Charinnat Hundeessaatiin Appilikeeshinoota yeroo dhiyoodhaa bal’inaan hojiirra oolaa jiran keessaa tokko tiwiitariidha. Tiwiitarii caalaatti namoota dameelee adda addaatiin dhiibbaa uumuu danda’an waan fayyadamaniif Gaazexaan Bariisaa haala ittifayyadamasaafi isaan walqabatanirratti Yuvarsitii Sayinsiifi Teknolojii... Read more »
Baatuun dhiheenya kana sirna eebbaa Yunivarsitii Naannoo Oromiyaa keessummeessite waan takkaa hinbaramne ummatatti agarsiiftee tokko ajaa’ibsiiftee kaan immoo maalalchiifteetti. Ummanni eebba barattootaatiif galma yunivarsitichaatti Sanbata darbe walga’e milkiifi injifannoo dubartii takkaatiin miira... Read more »
Hojii tokko hojjenne milkaa’ufis ta’e damee irratti bobbaanerraa milkiiwwan gammachiisoo ta’an argachuuf amaloota gaggaarii ta’an qabaachuun barbaachisaadha. Milkaa’inoonni nuti argannu kunneen immoo kan uumaan nuuf kennite ykn beekumsaafi muuxannoodhaan adeemsa keessa horanneerraa... Read more »
Waldaan Dargaggoota Caffee Hojii Gamtaa Waliigalaa dargaggoota godinaalee Oromiyaafi Magaalaa Finfinneerraa walitti dhufaniin ijaaramee hojii erga jalqabee waggaa tokkoof ji’a sadii ta’eera. Waldaan dinagdee dargaggootaa cimsuurratti xiyyeeffatee hojjechaa jiru kun yeroo ammaa... Read more »
Uumaafi dhalli namaa waliif waliin kan uumamanis iddoo tokko tokkotti daandii faallaa walii irratti yeroo walgufataniifi walsakaalan mul’atu. Kun badii ykn daandii jallinaa dhalli namaa faallaa uumamaa adeemuuf taasisuun kan dhufu yemmuu... Read more »
Bu’aa ba’ii jireenya dhala namaa keessatti daandiin dheeraafi dadhabsiisaan addunyaa barnootaati. Namni tokko baratee sadarkaa olaanaarra qaqqabuuf yoo xiqqaate waggoota 15 mana barnootaa keessa turuu qaba. Haala qabatamaa amma magaalota keessa jiruun... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Dargaggoo Mikaa’el Tsaggaayee jiraataa Magaalaa Adaamaati. Dargaggoon kun gaafdeebii torban darbe Gaazexaa Bariisaa wajjin taasiseen akka jedhutti, baay’ina ummata Itoophiyaa keessaa %70 waan ta’aniif biyyattiin humna kanatti sirnaan fayyadamuu qabdi.... Read more »
Ummanni Oromoo sirnoota cunqursaa yeroorraa yerootti boquusaarratti fe’amaa turan ofirraa cabsee sirna dimokraatawaa ijaaruuf dargaggootaafi hayyootasaa kitilatti lakkaawaman wareegaa tureera. Sirnoonni dhufanii darban martuu akka silmii Oromoofi qabeenyasaa xuuxaa qe’eesaa golgoleessaa olaaantummaa... Read more »
Yeroo baay’ee gaafa namni waa kalaqee agarru keessa keenyatti kan yaadnu, namni abbaa kalaqaa sun biyya alaa kan jiru ykn biyyuma keessatti bakka cimaa jedhamutti kan barate gooneetu. Garuu waa kalaquuf wanti... Read more »
Waaqshuum Fiqaaduutiin Waraana biyyattiirratti baname gama kamiinuu hirmaatanii qolchuuf qophii ta’uu dargaggootni Itoophiyaa yaadasaanii Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennan hubachiisan. Dargaggootni kunneen akka jedhanitti, biyya abbootinsaanii weerara keessaafi alaarraa gamtaan qolatanii birmadummaashee eeganii... Read more »