“Dargagoonni duudhaa Fiichee Cambalaalaa kunuunsuun dhalootaaf dabarsuu qabu” -Dargaggoota Sidaamaa

Ayyaanni jijjiirraa baraa Sidaamaa Fiichee Cambaalaalaa Ebla 22 bara 2014 Magaalaa Hawaasaatti sirna ho’aadhaan kabajamee ooleera. Gaafa sanarraa kaasee ammoo guyyoota 15f sagantaalee garagaraatiin kabajamaa tureera. Wiixata darbees sadarkaa federaalaatti bakka dhalattoonni... Read more »

Seenaa Injifannoo SAAMBEE Injifannoo Waraana Saambee bara 1933

Akkuma seenaa keessatti beekamu Xaaliyaaniin bara 1928 biyya keenya, Itoophiyaa waraanuunshee ni beekama. Garuu gootonni Itoophiyaa tole jedhanii diina hinsimanne. Gootonni Itoophiyaa riphanii loluun (Guerrilla warfare) faashistoota Xaaliyaanii boqonnaa dhorkaniiru. Fakkeenyaaf loltoonni... Read more »

“Islaamni nagaadha; afaan beeknuun Nashiidaa keenyaan nagaa labsina” – Dargaggoota Nashiidaafi Manzummaa qopheessan

Jaarraa tokkoofi walakkaa oliif sabaafi sablammiileen walqixxummaa eenyummaa amantiifi afaanii dhabuun hiraarsaa, sirna cunqursaafi ilaalcha dukkanaa’aan guutameen ukkaamsaa jala turaniiru. Sirni sirna nyaatee qabsoo ilmaan cunqurfamoon Itoophiyaa taasisaniin walqixxummaan amantii afaaniifi eenyummaa... Read more »

“Imaanaan Yunivarsiitiin Dambi Dolloo natti kenne olaanaadha” -Barattuu Madiinaa Gammachuu

Barattuu Madiinaa Gammachuu dhalattee kan guddatte handhuura Oromiyaa, Magaalaa Finfinnee, naannawa Saarisiitti. Barnootashee sadarkaa tokkoffaa Mana Barnootaa Hiwoot Faanaa, sadarkaa lammaffaa ammoo Mana Barumsaa Firee Hiwootitti baratte. Bara 2009 qorumsa biyyaalessaa kutaa... Read more »

“Riikardii torban sadiif na harkaa bahee ture deebifachuu kootti guddaan gammade” -Atileet Saamu’eel Tafarraa

Ispoortiin atileetiksii dorgommiiwwan heddu of keessatti hammata. Fiigicha gabaabaa meetira dhibbaatii kaasee hanga fageenya dadhabsiisaa kiiloometira 42.195 of keessaa kan qabuudha. Ispoortiiwwan hunda caalaas meedaaliyaawwan baay’ees kan argamsiisuudha. Itoophiyaanis addunyaarratti, keessumaa addababa’ii... Read more »

Dhaabii Boosee: Qeerroo miidhama qaamaaf osoo harka hinkenniin kaappitaala qarshii miliyoona 1.6 horate

Dargaggoo Dhaabii Bosee Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaa Ganda Baadiyyaa Roggee Baalawalditti dhalatee guddate. Akkuma ilma baadiyyaa tokkoo umuriinsaa yommuu barnootaaf ga’u maatiisaa gargaaraa barnoota eegale. Barnootasaa sadarkaa tokkoffaas achuma bakka dhalootaasaatti... Read more »

“Biyya kana keessa hojjechuuf yaadnaan wanti itti hinhojjatamne baay’eetu jira” -Dargaggoo Biqilaa Yohaannis

Dhiheenya kana miidiyaa ha­waasaarratti suurri maashinii warqee miiccuufi dargaggoonni maashinicha kalaqanii baay’inaan deemaa ture. Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaas dargaggoota kana bakka hojiisaanii Buraayyuu deemuun daaw’atanii jajjabeessanii turan. Nutis dargaggoota kannean... Read more »

Alaazaar Takkaa Gammachuu: Barataa qaxalee qabxii olaanaa baranaa galmeessise

Barataan Alaazaar Takkaa Gammachuu Fin­finneetti barataa KMU (Kotebe Metropolitan University, Menilik I Science Shared Cam­pus) jedhamuuti. Finfinneetti dhalatee kan guddate Alaazaar qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 barana ken­nameen akaakuu barumsaa; Herregaafi Fi­iziksii... Read more »

Yunvarsiitichi barattoota qabxii olaanaa galmeessisan badhaase

Finfinnee: Yunvarsiitiin Barnoota Kotobee barattoota KMU (Kotebe Metropolitan Uni­versity, Menilik I Science Shared Campus) jedhamutti qormaata biyyaalessaa seensa yunvarsiitii fudhachuun qabxii Olaanaa gal­meessisaniif sagantaa beekamtii qophees­suun badhaase. Pirezidaantiin Yunvarsiitichaa Doktar Birhaanamasqal Xannaa... Read more »

Gahee waldaaleen IMX guddina dinagdee biyyaa utubuu keessatti qaban mirkaneessuuf hojjetamaa jira

Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa dargaggoota ogummaa hojii gara garaatiin leenjisuu, hoji dhabdummaafi hiyyummaa hir’isuu, carraa hojii bal’aa uumuun dargaggootaafi dubartoota fayyadamoo taasisuufi gahee waldaaleen Intarpiraayizii Maayikiroofi Xixiqqaa IMXn guddina dinagdee... Read more »