Daanaa Yaaballoo: Nama cimaa, miidhamummaan qaamaa hojjetee of jiraachisuurraa isa hindanqine

Namni cimaan maxxansa kanaan keessumaa dargaggootaaf akka muuxannoosaa qooduuf filanne Daanaa Yaaballoo Gallaboo jedhama. Bakki dhalootasaa Godina Booranaa, Aanaa Yaaballoo kan ta’e Daanaan, nama dhukkuba laamshessaa ykn pooliyoo isa mudateen umriisaa waggaa... Read more »

Hojii tola ooltummaa namoota dhuunfaarraa gara mootummaatti guddachaa jiru

Yeroonsaa akka lakkoofsa Awurooppaatti bara 1859 ture kan waraanni hamaan tokko biyyoota Awurooppaa Lixaa jidduutti adeemsifamee lubbuu namoota hedduu dabarsuuniifi du’aa immoo awwaalcha malee irbaata allaattii taasisuusaatiin dhaabbanni gargaarsaa yeroo ammaa akka... Read more »

 Qaxalummaa Dargaggoo Girmaa, horiifi fayyaa dhabuutiin hindanqamne

Addunyaan kun buburreedha. Kaaniif haalonni dhalootarraa kaasee mijataaf. Tokko tokkoof ammoo akka waan dhala buddeenaa duuniyaan fuula irraa galagalfattee rakkoodhaan marfamee jiraachuuf dirqama. Gaafa tokko jedhu, kan biraa, kana darbe jedhee yommuu... Read more »

 “Afaan barachuun fedhiifi tattaaffii qofa barbaada” -Barreessaa kitaaba RIQICHAA Doktar Habtaamuu Gabayyoo

Doktar Habtaamuu Gabayyoo afaan kan hiikkate Amaariffaan yoo ta’u, fedhii afaan dabalataa barachuu keessoosaatti uumamerraa ka’uun waggoota sadii keessatti Afaan Oromoo baratee sadarkaa kitaaba RIQICHAA: SEERLUGA AFAAN OROMOO barreessuurra ga’eera. Ogeessi fayyaa... Read more »

 “Akaakayyuunkoo Leetenaal Koloneel Abdiisaa Aagaa goota jaalala Itoophiyaanummaa afaaniin osoo hintaane gochaan agarsiiseedha” – Shamarree Eshkool Eeliyaas Abdiisaa Aagaa

“Dargaggeessaa hammam geessaa?” jedhanii kan gaafatan wayita humni jiruudha. Yoo kana gootummaa qaban qabatamaan agarsiisuun walabummaa biyyaa yoo tiksisiisan duuba dhaalootaan eebbifamuun waan oolu miti. “Oromoon gaafa ilmaansaa eebbisu ilmoo abbaa dhaanu... Read more »

“Hojiin keenya akka milkaa’u kan taasise amanamummaadha” – Abarraa Caalaa

Tola ooltummaan hojii namni tokko fedhiisaatiin naannawasaas ta’e bakka kamittuu nama dhuunfaa, hawaasa ykn biyya ni fayyada jedhee kaffaltii tokko malee hojjetuudha jechuun ni danda’ama. “Bara jireenya koo keessatti wanti na gammachiisu... Read more »

 “Egereen Afrikaa harka dargaggoota har’aa jira” -Doktar Abiyyi Ahmad

Afrikaa tokkoomsuuf qondaaltonni Afrikaa hedduun sochii gara garaa taasisaa turaniiru. Qondaltonni Afrikaa darban kan akka Hayilesillaasee, Kuwaamee Nikuruumaa,Toomaas Saankaaraafaan Ardii Afrikaa tokkoomsuun ykn Paan Afrikaanizmii hundeessuun Afrikaa ardii dhiibbaa biyyoota kamiirraayyuu bilisa... Read more »

 “Otoo bakki bu’aaleen fakkii dhaabbiidhaan itti agarsiifaman jiraatee guddina ogummichaatiif nigumaacha” – Faariis Alamuu (Barataafi ogeessa fakkii)

Godina Wallagga Lixaa, Aanaa Bojjii Coqorsaatti dhalate. Barnootasaa hanga kutaa 10ffaatti naannawuma dhalootasaatti kan barate yoo ta’u, kuta 11ffaafi 12ffaa ammoo Magaalaa Holotaatti hordofe. Amma ammoo Yunivarsitii Finfinneetti barataa ogummaa aartii waggaa... Read more »

 Salaam: Roobootii afaan barbaadameen nama keessummeessitu

Biyyi keenya waggoota afran darbanitti qormaatawwan alaa keessaa ishii raasan keessatti hojiilee guguddoo raawwachuu mitii yaaduufuu namatti ulftaan baay’ee milkeessiteetti. Kanneen keessaa muraasa eeruuf, Paarkiiwwan Tokkummaa, Michummaa, Inxooxxoo, ijaarsa hidha Abbayyaa maqaa... Read more »

Hawwii Maatiyoos: Ogeettii Faarmaasiifi Miidhagduu Turizimii Oromiyaa

Saamraawiit Girmaatiin Baay’een keenya bareedina ykn miidhagina haala garagaraatiin ibsina. Hojjaa, bifa, rifeensa, dhaabbii, konkona, ilkaan, ijaafi kkf jechuun isheen/inni bareedduu/bareedaadha jenna. Namoonni harka caalu bareedina kan ibsinu wantoota ijaan arguu dandeenyu... Read more »