ODUU

Finfinnee: Dhaabbatichi erga hundeeffamee hanga dhuma bara 2016tti maashinaroota qonnaa kanneen akka kombaayinaraafi tiraaktaroota abbaa humna fardaa garagaraa qabaniifi meeshaalee harkifamoo waliigalaan 2,381 ta’an qonnaan bulaa biraan gahuu Hoji Gaggeessaan Dhaabbata Omisha... Read more »

Finfinnee: Dhaabbileen BLTO humna namaa ga’umsa qabu horachuuf leenjichi fedha leenjifamtoota waliin walsimachuu akka qabu Inistitiyutiin Leenjii Teknikaafi Ogummaa beeksise. Dhaabbilee BLTO mootummaafi dhuunfaa dabalatee waliigala dhaabbilee BLTO kuma 1fi 700 ol... Read more »

Adaamaa: Ganna bara 2017tti roobni idileen olii akka eegamu Inistitiyutiin Metiworolojii Itoophiyaa beeksise. Inistitiyutichi qorannoo haala qilleensa arfaasaaf raaga haala qilleensa gannaa qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin Adaamaatti mari’achuun ifoomseera. Daarektara Olaanaa Inistitiyutichaa... Read more »

Finfinnee: Walga’iin Sagantaa ‘Erasmus+, the EU Programme for education, training, youth and sport (2021-2027)’ Wiixataafi Kibxata darbe mataduree “Gahee barnoonni ce’umsa magariisaa keessatti qabu” jedhuun Itoophiyaa, Yunivarsitii Finfinneetti adeemsifamameera. Barsiisonniifi qorattoonni yunivarsitiiwwan... Read more »

Finfinnee: Sagantaa Inisheetiivii maaddii madaalawaa waggaa sadii dura kaka’umsa Ministira Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadiin eegalame. Kanaanis hawaasni boroosaatti omishuun wabii nyaataasaa mirkaneeffachuu qofa osoo hintaane nyaata madaalawaallee soorachuun lammii fayyabuleessa akka... Read more »

Finfinnee: Ummatni Tigraay waraana Itoophiyaatti mootummaa federaalaafi ABUT duraanii gidduutti taasifameen seenessa badaa faca’aa tureen miidhamus, yeroo rakkoo kan baqatu gara Asmaraatti osoo hintaane gara Finfinneetti ta’uu Pirezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Duraanii Naannoo... Read more »

Finfinnee: Warraaqsi ulaa galaanaa qabaachuu Itoophiyaatti yeroo jalqabamu hedduun ija waraanaan kaan ija dippiloomaasiin kanneen hafan ammoo bifa kamiinuu dhuunfachuu hindandeessu yaada jedhuun yeroo walfalman dhaga’ama. Gaaffii Itoophiyaa ulaa galaamaa kanaaf Konveenshiniin... Read more »

Finfinnee: Milkaa’ina marii biyyaalessaatiif madda rakkoo adda baasuufi yaada furmaataa maddisiisuurratti hirmaannaansaanii murteessaa ta’uu hayyootni marii biyyalessaa Komishiniin Marii Biyyaalessaa qopheesserratti argaman beeksisan. Komishinichi torbee darbe hayyoota waliin marii Finfinneetti gaggeeseera. Yunivarsitii... Read more »

Finfinnee: Finfinneen yeroo gabaabaa keessatti jijjiirama hundagaleessa galmeessisaa jiraachuu lammiileen biyya alaa Yaa’ii 20ffaa Dhaabbata Hojii Addunyaa (‘ILO’) Sadarkaa Afrikaa Finfinneetti adeemsifamerratti hirmaatan Gaazexaa Bariisaaf himan. Finfinneen Magaalaa Guddittii Itoophiyaa, Teessoo Gamtaa... Read more »

Finfinnee: Sagantaa Ashaaraa Magariisaa ganna baranaatiif biqiltuu biliyoonni 7.5 qophaa’uu Ministeerri Qonnaa ibse. Sagantaan baranaas walakkeessa Waxabajjiirraa eegalee akka jalqabamu beekameera. Ministirri Qonnaa Doktar Girmaa Amantee gaafdeebii waajjirasaaniitti dhiheenya Gaazexaa Bariisaa waliin... Read more »