Natsaannat Taaddasaatiin Ayyaanni Irreecha Hora Finfinneefi Hora Harsadii Fulbaana 21fi 22 bara 2015 haala miidhagaafi qalbii namaa hawwatuun naamusa gaariidhaan kabajameera. Gaazexaan Bariisaa yaada Qeerroofi Qarreen ayyaanicharratti hirmaatan kaasan akka armaan gadiitti... Read more »
Waan ormaa yoo dandeesse balleessi, yoo dadhabde kankee godhadhuu dhaali mammaaksi jedhu jaarraa tokkoofi walakkaa oliif jibba dukkanaa’aa sirnoonni darban Oromoof qabaniin Oromoofi Oromummaarratti miidhaa guddaa kan geessisan yoo ta’u, malkaalee Irreechaa... Read more »
Goobeefi Shinooyyeen sirba dargaggoonni Oromoo bara haaraa ilaalchisuun sirbaniidha. Agarsiifni Goobeefi Shinooyyee kun dardarraniifi shamarran magaalota Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinneerraa babba’aniin Finfinnee keessatti bifa festivaalaatiin agarsiifamuu erga jalqabee waggoota afur lakkoofsiseera.... Read more »
Dargaggoo Biruk Girmaa Hojigeggeessaa Dhaabbata Piromooshinii Artii Boraatiiti. Dhaabbatichi erga hundaa’ee waggaa shan ta’eera. Boraatiin meeshaalee aadaa Oromoon ittifayyadamu keessaa isa tokko. Boraatiin meeshaa sammuu dadhabe boqochiisuudha. Qaama namaa keessaa ammoo sammuun... Read more »
Lalisaa Daani’eel Guutamaa Oromiyaa, Godina Qellem Wallaggaa, Magaalaa Dambi Dollootti dhalatee guddate. Barumsasaa sadarkaa tokkoffaafi lammaffaa (kutaa 1ffaa hanga 12ffaatti) bakkuma dhalootasaatti baratee xumure. Barnootasaa digirii tokkoffaafi lammaffaa Filoosoofiidhaan Yunivarsitii Finfinneerraa eebbifame.... Read more »
Baratee hojii dhabuudhaan maatii rakkatee isa barsiiserratti rakkoo dabalataa ta’ee taa’uuf dirqamus, rakkoo hiyyummaafi gadadoo bu’aa ba’ii jireenyaatiin mogoleensaa waan laaffate fakkaatus, sirnoota abbaa irreefi fedhiifi faayidaa ummataa hinkabajnerratti qabsaa’uudhaan miirri qabsoo... Read more »
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) Dilbata darbe dargaggoota kutaalee biyyattii keessaa baba’an waajjirasaaniirratti mari’achiisanii turan. Bakka buutonni dargaggootaas dhimmoota wayitii, nageenyaa, hawaasummaa, dinagdeefi siyaasaarratti yaadaafi gaaffii qaban kan dhiheessan yoo ta’u,... Read more »
Dajanee Bulchaatiin Dorgommiin taphoota ispoortii garagaraa irratti hundaa’ee gaggeeffamuufi ‘Betting’ jedhamu waliigala addunyaarraa biiznasii qarshii tiriiliyoona sadii ol kan sochoosu ta’uu ragaaleen garagaraa ni agarsiisu. Jalqabni isaa Ameerikaa kan ta’e dorgommiin kun,... Read more »
Dargaggoo Eliyaas Jabal jiraataa Magaalaa Jimmaa, Ganda Ifa Bulaati. Dhalatee kan guddates achumatti ta’uu kan hime dargaggoon kun, barnootasaa kutaa 10ffaa xumuree teknolojii maashiniin leenjii 10+2 akka qabu kaasa. Barnoota barate kanaan... Read more »
Biyya rakkoon siyaasaa walxaxaafi gara hinqabne dhaqaa gala dhukkeerraa kaasaa jiru keessatti rakkoon biroo itti dhalatee iddoo qabate. Biyya ummanni goota waliinii hinqabne, alaabaa waliinii hinqabneefi seenaa irratti waliigalu dhabuudhaan dhimmootuma xixiqqoorratti... Read more »