Dargaggoo Yooseef Iyyaasuu Yaadataa Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Saasiggaa, Magaalaa Baloo, Ganda Qarsaa Mojiitti dhalatee guddate. Barumsasaa sadarkaa tokkoffaa bakkuma dhalootasaatti kan barate yoo ta’u, sadarkaa lammaffaa ammoo Magaalaa Naqamteetti hordofe. Barumsasaa... Read more »
Barumsi furtuu rakkoolee gosa hundaa ta’ee osoo jiruu namni baratee hojii dhabe baay’achaa dhufuun maal agarsiisuu danda’a laata? Kan barateefi kan nyaate kufee hinkufu mammaaksi jedhu haala yeroo ammaa kana mul’achaa jiru... Read more »
Kalaqni guddina teknoolojiifi dingadee biyyaaf murteessaa ta’uun isaa wal nama hinfalmisiisu. Addunyaa kanarratti bu’aawwan teknoolojii hedduun isaanii kan argaman kalaqa ilma namaatiini. Namoonni kennaa addaa qaban waan sammuusaaniitti yaadaniif, rakkoo hawaasaa ni... Read more »
Saadiyoo Maanee jedhama. Lammii Senegaal yoo ta’u, ALA bara 1992 Baanbaliitti dhalate. Baanbalii bulchiinsota naannoo Senegaal 45 keessaa takka. Abbaansaa imaama masgiida guddaa Baanbaliitti argamuu yoo ta’an, oggaa Sa’idoon umriisaa waggaa torba... Read more »
Shamarree miidhagduu Gaanaa bara 2021 ta’uun dorgommii bareedinaa Gaanaa bara 2021 kan injifatte Doktar Seetar Noorgibee intala warra Gaanaa maatii dokteriirraa dhalatteedha. Doktar Noorgibeen barnootashii Gaanaatti barachaa akka turteefi barnoota olaanaa biyya... Read more »
Naannawawwan seenaa qabsoo Oromoo keessatti iddoo olaanaa qaban keessaa tokko Amboodha. Akkasumas, akka biyyaattillee waraana Adawaa keessatti hirmaannaa ho’aa taasisuun Itoophiyaan har’aa akka jiraattuuf gaheesaanii gumaachaniiru. Kana malees aartiin Oromoo dhalatee hundee... Read more »
Biiroon Carraa Hojii Uumuufi ogummaa Oromiyaa Wiixata darbe raawwii karoora hojii ji’oota ja’an darbaniirratti hoggantoota sadarkaa godinaaleefi magaalotaatti jiraniifi diinii kolleejjota BLTO Oromiyaa keessa jiran 189 waliin mari’ateera. Waltajjicharratti ciminootaafi hanqinoonni raawwii... Read more »
Gaazexessaa Zara’aay Iyyaasuu Magaalaa dhalatee Hawaasaatti Finfinneetti guddate. Barumsasaa sadarkaa tokkoffaa Mana barumsaa Tsigee Baashaafi Dil-Betigil, sadarkaa lammaffaa ammoo Yakkaatit 12tti barate. Digirii jalqabaa koolleejjii Qidisti Maaram, kan lammaffaa Yunivarsiitii Aalfaarraa manaajimentiin... Read more »
Baay’een keenya hojiilee biznasii addaddaa keessa galuuf fedhii qabaannus qarshii of harkaa hinqabu jennee fagootti sodaannee dhiisna. Liqeeffannee itti seenuufillee “Yoon kasaare eessaa fideen kanfala” jechuun haaluma jiraannu keessa turuu filanna. Haala... Read more »
Akka gabaasa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii bara 2020 bahe ibsutti addunyaarratti baay’iana diyaaspooraan kan beekamtu Hindidha. Lammiileen Hindii lakkoofsisaanii miliyoona 18 ol ta’an diyaaspooraa biyyoota gara garaa keessa jiraatan yoo ta’u, harki caalaansaanii... Read more »