gatii tasgabbeessuu,... Read more »

Eenyummaa Oromummaa deebisuuf tarkaanfii jalqabaa: Manneen barnoota Afaan Oromoo

Bayyanaa Ibraahimiin Lafa ganama Oromoon facaafatee irraa haamatu, horsiisee irraa unatu, bobbaafatee irratti tikfatuufi horatti bahee immoo uumaasaa itti galateeffatutu gaafa Oromoon alagaadhaan cabe sanatti handhuurri Oromiyaa Finfinneenis Oromootti garaa jabaachuuf dirqamte.... Read more »

Miidhamtoota qaamaa onnachiisuun hirmaannaasaanii cimsuuf

Addunyaa kanarra namoonni biliyoona tokkoo ol ykn dhibbantaa 17 ta’an miidhamoota qaamaati.  Itoophiyaattimmoo miidhamtoonni qaamaa miliyoona 18 ykn dhibbantaa 19 akka argaman gabaasonni Dhaabbata Fayyaa Addunyaafi Baankii Addunyaa ni addeessu. Jireenya keessatti... Read more »