Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO)n barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa waldichaatti kutaa 9ffaa hanga 12ffaatti barachaa turaniifi yunivarsiitota biyyattii adda addaarraa qabxii olaanaa galmeessisuun barana eebbifaman 11 Wiixata darbe mana barumsaa bultii addaa... Read more »
Mootummaan Oromiyaa damee misooma barnootaaf xiyyeeffannoo kennuun barnoota qulqullina qabu waliin gahuun dhaloota qorannoofi qo’annoon rakkoo hiikuu danda’u omishuuf humna guutuun hojjetaa jira. Kanaanis ejjennoo Jeneraal Taaddasaa Birruu “dhaloonni hinbaranne mirgasaaf falmachuu... Read more »
Tibba darbe barataan Yunivarsiitii Saayinsiifi Teknolojii Adaamaarraa Muummee Fiiziksiifi Herregaa barachuun koorsiiwwan 60 fudhate hundatti ‘A+’ fiduun biyyaafi addunyaa dinqisiiseera. Eebbifamaan kun qormaata kutaa 12ffaallee akka Itoophiyaatti lammaffaa ba’ee ture; Eebbifamaa Raajii... Read more »
Yeroo hojiin gosa kamiifuu maallaqni gaafatamutti, yeroo maallaqnis kanfalamee immoo hojiin quubsaa ta’eefi qulqullina barbaachisuun yeroosaa eeggatee hinxumuramnetti, yeroo maallaqa hedduu baatanii waan xiqqoo bitanii galanitti, waqtii qaala’iinsi jireenyaa jaalala maatii jeeqaa... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Shamarree Yaneenash Araarsoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Jimmaa Gannatii, Magaalaa Haratootti dhalattee guddatte. Shamarreen umurii 30 kun meetira tokkoofi seenti meetira 95 (1.95m) kan dheerattu yoo ta’u, saala dhalaatiin... Read more »
‘FAYISA’S THEOREM’ Charinnat Hundeessaatiin Dhalataa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Jimmaa Gannatii Ganda Hundee Guddinaati. Barnootasaa sadarkaa jalqabaa naannawuma dhalootasaatti hordofe. Sadarkaa lammaffaa ammoo Godina Shawaa Lixaa, Mana Barnootaa Bakkootti kutaa 12ffaa... Read more »
“Waggoota 10tti kitaabota jaha qopheessus qaama na deeggaruun dhabe” – Barsiisaa Nuuraddiin Ibraahim
Bayyanaa Ibraahimiin Dargaggoo waggoota kudhan keessatti kitaabota barnoota jaha qopheessuudhaan ummataaf gumaache. Kan osoo barsiisuu, barreessu, osoo barreessuu immoo barsiisu. Qacalee dhaloota qubee, kan hanqinni mallaqaa hamilee hube. Barsiisaa Nuuraddiin Ibraahim jedhama.... Read more »
“Namni dhalachuusaa malee akka itti dhalatuufi akkamitti akka guddatu” hinbeeku jedhama. Dhuguma! Namoonni baay’een fayyaafi qaama guutuun dhalatanii boodarra garuu dhukkuba garagaraan yommuu dararaman, balaan irra qaqqabee miidhama qaamaaf yommuu saaxilaman argina.... Read more »
Doormiidha jedhanii barattoota haaraa gara dhaabbilee barnoota olaanootti galanitti dhufan mana fincaanii itti agarsiisanii itti qoosuun, mana nyaataati jedhanii gara mana kitaabaatti geessanii itti kolfuufi baacuun, seerotaafi qajeelfamoota mooraa yunivarsiitichaa keessa hinjirre... Read more »
Itoophiyaan akkuma bal’inashii aadaa duudhaafi sirnoota gara garaa sabaafi sablammiileen kan guutamteedha. Dhiibbaa sirnoonni cunqursoo darban qaqqabsiisaa turanirraa kan ka’e sabaafi sablammiileen aadaan, duudhaafi safuusaanii madda galiifi hawwata tuuristii ta’uu dandahan hedduu... Read more »