ODUU

Finfinnee: Hojii Misooma Koridarii Magaalaa Finfinnee guddummaa Itoophiyaa mul’isuuf qajeelummaadhaan akka eegalan Ministeerri Muummee Doktar Abiy Ahimad ibsan. Daawwannaa raawwii hojii Misooma Koriidarii Finfinnee naannawaa Piyaassaa (Birbirsa Gooroo)tti Dilbata darbe wayita taasisan... Read more »

Finfinnee: Hojii qindoomina bulchiinsa godinichaa, qaamolee nageenyaafi ummataan hojjetameen Qellem Wallaggaa dachee nagaafi misoomaa ta’uu bulchaan godinichaa Obbo Gammachuu Gurmeessaa ibsan. Obbo Gammachuun tibba darbe Gaazeexaa Bariisaaf akka ibsanitti, godinni kun bara... Read more »

Finfinnee: Ayyaanni Iid Al Adahaa (Arafaa) waggaa 1445ffaan bor haala ho’aan hordoftoota amantii Islaamaa biratti kabajama. Hordoftoonni amantichaa ayyaanicha horii qaluudhaan kan kabajan yoo ta’u, barsiifni amantichaa horii qalatan keessaa nuusa ofii... Read more »

Mandii: Rakkoo nageenyaarraa kan ka’e sochiin misoomaa Godina Wallaggaa Lixaa keessa jira jedhanii dubbachuun namoota baay’eef gaaffii ta’uu mala. Dhugumaan waggoota lamaan sadan darban godinichi darara hamaafi rakkoo ulfaataa keessa ture. Bakkeewwan... Read more »

Finfinnee: Miseensonni Mana Marii Waloo Paartiilee Siyaasaa Oromiyaa guyyoota Dilbata darbe erga hojiilee misoomaa Arsiifi Baaleetti hojiilee misoomaa akkasumas Finfinneetti gamoowwan OBNfi Komishinii Poolisii Oromiyaa erga daawa’atanii booda Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa... Read more »

Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti barana sanyiin biqiltuu bunaa biliyoona 2.5 dhaabbiif qophaa’uu biiroon qonna naannichaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Mahammadsaanii Amiin ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, naannichatti hojiin omisha... Read more »

Finfinnee: Hawaasni naannawaa yaa’a lageeniifi haroowwanii jiraatan balaa tasaa lolaan qaqqabuu malurraa ofeeggannoo taasisuu qabu jechuun Ministeerri Bishaaniifi Inarjii ibse. Fuuldura kanatti hangi rooba idileen olii bakkeewwan tokko tokkotti roobuu akka danda’u... Read more »

– Shawaa Bahaatti miseensonni ABO Shanee 416 harka kennatan Finfinnee: Waamicha nageenyaa Mootummaan Naannoo Amaaraa taasiseen hidhattoonni kuma 10 ta’an nagaan harka kennachuu Biiroon Kominikeeshiinii Naannichaa ibse. Hojii nageenyaafi olaantummaa seeraa kabachiisuuf... Read more »

Finfinnee: Marichi waldhaggeeffachuufi walkabajuun maddoota rakkoo ta’aniif furmaata kaa’uuf ulaa akka saaqu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Waltajjiin marii Magaalaa Finfinnee Caamsaa 21-27 bara 2016tti gaggeeffamaa ture ajandaan marii walittiqabuun hirmaattota boqonnaa marii... Read more »

Finfinnee: Nuti lammiileen Itoophiyaa sabboonummaa sabdaneessummaa cimsuun biyya hundaa taatu biyya jabduu ijaaruu qabna jedhan Doktar Birhaanuu Leenjisoo. Yunivarsiitii Ambootti Hayyuu Sosholojii kan turaniifi yeroo ammaammoo Ministir De’eetaan Jallisiifi naannawawwan Gammoojjii Doktar... Read more »